Quantcast
Channel: Oromia
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

Gaafiif Deebii Hoggana Qeerroo Bilisummaa fi Oduu Hardhaa

$
0
0


#Arsii lixaa

Godinaalee Oromiyaa adda addaa keessatti mormiin geggeessamaa jiruu, Arsii Lixaa – Shaashemannee fi Ajjee kessatti, akkasumas, Godinaa Booranaa keessatti tarkaanfii humnoonni mootummaa fudhataniin namoonni du’uu isaanii dubbatan – jiraattonni dubbataa jiran. Godinaa addaa Oromiyaa, magaalaa Sabbataa keessatti immoo, “hidhamtootatti summii ajjeesu yokaan qaama laamshessu kennuuf, qaamni humnoota mootummaa marii geggeesse” Via Injiffannoo Oromiyaa


Oduu amma #Karrayyuu irraa nu dhaqqabe
Onkoloolessa 08,2016 irraa qabee haga ammaatti lollii cimaan Oromoo Karrayyuu fi waraana wayyaanee gidduutti geggeeffamaa jira.

Yeroo ammaa kanatti mooraan abbaa qabeenyaa harka mirgaa wayyaanee kan Sheek Allaamuddii duula Qeerroon godheen barbadeeffamuu oduun nu gahe kun ifa godha.

Kana malees konkolaattotni wayyaanee 2 irree ummataa fi qeerroon kan barbadaa’an oggaa ta’u, matireyyesiin tokkos wayyaanee irraa booji’amuu dabaluun hubachiisa oduun amma nu gahe. Yeroo ammaa kanatti agaazotni konkolaattota hedduun dirmatnaaf gara sanatti bobbaafamuunis dhaga’ameera. Ummatni keenyas kana hubachuu fi tooftaa isaa tolfatuu akka qabu dhaamameera. Via Injiffannoo Oromiyaa


#OromoRevolution “Oddefanno waan internet naanoo arsii lixaa hojjata hin jireef oddefannonni ummataa biiraa gaha hin jiruu …. Waajiraleenni 20 oli gubbatanni jiruu…… Magalaa dodolatti gandaa heraroo namonni maarii wolitti qabamanni jaarsoonni irra Caalanni namonni 22 waregamanni jiruu …. Magalaa dodola fi gandotaa badiyaa dabalatte namonni 60 oli qawwee rukkutamanni jiruu…….Namonni miinishaa uffataa mutummanni keneef gubbunni qawwee qeerootti kenenni jiruu” Via Daraaraa Sabaa


Yeroo amma kanatti Oromoon Qawwee isaanii mitti Shimala isaanii ilee nama biraat kennuu hinqaban. Waan qabdan fudhaatii Bosona seenaa.

#OromoRevolution#G/Q/Wallaggaa Aanaa Jimmaa Horroo keessatti yeroo ammaa kana meeshaa uumanni qarshii isaa baasee bitate diina lubbuu isaa fi biyya isaa isa saamu kan inni ittiin ofirraa qolatu ajajatu gubbaarraa nuuf dhufe jechuun itti gaafatamaan bulchiinsa biyya sanaa kan ta’e obbo WAAQTOLAA JAALLATAA fi itti gaafatamaa dhimma nagaeenyaa aanaa sanaa obbo BAACAA DAABOO meeshaa keessan hiikkadhaa gara waajjira mootummaatti guyyaa lamaan kana keessatti fidaa galii godhaa yoo diddan rakkoo guddaatu isinirra ga’a jechuudhaan uummata aanaa irraa hanga gandaatti hiraarsaa jiru kanaaf uummata naannoo sanaan gonkumaa akka meeshaa keessan galii hin goone sababni isaa harka keessan duwwaa yeroo taatan akka barbaade isin gochuuf kanaafuu diduu qabdan.

Qabsoon itti fufa” via Dammaqaa


#OromoRevolution “Baalee Agarfaa jalatti argaman qeerroo gandoota heddurra walitti dhufanii erga mari’atanii booda ganda hebanoo bu’aamoo, ganda Odaa nagesso,akksumas ganda Alloo Caffoo wajjiraalee bulchinsa gandaatiifi akkasumas wajjiraalee gara garaa kanneen motummaa gutumaan gututti barbadeessun gar ganada odaa caffootiifi akkasumas ganda mokkonnaa farrajjootti mormii cimaa agarsiisaa adeemaru akka tasaa tahee guyyaan har’a gabaa odaa nageessooti gabaan walumaa galatti mormitti jijjiramtee olteerti dhaamsa kana nuf dabarsaa sababbin networkiitiin waan rakkataa jiruuf jedhaniru” Via Hopeof Freedom


#OromoRevolution
“Amma saa’aa ani ergaa kana barreesutti Arsii Bahaa Aaana Roobee Ganda Jeenaa Gadamsaa jedhamutti Qawwee 34 hiikataani jiru. Shirka Ganda Galabee amajaa jedhamutti qawwee 43 hiikatanii jiru. Magaalonni Akka Saddiiqa fi Jeenaa kan adda isaan godhu hidhataa leenji’e amansiisuun hawaasa haala itti fayadama qawwee akka leenjisu taasisaa jiru. Warri Shirkallee Akka Saddiiqatitti of bilisoomsuu qabna jedhanii Caasaa mootumma barbadeessa jiran.’ Via Mirga Namummaa


Guyyaa Arraa 29/01/2009 sa’aa 8:00 iratti God /lixaa magaalaa Asabootii fi mi’eesso jiddutti konkolaataan minibaasii Konkolaataa makalaakayaa mootummaa wayyaanee fe’ee gara adaamaa oldeemaa jiruun waldhahuudhaan battalumatti namoota 2 makalaakayaa wayyaanee irraa ajjeessuudhaan wayyaaneen beekaati nurraa ajjeese jechuudhaan haaloo qaban ummatatti bahuudhaaf dhaadachaa jiran kanaafuu qeerroon naannoo jirtan akka of eeydan dhaamsa sabaa isiniif dabarsina injifennoon ummata keenyaaf haatahuu Via Qeerroo Karaa Harargee


የሰበታ ከተማ ካንቲባው አራርሳ መርዳሳ የኦሮሞ ወጣቶችን በማሰቃየትንና በመስገደል ላይ ይገኛል፡፡
የሰበታ ከተማ ካንቲባው አራርሳ መርዳሳ ከ700 የሚበልጡ የኦሮሞ ወጣቶችን ሰበታ ከተማ ውስጥ በሚገኙ የተለያዩ መጋዘኖች እና የቀበሌ አዳራሾች ወስጥ ያለምግብና መጠላያ በማጎር በአጋዚ ወታደሮች እንደሚያስገርፉና እንደሚያሰቃዩኣቸው ከዛ የሚወጡ ታማኝ ምንጮች አረጋግጠዋል፡፡
እንደሚታወቀው ዋያኔ ሆራ -አረሰዲ ላይ በንጹሃን የኦሮሞ ዜጎች ላይ በፈጸመው ዘግናኝና አሬሜነያዊ ግዲያ የተበሳጩት በአዲስ አበባና ዙርያዋ የሚገኙ የኦሮሚያ ልዩ ዞን ናዋሪዎች፣ ሰበታ ከተማን ጨምሮ ከላፈው መስከረም 23 ቀን 2009 ዓ.ም ጀምረው ሰባታ አከባቢ የሚገኘውን የዋያኔ በላስልጣኖችና ሼርኮቻቸው የሆነውን ንብረት እንደነ፤
• አያካ ጨርቃ ጨርቅ ፋበሪካ(ሰበታ-ዲማ አከባቢ የሚገኘውና ንብረትነቱ የቀድሞ ጠ/ሚ መለስ ዜናዊ በለቤት የወ/ሮ አዘብ መስፍንና የቱርኮች ሼር ካመፓኒ የሆነውን)፣
• ዩሮ-የከብል ማመረቻ ፋበሪካ( ሰበታ-ዲማ አከባቢ የሚገኘው የዋያኔ ባለስልጣን የተለያዩ የኤለክትሪክ ገመዶች ማምረቻ ድርጅት)፣
• አርባ ምንጭ ጭርቃ ጭርቅ ፋበሪካ (ሰበታ መራ-እውራን ጀርባ ያለውና ባለቤትነቱ የአቶ ስዩም መስፍንና ቤተሰቦቹ አክስዮን ማህበር)፣
• አለምገና የውሃ መያዛ/ሮቶ/ ታንከር ማምረቻ ፋብሪካ፣
• ዲሚ አከባቢ የሚገኝውን የአበባ እርሻ ልማት(ንብረትነቱ የወያኔ ባለስልጣኖች)፣
• አዋሽ ማልካ ቁንቱሬ የሚገኘው የአበባ እርሻ ልማቶች (ባለቤትነቱ የአቶ ስዩም መስፍንና የዘመዶቹ ሆኖ የኢንይ ሪል-ስቴት እህት ኩባኒያ)፣
• አዋሽ ማልካ ቁንቱሬ የሚገኘው የየዲንጋይ መፍጫ ማሽኖች (ንብረትነቱ የኦፕዲኦ ባለስልጣኖች)፣
• ሶሲና ሁለተኛ ደረጃ ት/ቤት(ባለቤቱ የወያኔ ሰላይ ትገሬ)፣
• አለም …(የአባቱ ስም ለጊዜው ያልታወቀ) ባለሁለት ፎቅ መኖሪ ቤት( ፉሪ-ጎመን ጣቢያ ገባ ብሎ፣ ባለቤቱ የወያኔ ሰላይ ትገሬ)፣
• የተለያዩ ከበድና ቀላል ተሸከርካሪዎች (ንበረተነታቸው የወያኔና የሰላዮቻቸው የሆኑ)……….ወዘተረፈ መውደማቸው ይታወቃል፡፡
ይህንኑ ምክንያት በማድረግ ጨካኙና አሬመኔው የሰበታ ከተማ ካንቲባ ተብዬው አራርሳ ማርዳሳ ሰበታ ከተማ ወስጥ ቤት ተካራይተው የሚኖሩትን የኦሮሞ ወጣቶች(በተለይም ስራ ፍለጋ ከተለያዩ የኦሮሚያ አከባቢዎች ወደ ሰበታ ከተማ የመጡትን የወለጋ፣ አምቦ፣ ወሊሶ፣ ሌማን፣ ሳላሌ…..ወጣቶች) ከአጋዚ ወታደሮች ጋር በመሆን ቤት ለቤት እየዞረ እያስለቀመ በማሳሰርና ቀን ከሌሊት ባዶ መጋዘን ወስጥ ያለምገብ፣ ውሃ ና ልበስ አንድ ላይ በማጎር እየስገረፉና እያሰቃዩአቸው ሲሆን ባለፉት ሁለት ቀናት ውስጥ ብቻ ቁጥራቸው በውል ያልተወቁ ብዙ ወጣቶች ድብደባውን መቋቋም አቅቶዋቸው ህይወታቸው እንዳለፈ ለማሰቀያው እስር-ቤት ቅርበት ያላቸው ሰዎች በሃዘንና ቁጭት ይናገራሉ፡፡
አቶ አራርሳ መርዳሳ ታማኝ የወያኔ አገላጋይ በመሆን የሚታወቁ ሲሆን ይህንን ተማኝነታቸውንም ያተረፉት በትውልድ አከባቢያቸው ሆሌታ ወረዳ ውስጥ በ1988 ዓ.ም አከባቢ ገና ወደ ኦፒዲኦ አባልነት ተመልምለው እንደገቡ አብሮ-አደግና የአጎቱ ልጅ የሆነን ሰው የኦነግ አባል ነው በማለት ለዋያኔ ከጠቆመው በኋላ ኦነግማ ከሆነ ራስህ ግደለው ብለው ወያኔዎች ካዘዙት በኋላ የወያኔ ትዕዛዝ ተቀብሎ የአጎቱን ልጅ ራሱ የገደለ ነፍሰ-በላ፣ ደረቅ መሃይም እና ክፉ- ጨካኝ ግለሰብ መሆኑን ማንም ሰው የሚያውቀው ነው፡፡
በተለይም ይህ ግለሰብ የኢሃድግ የፖለቲካ መስመርን ያልተቀበሉ የተማሩ ግለሰቦችን (የመንግስት ሰራተኞችን) በተቃዋሚ የፖለቲካ ድርጅት በመፈረጅ፣ ህዝብ ማሃል በአደባባይ በማንጓጠጥ፣ በማዋረድ፣ ማሳሰርና ከስራ ገበታቸው ያለምንም ማስጠንቀቂያ በማበረር የሚታወቅ እና ከድሮ ጀምሮ (የሰበታ ወረዳ አሰተዳዳሪ ከነበረበት ጊዜ ጀምሮ)ትእዛዝ የሚቀበለው ከክልሉ መንግስት ሳይሆን በቀጥታ ከእነ አቶ አባይ ፀሃይና ክፍተኛ የወያኔ ባለስልጣኖች ሲሆን ነሃሴ 2008 ዓ.ም መጨረሻ አከባቢ አቶ ስዩም መስፍን እዛው ሰበታ ከተማ ድረስ በመሄድ ለረጅም ሰዓት ቢሮ ወስጥ ሁለቱ ብቻ ሆነው በዝግ ሲወያዩ እንደነበር ማንም የሰበታ ከተማ መዘጋጃ ሰራተኞችና ነዋሪዎች የሚያውቁት ጉዳይ ነው፡፡ Via 
Waradiki Dabala


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918