Quantcast
Channel: Oromia
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

#OromoProtests, September 5, 2016

$
0
0

‹‹በኢትዮጵያ ሕግን ያልተከተለ እስርና እንግልት ሊቆም ይገባል›› በኢትዮጵያ የአሜሪካ ተሰናባች አምባሳደር

Patricia M. Haslach, U.S. Ambassador to Ethiopia

Patricia M. Haslach, U.S. Ambassador to Ethiopia

(Ethiopian Reporter) — በኢትዮጵያ የአሜሪካ ተሰናባቿ አምባሳደር ፓትሪሺያ ሐስላክ፣ በኢትዮጵያ አሁን ያለው ሁኔታ እንደሚያሳስባቸውና መንግሥት የሁሉንም ድምፅ የመስማትና ተጠያቂ የመሆን ግዴታ እንዳለበት ገለጹ፡፡

የሥራ ዘመናቸውን ያጠናቀቁት አምባሳደር ፓትሪሺያ ለኤምባሲው ሠራተኞች ባደረጉት የመሰናበቻ ንግግር፣ ‹‹መልዕክታችን ግልጽ እንደሆነ ሊታወቅ ይገባል፡፡ ኢትዮጵያ እንድትለማና ስኬታማ እንድትሆን የሚፈልግ ሁሉ፣ ኢትዮጵያ ጠንካራ የምትሆነው ሁሉም ድምፆች ተደማጭና መንግሥትም ለሁሉም ተጠያቂ ሲሆን እንደሆነ ሊገነዘብ ይገባል፡፡ በኢትዮጵያ ሕግን ያልተከተለ እስርና እንግልት ሊቆም ይገባል፤›› ብለዋል፡፡

በቅርቡ እየተከሰቱ ያሉ ሁኔታዎች የኢትዮጵያ ሕዝብና መንግሥት እስካሁን ያደረጓቸውን መሻሻሎች የማስተጓጐል አቅም ያላቸው በመሆናቸው፣ ሥጋት እንደገባቸው ገልጸዋል፡፡

‹‹የኤምባሲውን ሠራተኞች ጨምሮ በኢትዮጵያ ፍርኃትና ሥጋት እንዳለ አውቃለሁ፡፡ በተለያየ ደረጃ የሚገኙ የመንግሥት ባለሥልጣናት በሕገ መንግሥቱ የተረጋገጡትን ዴሞክራሲያዊና ሰብዓዊ መብቶች፣ እንዲሁም የሕግ የበላይነትን እንዲያከብሩ የኢትዮጵያ መንግሥትን እንጠይቃለን፤›› ብለዋል፡፡

በቅርቡ ለመንግሥት ሚዲያዎች በወቅታዊ ጉዳዮች ላይ መግለጫ የሰጡት ጠቅላይ ሚኒስትር ኃይለ ማርያም ደሳለኝ በተቃራኒው፣ ‹‹ይህች አገር ትፈርሳለች ብለው የሚሰጉ የኢሕአዴግን ባህሪ የማያውቁ ናቸው፡፡ በአለት ላይ የፀና የፌዴራሊዝም ሥርዓት ነው ያለው፤›› ማለታቸው ይታወሳል፡፡


Breaking: Ethiopian regime puts limits on the amount of money ppl could withdraw from their own accounts at CBE. In Gimbi, limit is set 2000 Via Girma Gutema


Ethiopia government admit deaths during prison fire

(BBC News) — Ethiopia’s government has acknowledged that there has been some loss of life and injuries after a fire broke out on Saturday at the maximum security Qilinto jail in the capital, Addis Ababa.

The jail is home to some political prisoners.

On Sunday there were reports of intense gunfire and local media said there were about 20 deaths.

A government statement, reported on the state broadcaster, did not specify the numbers dead or injured.

Neither did it mention the cause of the fire, which some have said was started deliberately by people who wanted to escape.

Ethiopia has been hit by anti-government protests in several parts of the country, by some of its largest ethnic groups.


14183808_625098404335687_6111563868642546934_n#Hubachiisa. Via Beknan Rabira.
Wanti beekuu qabnu, hidhamtootni Oromoo keesumaayyuu manneen hidhaa gurguddaa akka Qilinxoo, Maayikalaawii, Qalittiif Zuwaay jiran, kanneen haalaan qabsaawoo ta’aniif mootummaan ummata Oromoo guututti nu harkaa baasu danda’u jedhee sodaatu, akkasumas barattoota qaqqalii Oromoo barnootaaf qabsoonis adda durummaa qaban, yunivarsitileef kolleejjiwwan garagaraa irraa qabaman. Kanneen haluma mijataa argatanii osoo baratanii xumuranii gootota akka Baqqalaa Garbaa faa gadi hin taane. Caalus danda’u, ilmi kan abbaa caalee. Kanaafuu gaafa mana hidhaas ta’ee alatti gaaga’amni lubbuu Oromoota hangasii irra gahu kanuma hogganoota qofa gaafannee callisuu hin qabnu. Kaleessa mana hidhaa qilinxoo keessatti lubbuun ilmaan Oromoo baate tilmaamuun nama dhiba. Yooma tarii hogganootni kuni nagaa ta’aniyyuu adaraa ilmaan Oromoo hafaniifis haa iyyinuu. Lubbuun rabbi birattis takkuma wali hin caaltu. Maatiin wereegamtootaaf hidhamtoota isaaniif deebiif falma wal fakkaataa nurraa eega. Hidhamtootni Oromoo kamiiyyuu ajjeefamuu hin qaban. Dhiigni jigeef lammiin abiddaan hidhaa keessatti kanuma Oromooti.


#OromoProtests Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa, Damee Dambi-Doolloo mormii shiftoota Wayyaanee irratti adeemsifamaa jiruun walqabatee guyyaa har’aa maamiltoota horii isaanii baafachuu barbaadaniin haala fakkiiwwan kanneen irraa mul’atuun waan dhiphateef karra isaa cufatee maamiltoota gad dhowwaa jira.
============
Commercial Bank of Ethiopia, Dambi-Doolloo Branch closes its gets after having been overwhelmed by clients demanding to withdraw their own money, which is linked to protests targeting TPLF bandits. Via Etana Habte

14238268_883835888414725_4606307554227401300_n

Ergaa qeerroo Magaalaa Dambi Doolloo:

“Kanaan dura Mana Nyaataa Oliitii jedhamu qabeenyummaan isaa kan Obbo Uukkaa kan ta’e warra loltoota shiftaa Wayyaanee agazii jedhamanii dhiiga keenya dhangalaa, lubbuu keenya baasaa jiran nurratti qallabuu akka dhaabu, namni danda’ameefis akka nurraa gorsu/ifatu akeekkachiifnee turre. Obbo Uukkaan garuu maaldhibdee fi tuffii guddaadhaan ergaa keenya homaattuu utuu hin lakkoofne warra gumaa nurratti qallabuu ittifufaniiru. Gochi Obbo Uukkaa kun immoo akkuma fakkii kana irraa agartan qabatamaadha. Guyyaa saafaa diinota keenya olgalchanii mana isaanii keessatti nurratti qallabaa jiru. Gochi isaanii kun ergaa ifa ta’e nuuf dabarseera: Obbo Uukkaan yeroo itti lubbu-nyaattonni Wayyaanee uummata Oromoo irratti lola bananii jiran yeroo murteessaa kana keessatti diinummaa uummata irraa dhalataniif qaban ifatti himatanii firooma diinaota uummata Oromoo waliin qaban mirkaneeffataniiru. Uummanni Magaalaa Dambi-Doolloo fi naannawaa ishees guyyaa akeekkachiifni dhumaa kun maxxanfame irraa eeegalee guyyoota shan gidduutti Obbo Uukkaan gocha diinummaa kana irraa hindeebi’an taanaan abbaan qabeenyaa mana nyaataa kun akkuma loltoota agaazii akka diinaatti akka lakkaa’u hubachiisuu barbaanna. Kanaaf Obbo Uukkaan carraa dhumaa isaaniif kenname kanatti fayyadamuudhaan guyyoota shaman itti aanan kana keessatti gocha isaanii irraa deebi’uudhaan gartummaa uummata Oromoof qaban agarsiisu jennee abdanna. Kana ta’uu baannaan garuu Obbo Uukkaanis ta’e maatii fi firoonni isaanii akeekkachiisi keenya kun isa dhumaa ta’uu nuuf hubatanii rakkini bifa kamiinuu Obbo Uukkaa, fi qabeenya isaanii irra ga’uuf itti gaafatamni kanauma mataa isaanii akka ta’ee fi utuu beekanii filatanii akka itti seenan ta’uu akeekkachiifna.” Via Girma Gutema


#Concert strike #QeerrooBilisummaa Taaddalaa Gammachuu Koonsertii Bara Haaraa Habashaan simachuuf Erbee raasaa jirtu kanarratti Artistoota Oromoo bakka bu’uun Ayyaana kana irratti kan hirmaatu ta’uu kunoo Habashaan Foddaa Televizyiinii Waayyaadneetiin alalaasaa jirti. -Maarree Weellisaan kun yoo Dhiigni Oromummaa kan isa quuqu fi of-keessaa qabu ta’e, Lafeen Ilmaan Oromoo Abiddaan boba’ee odoo Cilee uffachaa jiruu fi Rasaasa Wayyaanee qallabamaa jiranuu, Reeffa keenya irratti Foollee dhiichisa taanan Uummata Oromoo waliin Yeroo dhumaaf adda bahuun kan dhumatuuf ta’uu #QeerroonBilisummaa cimsinee akeekkachiisna. Yoo akkuma Geetaachoo Hayilamaariyaam gantummaa isaa ifaan mul’ise malee akka beeku Share gochuun dhaqqabsiisaa!! -Artistiin Qabeenya Uummataati malee kan Sirna kufuuf reeqqisaa jirtu miti. -Wareegamtoota keenya Biyyeen itti haa salphattu!! -Gumaa isaanii ni baafanna!! -Ni milkoofna ni injifanna!! -Qeerroo jabaadhu!! Via Chala Abate


 


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918