By Salia Sami
Sagantaa GUMAA RAAYYAA g-r HAQA BAAS..!!
marsaa 3ffaa….!!
Baqattooni oromoo biyya Germany keessa jiraatan rakkinaa fii hiraaraa akkamii keessa akka jiran akkasuma qaama beektotaa fii hoggantoota siyaasaa oromoo akkasuma amataa kamuu isa dhufee mildhatu if biraa dhabanii mooraa baqattoota keessatti dararamaa akka jiran sagantaa kana keessatti hammannee isiniif dhiyaanne jirra.
Akkuma beekkamu baroota dheeraadhaaf ilmaan oromoo roorroo dhalli namaa maaf jiratta jedhee namatti roorrisuun biyyarraa baqatanii gammoojjii fii galaanaan nyaatamaa jiraachuun ni yaadatama…
Baqattoonni oromoo biyya germany magaalaa nurnberg jiraatan hambaa gammoojji fii qurxummii galaanaa irraa kan hafan hoo maal jedhu laata..??
akkasuma sagantaa itti Aanu marsaan 4ffaan torbaan itti aanu kan isin qaqqabu taha nu hordofaan dhaamsa keenya…!!
Daawwadhaa……………….
share……………………….
comment……………………….
like…………………….
gochuu hin irranfatinaa….!!
GUMAA RAAYYAA g-r HAQA BAAS…!!
“SANATE STUDIO” in germany 2016