Eyyee kanuma keenya nuuf wayya galatoomaa. Isiniin boonn
#Oromoprotests, Mana barnoota Sadarkaa 1ffaa Magaalaa Awwadaay hiriira mormii guyaa arraa ,bitootessa 29 bara 2016 godhaa oole. ====. ===============
#. #Oromoprotests, the Awaday elementary school protested the ongoing crimes against humanity and enforced disappearance of thousands of Oromo today on march 29 of 2016


OromoProtests 29/3/2016 hiriira jabaa guyyaa arraa baha harargee magaalaa Bokkoo/Fadisitti gaggeeyfame


የህወሓት አገዛዝ የ24ኛ ክፍለ ጦር በርካታ ወታደራዊ አዛዦችን በቁጥጥር ስር አዋለ፡
ከሰሞኑ በቁጥጥር ስር ከዋሉት በርካታ የህወሓት የጦር መኮንኖች መካከል ኮሎኔል ባምላኩ እና ሻለቃ ተካ የተሰኙት ይገኙበታል፡፡ህወሓት የ24ኛ ክፍለ ጦር አዛዦችን እየለቀመ ያሰረው በክፍለ ጦሩ ውስጥ በተፈጠረው ውስጣዊ አለመተማመንና ጥርጣሬ መሆኑ ታውቋል፡፡
ከታሰሩት የህውሓት የጦር መኮንኖች መካከል ስሙ ከላይ የተጠቀሰው ኮሎኔል ባምላኩ ከዚህ ቀደም በ2007 ዓ.ም ከመተማ እና አካባቢው 9 ወጣቶችን በቁጥጥር ስር በማዋል ሁመራ ወደሚገኘው በመቶ አለቃ ይስሃቅ የሚመራ የዚሁ የ24ኛ ክፍለ ጦር ክፍል የሆነ ገዳይ ቡድን በማስረከብ ተረሽነው አስከሬናቸው በተከዜ ወንዝ አቅራቢያ እንዲቀበር ያደረገ ጨፍጫፊና ወንጀለኛ ነው፡፡

#OromoProtests Breaking: Guyyaa har’aa Bitooteesa 29/2016 Baha Oromiyaa magaalaa Dirrre Dhawaa toora Malkaa Jabduu ja’àmuun beekkamtutti yeroo ammaa kana sagaleen dhukkaasa meeshaa gurguddaatu dhagayamaa jira. Lolii kun eenyuufi eenyuu akkaa waliti bannaa jiru ammaaf hin beeynee jala deemne isiinif himna!




#OromoProtests Hiriirri Hawaasa Oromoo biyya Masrii kan waajjira UNHCR fuulduratti bahaa jiran har’aas akkuma itti fufetti jira
#Oromoprotests Bitootessa 29/2016 FXG uumannii oromoo geggessaa jiruu kunoo agaazii ta’umsaa fi dhaabii dhowee akka saree maraatee asii fi achi figsisaa jira; Jabaadhaa Qeerrookoo injifannoon kan keessanii!

Mattuu keessa yeroo ammaa agaazin marsitee jirti.
Bitootessa 29,2016
#OromoProtests people terrorizing Agazis by hoisting the resistance flag high up in Gaba Jimata town, Lode Hexosa District, Arsi March 29, 2016.
============
Godina Arsii Aaanaa Loodee Heexosaa magaalaa xiqqoo Gabaa Jimaataa keessatti ummanni alaabaa ol fageessanii fannisuun Agaazii bifa kanaan weerarsa jiran.
#OromoProtests-(29.03.2016, #DiddaaOromoo, Oromia) Barattootni mana barumsa sad 2ffaa Beddellee amma sadarkaa dhumuurra jiru, Hospitaalli Beddellees bakka hirriirri itti ba’ame fakkaata. Magaalaa Beddelletti tarkanfii mootummaa boombii ukkaamsu fayyadamuun baratoota heddu akka miidhe ragaan nu ga’eera. maatiin boo’ee gadoodaa jira. barattootni ofwallaalanii, Doktoorotnis yaluun hanga isaan hanqatutti dadhabaa jiru…. maaloo birmachuu kan dandeessan birmadhaafi. Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa!
FXG Itti fufee daandiin Naqamte irraa Finfinnee geessuu cufamee barattooti 9 hidhamuu Qeerroon gabaasa.
Guyyaa Har’aa Bitootessa 28 bara 2016 Wallagga magaalaa Naqamteef naannoo ishee keessatti FXG finiinfamaa oolee jira.Fincilli kun manneen barnootaa qophaa,ina Naqamtee,Daaloo fi mana barumsaa Biiftuu Naqamtee keessatti daran jabaachuun yeroo ammaa kana baratoonni barnoota lagachuun mooraa gadlakkisanii gara maatiitti deebi,anii jiru.sababni isaammoo baratoota kanneen warqaa eenyummas bifa haaraan akka fudhataniif haala dhoksaan basaastotaaf kennannii baratoota warra kaaniifis sobanii ittiin barnootatti deebisuuf yaalaa akka jiran Qeerroon gabaaseera.Mana barumsaa Daaloo jedhamu keessatti immoo tarkaanfiin loltoonni Wayyaanee barattoota qabfuuf jedhanii qabeenyaa moorichaa irratti fudhataniin guutummaa fuullee mastaawatii mana barumsichaa caccabsuun hojiin ala godhaniiru.Daandiin Naqamtee gara Finffinnee geessus naannoo keellaa jedhamutti cufameera.Baratoonni 9 immoo gaaffi tokko malee gara mana adabaa seenanii jiru.
Waamicha waraaqsa bilisummaa Gootota barattoota fi ummata Gujii fi Booranaatif – Bitootessa 28/ 2016 wiixata irraa eegallee akka guutummaa Oromiyaatti waraaqsa bilisummaa wal irraa hin cinne waan goonuf gootonni barattoonnifi ummanni Oromoo sirna gadaan malee sirna qawween buluu hin beekne Gujii fi Booranni gootummaa Oromummaan irree tokkoon baanee diina ilmaan Oromoo fixaa jiru irratti qabsoo akka finiinsinu waamicha isiniif goona. Barana tokkummaan kaanee mootummaa faashistii wayyaanee ofirraa fonqolchuu qabna.
Nageelleerraan roobsi cabbii
Bulee horaan roobsi cabbii
Yaa’a bal’oon roobsi cabbii
Moyyaalen roobsi cabbii
Shaakkisoon roobsi cabbii….
Warqii fi albuuda keenya nutuu itti fayyadama.
Diina nu saamaa jiru tokkummaan kaanee barbadeessina.
Barattoonni haaluma kanaan duraatti qabsoo keenya itti fufna.
Osoo nuti jirruu dhiigni ilmaan Oromoo lafatti hin hafu. Kaayyoo isaanii galmaan geenna. Gumaa baafanna. Warra gumaa hin taanu.
GADAAN GADAA BILISUMMAATI.
BARA XUMURA GABRUMMAATI
TOKKUMMAAN FALMANNA
INJIFANNOON GALLA.
Godina Qellem Wallaggaa ona Jimma Horroo ganda Gomboo jedhamu keessa Bitootessa 28/2016 Qeerroon 28 humna waraana Wayyaaneen ukkaamfamuu Qeerroon gabaase.
March 29, 2016 By Qeerroo
Gabaasaan Qeerroo akka ibsutti godina Qellem ona garagaratti walgayiin wayyaanee fi mariin mootummaan uummata gowomsuuf karaa
ergamtoota isaa OPDOtiin uummata dirqisiisuuf yaalan feshalaa’uu fig alma gahuu diduu irraan ona kana keessatti walgayiin kamuu
gaggeeffamaa kan hin jirre yeroodhaa yeroottis kan feshalaa’uu fi FXG baadiyaa dabalatee itti fufee waan jiruuf qindeessitoota FXG jedhamuun
daraggootni 28 ganda Gomboo keessaa yoo butaman ganda warraa Baabboo jedhamu keessa dargaggootni 5 ol ukkaamfamuu Qeerroon gabaasee jira. kun guyyaa har’aa Bitootessa 28/2016 tahuu gabaasni ibsa.
Har’a sa’a booda waraanni dachaafamee gara Ona Jimmaa Horrootti guuramaa jira. Uummanni FXGtti waan makamee jiruuf WBOnis achiin biyya
seenee jira jechuunis wayyaaneen waraana ishee garasitti guurrataa jiraatuu Qeerroon gabaasaa jira.
በሰሜን ጎንደር በቋራ ሽንፋና አካባቢው ከዚህ በፊት ወያኔ በለኮሰው የአማራን እና ቅማንት ማህበርሰብ ላይ ለማጋጨት በፈፀመው ሴራ ላይ ለማክሸፍ ህዝብን ያረጋጉ እና ያሰባስቡ በነበሩ ግለሰብፕች ላይ አፈሳ እና እስራት ማድረጉ ይታወቃል ከነዚህም ሰለባዎች መካከል
1- መ/ አለቃ ደጀኔ ወርቁ
2- አቶ አታላይ ደምሴ
3- አቶ ጋሹ ጌጡ
4- አቶ ነጋ ጌጡ
5- አቶ አስቻለው እና ሌሎች
በርካታ እስረኞችን ለ2 ወር ካለምንም ፍርድቤት ክስ ታስረው ሚሰቃዩትን ሰዎችን ትላንት በቀን 19/07/ 2008ዓ፡ም ህውሀት ወያኔ ከተላላኪው በአዴን ተቀብሎ ከሽንፋ ፖሊስ ጣቢያ አውጥቶ ሊወስዳቸው ሲል በህዝቡ ንቁ ተሳትፎ ጥቆማ የሽንፋ ህዝብ ተኩስ በመክፈት ከወያኔ አፈና በማስቀረት ፖሊስ ጣቢያው በህዝብ ተከቦ አድሯል፡፡ ሁሉም የህዝብ ተቃማት ት/ ቤቶች ፥ ባንክ እና የግል ድርጅቶች ከትላንት ከቀኑ 6፥00 ሰዓት ጀምሮ ተዘግተዋል ሁሉም እንቅስቃሴዎች ቁመዋል ህዝብ እና ወያኔ ተፋጠዋል፡፡
የሰማያዊ ፓርቲ ውዝግብ ቀጥሏል::ፓርቲውን ለማፍረስ የታቀደ ሴራ ነው::
#Ethiopia @Semayawiparty #Blueparty #Kelemkend #MinilikSalsawi
Minilik Salsawi (ምንሊክ ሳልሳዊ) – የስነ ስርዓት ኮሚቴው ምክትል ሰብሳቢ የሆኑት ሻምበል ካሳሁን እንዳሉት … ምንም አይነት የተጭበረበረ ገንዘብ እንደሌለና ነገር ግን ሆን ተብሎ ፓርቲውን ለማፍረስ የታቀደ ሴራ ነው ሲሉ ተናግረዋል::..የፓርቲው የስነስርኣት ኮሚቴ ምክትል ሰብሳቢ ሆኜ ሳለ ከየት እንደመጡ የማላውቃቸው የፓርቲ አባላት ያልሆኑ ከሕገ ደንቡ ውጪ ሁለት ሰዎች ከኮሚቴው ጋር እንዲሰሩ ተጨምረዋል ሲሉ እኔ በሌለሁበት ሁለቱ እንግዳ ሰዎች ፓርቲውን ለማፍረስ እቅዳቸውን ተግባራዊ አደረጉ ሲሉ በነኢንጂነር ይልቃል እና በፓርቲው አመራሮች ላይ የታቀደውን ሴራ ይፋ አድርገውታል::ዝርዝሩ ከዚህ ምስል ላይ ያገኙታል::(ምስሉ የቀለም ቀንድ ጋዜጣ ነው)
ይሄ በትላትናዉ ዕለት በአራዳ ክ/ለ ከተማ ፒያሳ ልዩ ስሙ‹‹ዶሮ ማነቂያ››ተብሎ በሚጠራዉ ሰፈር በታጣቂዎች ሃይል በአፋጣኝ እንዲዳፈን የተደረገዉ ህዝባዊ አመጽ ምክንያት የሆነ ደብዳቤ ነዉ፡፡
አፍራሽ ግብረ ኃይሉ ከላይ ቤቶቹን ለማፍረስ እንደሚመጣ በመንግስት ማህተም በታጀበ ጽኁፉ ይገልጽና፤‹‹ከታች ደግሞ መለስ ዜናዊ ለህዝብ የተፈጠረ፤ ለህዝብ የኖረ፤ ለህዝብ የተሰዋ ታላቅ መሪ፤ ሌጋሲህ ይቀጥላል ራዕይህም በትዉልድ ቅብብሎሽ ይሳካል›› ይላል!
እዉነቱም ይሄዉ -ነዉ የመለስ ራዕይ ፤ የግለሰብን ቤት ፤ የህዝቦችን የመኖር ህልዉናና ሀገር ከማፍረስ የዘለለ ፋይዳ የለዉም፡፡
በነገራችን ላይ ነጋዴዎቹ የንግድ ቤቶቹን ለማሳደስ ከክፍለ-ከተማዉም ሆነ ከሚመለከከተዉ አካል ፈቃድ ጠይቀዋል፡፡ጤና ቢሮም በየግዜዉ እየሄደ ግንባታዉን ይቆጣጠር ነበር፡፡ግና ዛሬ አሳድሰዉ ሲጨርሱ ካልአፈረሳችሁ ሞተን እንገኛለን ተባሉ፡፡
