Fulbaana 3, 2016 #Qeerroo_NewsYeroo Ammaa Kanatti Manni Hidhaa Qilinxoo Magaalaa Finfinnee Kan Hidhamtootni İlmaan Oromoo fi Sabootni Cunqurfamoon biyyatti walumaagalatti 7000 Olitti Lakkaa,aman keessatti argaman İbiddaan Barbadeeffamaa jiraachuu Maddeen Keenya Gabaasan!!
Uummatni Maatiin Hidhamtootaas Akka Gara ilmaan isaanii fi Firootta isaanii hidhamanii jiranitti Darbanii hin baraarreef dhorkamaa jiru, Waraanni wayyaanees dhukaasaa guddaa banaa jira , Waraanni guddaan Bishooftuu irraa Gara Finfinneetti Socho,aa jiraachuu Maddeen Qeerroo Bilisummaa Oromoo Finfinneerraa Gabaasan. Gabaasaa Guutuun Walitti deebina!!