#OromoRevolution BREAKING: Shawaa Bahaatti Aanaan Liban Cuqqaallaa guutuu guutitti bilisoomtee jirti. Poolisin kora bittineessaa konkolaata shaniin dhaqe meeshaa lafa kayee harka ol qabatee ummatatti seene. Via Daraaraa Sabaa
#OromoRevolution Thank you Ambassodor but the opportunity for dialog was closed with #IrreechaMassacre
=========
CANADIAN AMBASSADOR EXPRESSES CONDOLENCES FOLLOWING EVENTS IN BISHOFTU, ENCOURAGES PEACEFUL DIALOGUE
October 06, 2016 / No. 201610-06
Canada’s Ambassador to Ethiopia, Philip Baker, today issued a statement on recent events in the Oromia region in Ethiopia:
“Canada wishes to express its sincere condolences for those killed and injured at the Irrecha event in Bishoftu last Sunday. Our thoughts are with the families of the victims.
Canada continues to follow developments in Ethiopia closely. We urge all stakeholders to exercise restraint, and demonstrate their commitment to peaceful civic engagement and dialogue.
Canada stands with all Ethiopians and remains committed to supporting democratic engagement in the country.” Via Naf-tanan Gaadullo
#በጣም አስቸኳይ
ሰበር ዜና ….. ከመአከላዊ የደህንነት ቢሮ በዋና ስራ ተሰማርቶ የሚሰራ የቁርጥቀን ወዳጄ በውስጥ መስመር የላከልኝ አስደንጋጭ መረጃ በፍጥነት ለመከላከያ ሰራዊቱ አድርስልኝ ብሏል . ወያኔ በየ በረሀው ተሰማርተው የሚንቀሳቀሱትን የአማራና የኦሮሞ ተወላጅ የሆኑትን በመለየት ሁለት አፋጣኝ እርምጃ አቅዶ ጨርሷል 1ኛው የሁለቱን ቢሄር ተወላጅ የሆኑትን መከላከያዎች በመለየት የተመረዘ ምግብ በማብላት መጨረስ 2ኛው የሁለቱን ቢሄር ተወላጅ መከላከያዎች ነጥሎ ለጀት አመችና ለማምለጥ የማይመችበት ቀለበት ቦታ በማስገባት ፋታ በሌለው የጀት ድብደባ መደምሰስ ይሄን ባፋጣኝ ለመፈፀም ዝግጅቱን ጨርሷል ብሎኛል ስለዚህ ፌስቡክ የምትጠቀሙ የአማራና የኦሮሞ ተወላጅ የጦር አዛዦች ካላቹህ መልእክቱን ለሰራዊቱ አድርሱ። Via ቆራጥ አማራ
Egypt denies involvement in Ethiopia’s conflict
#PromoRevolution :”Godina Arsii Lixaa, Aanaa Gadab Hasaasaa magaalaa Coofira Shaasheetti qabsoon October 4,2016 ganama irraa haga galgalaatti diina ummata keenna saamaa, saamsisaa fi ajjeesisaa ture kan(sabaan walaayittaa ta’anii ummata bahaa gala dhoorgaa turan)kanneen akka agaaziitti hidhannoo guutuu qaban wajjiin falmaa oolanii jarri dursanii qilee waan qabataniif halkan yeroo ummanni gargar gale baqattee gaafa October 5 walii labsanii itti deebi’uun maandhee jaraa diiganii qabeenya jaraa barbadeessuun basaasaa wayyaanee ummata irratti dhukaasa banee nama lama ajjeesee tokko madeesse ajjeesanii meeshaa irraa hiikkataniiru. Qabeenya basaastuu lammaffaa kan iccitii ummataa diinaaf qoodee mishigii (maandhee)akka qabatan godhee ummata ficcisiisee ibiddaan barbadeessanii, shaasheen diina sabaan walaamoo ta’e irraa bilisoomteerti. Yeroo Agaaziin daandiiwwan cufame banaa Hasaasa irraa dhufutti ummanni murtii dabarfatee gargar galeera.
Qeerroon coofira Shaashee dachii diinni saame bilisoomsee oromoomseera.” Via Hassan Ismail Fatou
# OromoRevolution “Yaadachiisa Ummata BOORANAA fi GUJII tiif
Gaafa guyyaa 23/1/2009 Konkolaataan Agaazii fe’ee godina Booranaa irraa gara Bulee Horaa dhufe qeerroo Bulee Horaatiin battalumatti gubate barbadaa’uun isaa ni beekama. Haata’uu malee guyyaa kaleessaa irraa eegalee Woyaanneen qabsoo Gujii fi Booranaa keessaatti godhama jiru kallatti jijjiiruuf akka waan qabeenyi Booranaa gubatee gootee olola oofuun daangaa aanaa Yaaballoo fi Areeroo irraatti obboleeyyaan lamaan walitti buusuuf yaalaa jirti. Kanaafuu Booranaa fi Gujiin konkolaataan gubate kan Booranaa osoo hin taanee kan nama dhunfaa ta’u hubachuun abbaa gochaa kanaa beektani of-eeggannoo cimaa akka gootanu!!!
Qerroo Magaalaa YAABALLOO irraa!” Via Mirga Namummaa