Quantcast
Channel: Oromia
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

#OromoProtests, September 13, 2016

$
0
0




(SBO Fulbaana 13, 2016) — Godina Lixa Shaggar Gidduugaleessaa Oromiyaa Aanaa Adaa’aa Bargaa Mogoritti Warraaqsii biyyoolessaa Oromiyaa FXG daran jabaachuun itti fufe. Mogoor keessatti

  1. Sababa Sochıı duulaa gabaa lagachuu fı uggura dinagdee buusuu torbee tokkoof gaggeeffameen manneen daldalaa fi suuqiiwwaan cufamanii turan banamaa yeroo jirachuun walqabatee waraanni Agaazii Uummata irratti reebicha hamaa gaggeessuun jumlaan mana hidhaatti guuraa jira.
  2. Hoojjettootni Warshaa Simintoo DANGOTE hojii guutummaatti dhaabuun diddaa isaanii kan itti fufani jiran yoo ta’uu qondaalotni wayyaanee aangawootni warshichaa fi abbaa qabenyummaa isaa waayila wayyaanee lammii Naajeeriyaa kan ta’ee kasaaraa guddaaf saaxilamee waan jiruuf warshicha banuuf illee fedhii kan hin qabnee ta’uu argisiisee jira Yeroo ammaa kana hojjattootni warshichaa guutummaan mooraa warshichaa keessa dhaabbatanii argamu. Qeerroon Mogoor qindeessıtootnı sochii warraaqsaa FXG sochii Warraaqsaa keenyaa roga hundan hanga wayyaaneen Oromiyaa gadhiiftee baatutti itti fufa jechuun dhaamsa dabarsan!!

Injifannoon Uummata Oromoof!!


ODUU AMMEE/HO’AA/

Magaalaa Naqamteetti qaamoleen Mootummaa manneen daldalaa fi buufatni konkolaataa akka hojii hin jalqabne dhorkaman.

Sababaa isaa yemmuu gaafatamanis ” Warri isin dhaabsise dhufee isin haa jalqabsiisu!!
Amma immoo dabareen keenya waan ta’eef hin hojjettan !!”jechaa jiru.

Ajab Mootummaa Uummata waliin walii galuu dhabee Uummataan xiiqii qabatu kana maal jedhuun???? Via Beekan Gulummaa Irranaa


#oromorevolution Oduun ammaa gara miidiyaa adda addaan dhaga’amaa jiruu akka ibsutii ;wayyaneen garee sadiitti hiramtee jedhamaa jiraa.
Kanumaan walqabatee qondaali Wayyaane kan ta’ee #Sibaat Nagaas hidhameera jedhuu.
Kaleessaa galgalaa naannoo Masaraa mootummaa Ethiopiatti tasgabiin kan dhabameef Agaaziin oliif gaddi fiiga buluu isaani himaama jiraa.

==========================================
warrii biyyaa keessaa fi Alaa hunduu oduu kana duuka akka buutan siniif dhaamu barbaana.
Duuti Mallasiif kufaatin mootummaa Wayyaane walfakkachuu hin oolu kanaaf keessaa isaanitti waldhabdeen akkas yoo jiraate ,duuka bu’uuf dubbiiin gara kamiitti akka deema jirtuu baruun gaariidha. Via 
Moses Gada



#OromoProtests Flares up in Yaye Gulale, Salale
“godinaa shaawa kaabaa Aanaa yayyaa gullaallee keessaatti lolii diddaa gabruuma guyyaa gutuu gaggeeffama olee jiraa.qilleensaraa olichaa mee kun raggaa gutuu waliin kan jirudha”


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918