Yaadachiisa
***************
Qophii bittaa fi gurgurtaa irraa lagachuu
-============================
Mormii bittaa fi gurgurtaa lagachuu warra Amaaraa irraa uummatni keenya TOKKUMMAA bara jedheen amana. Uumatni keenya ammallee tokkumma guddaa keessa akka jiru nan beeka, garuu sochiin dhimma qabeenya wayyaanee laamshessu irratti hojjetamu daran tokkumma uumata Oromoo magaalaa hanga baadiyatti walqabatee deemuun dirqama akka ta’en hubadha. Fakkenyaaf, suuraa kana irratti warri magaalaa Dassee guyya guutuu bittaa fi gurgurtaa irraa ofi lagatanii kunoo wayyaanee laaffisaa jiru. Kunis hunda keenyaaf Oromoota hunda biratti waldhageettiif tokkumma cimaa gaafata.
Kanaaf dargaggootni hundi karaa walqunnamtii qabnu hundaan kan akka bilbilaa fi FB fayyadamuun dhaamsa kana hanga baadiyyatti gadi akka bu’u gochuun dirqama keenya. Hundi keenya bilbilaan ykn ‘ message ‘ erginee maati keenyaa fi namoota beeknutti himuun walyaadachissun barbaachisaadha. Via Bekan Guduru Olana
DAF-DAFI DADDABARSI–Wayyaaneen Utuu Internet’ hincufiin daddabarsi–Qophaa’i!!!!
#OromoProtests BEEKSISA: Wayyaaneen sa’aatilee sadeen kana keessatti Baqqala garbaafi hogganoonni keenya biroo lubbuun jiraachuu qabatamaan mirkaneessuu baannaan tarkaanfileen armaan gadii kun ni fudhatamu
1) Manneen hidhaa biyyattii keessa jiran cufti barbadeeffammuu
2) Qabeenyi TPLF qabu kamiiyyuu bakka hundatti barbadeeffammu
3) Daandileen biyya keenya keessa darban hundumtuu akka cufaman.
( interneetii cufuu waan dandeessuuf daddafaa waliif dabarsaa)
–
#OromoProtests URGENT WARNING to Ethiopian Prison Administration
The gun attack and fire at Qilinto prison this morning is believed to have harmed large number of prisoners. It is well known that senior opposition leaders are kept at this prison. We call on the prison administration to immediately provide proof of life for this leaders. If you fail to provide such proof of life within the next three hours, it will be assumed the leaders have been murdered by the regime and a nationwide campaign of retribution will be launched. The proof must be physical evidence.
–
#oromoProtestsወያኔ በቀለ ገርባ እና ሌሎቹ አመረሮች በህይወት መኖራቸውን በሚቀጥሉት 3 ሰዓታት ውስጥ ተጨባጭ ማረጋገጫ ካልሰጠ የሚቀጥሉት እርምጃዎች ይወሰዳሉ
1)በሁሉም ደረጃ ያሉ እስር ቤቶች ይወድማሉ
2) ማንኝውም የወያኔ ንብረት ይወድማል
3) መንግዶች በሁሉም አቅጣቻ እና ሰፈር ይዘጋሉ
( ኢንተርኔት ሊዘጉ ስለሚችሉ ይህን መልክት በአስቸኳይ አስተላልፉ)
–
#OromoProtests Reminder this regime killed 163 prisoners at Kality using riot as pretext during the aftermath of the 2005 election.
======
Yaadadhaa mootummaan Wayyaaneen filannoo 2005 booda sababa jeequmsi ka’e jedhuun hidhamtoota 163 ajjesuun isaa gabaafamee ture. Via Beekan Gulummaa Irranaa
#OromoProtests Akeekkachiisa ariifachiisa Bulchiinsa mana hidhaa Qilinxoof.
Guyyaa har’aatti dhukaasaafi balaa abiddaa qabateen walqabatee hidhamtoota hedduurra balaa hamaan qaqqabuun kan beekamedha. Hidhamtoota kana keessatti ooggantoonni paartii mormituu gurguddoon akka jiran nibeekama. Oggantoonni qareeyyiin ija uummataa ta’an kun lubbuun jiraachuuf dhibuunsanii ammaa ka’ee sa’a 3 gidduutti sabatti hinbeeksifaman yoo ta’e, fincilli guddaan to’atamu hindandeenye akka biyyattiitti labsamuuf akka jiru cimsinee isin beksifna!!. Jiraachuu geggeessitoota kanaa ragaa qabatamaa faana beekuu feena.
–
#OromoProtests አስቸኳይ ማሳሰቢያ ለማረሚያ ቤትች አስተዳዳር
ዛሬ በቅሊንጦ እስርቤት በደረሰው የተኩስ ጥቃት እና ቃጠሎ እስካሁን በውል ያልተወቀ ጉዳት በታሳሪዎች ላይ ደርሷል። ከነዚህ ታሳሪዎች ውስጥ የህዝቡ ከፍተኛ አመራሮች እንዳሉ ይታወቃል። እነዚህ እንቁ የህዝብ መሪዎች በህይወት መተርፋቸውን በሚቀጥሉት ሶስት ሰዓታት ውስጥ ለህዝብ ማረጋገጥ ካልቻላችሁ መሪዎቹ በግፍ እንደተገደሉ በመደምደም ብሄራዊ የአጸፋ እርማጃ እንድሚታወጅ ልናስታውቅ እንወዳለን። ማረጋገጫው በወሬ ሳይሆን በተጨባጭ መረጃ ( PROOF OF LIFE) መሆን አለበት:: Via Beekan Gulummaa Irranaa