Quantcast
Channel: Oromia
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

#FXG, October 8, 2016

$
0
0

#OromoRevolution“”Godina Arsii Bahaa Aanaa Leemmuuf bilbiloo magaala xiqqoo Bar kumee jedhamtu keessatti waraana Agaazii otoo konkolaataan gara magaala Silxaanaa deemaa jiranuu Ummanni magaalaa Bar kumee agaazii 5 eboodhaan wawaraananii ajjeesuun hedhannoo jaraa guutuu irraa fudhanii jiru.” Dhaamsa kana naaf dabarsi dubbii dhugaati waan ta’eef.”

“You think with what you know” a basic management principle. Ogeessi waraanaa Oromoo kan bara Haile-sellassie kaasee amma bara Wayyaanee jiru hundi kan Oromiyaa ti. Kanaafuu, duguuggaa sanyii irratti raawwachaa jiru of irraa dhorkuu qaba uumatni Oromoo. Via Feyera Sobokssa



#OromoRevolution ARIIFACHIISAA
__________________________
“Arsii Lixaa aanaalee akka Nageellee Arsii,Gadab Asaasaa,Dodolaa,Adaabaa,Kokkossaatti agaaziin uffata sivilii uffattee konkolaataan alaabaa Adda Bilisummaa Oromoo qabachuun sirboota akka Caalaa Bultumee sirbisiisuun Qeerroo adamsaa jirti.Wanti kun guutuu Oromiyaatti babaldhachuu waan danda’uuf gama OMN tiin akka ummata beeksiftan.” Via Daraaraa Sabaa


#OromoRevolution Ilmaan Oromoo maqaansaanii armaan gaditti tarraahe guyyaa tokko qofatti Ajjetti wareegaman
1)Dajani Usu
2) Usena Hayeso
3) Gamachuu Ilmo
4) Badhaasoo Bakkare
5) Ramato Tufa
6) Boorama Gudata
7) Raamattoo Useenaa8)Ilma Haji Damisee
9) Ahmad Adema
10) Mako Bushura
11) Nura Abuu
12) Jablo Muhammad Alqoo
13) Gammadoo Booraa
14) Qussi Ireessoo
15) Gammadii Qabatoo
16) Nugusaa Nunoo
17) Gammachuu Qawweetti
18) Abbalaatta Kadiir
19) Kurfoo
20) Bonsoo
21) Saffayoo Baree
22) Nageesso Eda’oo
23) Bonaa Bungaa
24) Guddisoo Tukee
25) Dimmaa Ogattoo Via Ademmisoma


#OromoRevolution
“Wayyaneeni namottaa Guuyyaa har’aa Ajeeftee dhoksuuf yeroo Amaa kanaa Reservoir Bishani dhugattii Maagallaa Qarsaa Anaa Munessaa Suumii ittii naaqxee jedhamarraa akka ummanii of eguu Qillensaa irraa nuu olchaa” Via Ademmisoma


#OromoRevolution onkololessaa 8/2016 Godinalee Oromiyaa Garaagaraa fi magaalota Oromiyaa garaa garaa keessatti Warraaqsii Biyyooleessa Oromiyaa FXG daran jabachuun kan itti Fufee jiruun Walqabatee Waraanni Wayyaanee Uummatarratti bobbaafamee dararaa dhala namaaf hin malle irraan gahaa ooluu Qeerroon meettaa ibse. Wayyaaneen abdii kutachuudhaan sadarkaa dhumaarra geessee ajaja dhumaa duguuginsa sanyii uummata oromoo irratti ajajjus hanga dhumaatti nutis duubatti hin deebinu yoo jedhan Qeerroon Oromoo aanaa meettaa ejjennoo isaanii uummata oromoo maraaf dhaamsa dabarsaniiru. Bilisummaan baranuma!
INJIFANNOON UUMMATA OROMOOF! ! Seenessaa Qeerroo

qeerroo_bilisummaa


#OromoRevolution Onkoloolessa 8/2016 Oromiyaa Bahaa Aanaa Liibaan Cuqqaalaatti Warraaqsii Biyyoolessa Oromiyaa FXG daran jabaatee itti fufuun cinatti Goototni Qeerroon Bilisummaa Oromoo fi Uummatni Tarkaanfii Of irraa Deena ittisuu Jabeessuun waraanaa Agaazii lama Uuffata Poolisaa Oromiyaa Uffaachuun uummatarraa hidhannoo Hiikkachuuf socho’aa jirtu haleeluun lama galaafate jira, naannoo kanattii waraanni heddumminaan bobbaafamee jira.uummaatnis diddaa jabeessuun sodaa qawwee bitamnee hin bulluu jechuun dhaadannoon dura dhaabbate.Humna waraana Wayyaanee yakka waraanaa Rawwachuuf bobbaafame qormaata guddaatu mudachaa jira. Qeerroon uummatni keenyaa of eeggannoo fi dammaqinsaan diina akka of irraa ittisuuf dhaamsa dabarsee jira!!
INJIFANNOON UUMMATA OROMOOF! ! Via Seenessaa Qeerroo


Hamza Borana
#OromoRevolution Godina Arsii Lixaa Aanaa Dodolaa Sinaana Baaqaatti Ijoollee maatiin walittii dhihatan lubbuun woreegamtee.#RDH

namootaa woreegamee keessa maqaa muraasa arganeen jira.

1.Buraash Jeeylan Galatuu
2. Kimoo Saaddoo Hullee
3. Huseen Galatuu
4. Abbaas Turaa
5. Seefuu Hiikoo
6. Shamarree maqaa ishee hin argannee tan Kimoo Heebboo fi kan biroos woreegamanii jiru.

Ajjeechaa Jumlaa Ijoollee gandaa takkaa irraatti rawwatameen kan qooda irraa fudhatee Hogaantoota OPDO ti.

1. Jamaal Amaan Bulchaa Aanaa
2. Huseen Mohammed I/G Kominikeeshinii Aanaa
3.Baayyuu Aduunyaa Af-yaa’ii
4. Asaffaa Furaa Polisaa.

kan nama gaddisisuu Agaazii fi Hangawoonnii kunneen waliin tahaanii uffata siviili fi uffata woraana uffataani Ijoollee teenyaa fixaa jiran.

AGAAZIIF fi Tigreen galuuf deemti, osoo jarriis hin deemin jara kana ajjeefnee GUMAA Ijoollee keenya akka bafannuu Abdin qabna jechuun maddeen keenya dhaamsa isaani dabarsaniiru.  Via Hopeof Freedom


 


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918