Quantcast
Channel: Oromia
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

#OromoProtests Daily, April 4, 2016

$
0
0

‪#‎OromoProtests‬
Godina Jimmaa Aanaa Limmuu Saqqaa
==============================
Keessatti Fxg Itti Fufe Jira. Gandoota Kanneen Akka ‪#‎Komakube‬,fi ‪#‎Saachani‬ Akkasumas ‪#‎Hallookalaala‬ Jedhamanu Keessatti Qeerroon Hiriira Nagaa Bahun Dhadanno Dhageessisu Fi Sirbaaf Dhiichisan Gabrofataa Morkaa Jiru


Sad News: Over 100 people including 8 members of the same family are feared dead in Jigjiga, Somali region due a heavy flood that hit the region last night. The neighboring Chinakson town in Oromia is was also affected. Sadly the regime media did not utter word nor has emergency support arrived for affected communities.
Dhaamsa Oromoota maraaf dhimma baqattoota Oromoo biyya masrii ilaalchisee darbe
=================================
Waliif dabarsuu hin dagatinaa

Hiriirri hulaa ‪#‎UNHCR‬ Egypt duratti godhamaa jiru itti fufuun isaa beekkamaadha. garuu haalaa fi sochii hiriira irratti godhamaa jiru hunda aangawoonni UNHCR Egypt gama siyaasatti jirjiirun hiriirri akka galma hin geenye godhuuf tattaaffi adda addaa godhaa jiru. fakkeenyaf miidiyaalee byya keessaa fi kan biyya alaatis dhufanii akka ummata hiriirarra jiru hin dubbifne godhaa jiru kara qaama nageenya naanichaa sababa godhatuun. akkasumas Oromota dhaabbilee gargaarsa namoomaa adda addaa keessa hoojatan (UNHCR dabalatee) akka isaan waa’ee hiriira geggeeffamaa jiruu hin dubbanneef doorsisaa jiraachun qabatamaan irra gahamee jira. kanaafuu waan hunda caala qaama nageenya naannawa hiriiraa jiruu fi ollaa naannawa hiriirri itti bahama jiru wajjiin akka walitti hin buune cimseen isiniif dhaama.

12963816_2022072121350794_5917859236466578726_n

12963361_2022072291350777_923236998964706452_n

DHAAMSA KANA WALIIF DABARSAA‪


#‎OromoProtests‬ the bloodshed continues at Jimma University, today.
12670503_10208343939054594_1370250017934236605_n


#‎OromoProtests‬-(04.04.2016, ‪#‎BilisummaaOromoo‬, Oromia) Ummati Oromiyaa bahaa, Harargee Lixaa, aanaa Gammachis keessa jiraatan dhiibbaa fi roorroon guddaa irraa gahaa jira.
12920427_642233355926190_7021519967325197155_n


Jiraatonii anaa Gammachis hararge lixa magaala qunnee kessa jiraan fi ummanii badiyaa bakka buáa Wayyaanee kan tahe itti gafatama wajjira bulchinsa aanaa gammachisi ‪#‎tediros‬-gezany kan
jedhamuuun saamamaa jiru.
Namni kun ummata karaan irraa gahee keeysaattu jirattota ummata sorooro malaaqa shalagi ittin issini dabalchisaa jechaa mallaqa irra gurra akka jiruufii yoo issan didan amoo issinirra shalagi xiqqeeysa jechaa umattarra yoo xiqqaate qarshii 10000 irra gurra jiraachu
isaa hangaa amaatti namoota 40 ol tahaan irra qarshii kana walitti akka qabaa jiruu namoota jalaa demtoota issa ijaaraatte akka irra gurra jiruu beekameera.
Dabalatanis mallaqa mottummaa wajjira misooma fi mallaqa dinagaagde anachii waliin tahuudhaan mallaqa kodii issa jiijiree dhunfaaf olfaata.
Amaas tana namaa hojii dhabee dedemuu anaa issin qaxaara hojii Nat issin galchaa jechuudhan akka mallaqa fidaani yookan akka hin qaxaarmne issin godha jechaa jiraaIssaffi itti gafatama wajjira sivil sarvisii anaa Gammachis Obbo kadiir ida’oo kan jedhamu. Dabalatanis mallaqa mottummaa mana dhunfaa issa mana abban qabeenya tokkohu yeroo amaa kana ijaaruu hin dandenye hojeeta motumma tahee perolan mindaa mottummaa jiraacha garuu manii inni iJaree magaala ciroo keeysaatti nama ajaibaa mana miliyonatti shalagamuu jaree arkamaa kanaf nutti dadhabee jechaa jiruu hawwasni anaa sana.
Dabalatan ammas hojeetota issa jalaa jiraan abaalii maqaa isanitti daleeysiise ofumma faramee dhunfaa issatti akka olfaatu fi nama maliif akkana gotte jedhe issa gafates hojiira issin ariiha jedhee akka dorsiisu beekameera. Dabalatanis qarshii shalagii issinif dabalsiisa jechu qarshii guraa jira.
12928380_10208073841275533_2451637357607356698_n


‪#‎OromoProtests‬-(04.04.2016, ‪#‎BilisummaaOromoo‬, Oromia) Hidhamtoota gara dabarsuun itti fufee jira. Dhaamsi Finfinnee , MAaíkalaawwii irraa nu gahe akak ibsutti,Oromooti Oromiyaa Lixaa irraa qabaman sadii gaafa Bitootessa 30 bara 2016 halkan sa’atii 9:00 irratti maa’ kalaawwii keessaa fudhamanii bakki hin beekamne geeffamaniiru. Isaan keessaa namooti lamaan maqaan isanaii beekame:
1.Daanyee Sobbooqaa fi
2. Iyyaasuu Kaasahuun dha.
Namooti kunneen bakki geeffaman haga yoonaatti hin beekamiin jira


የኢትዮ ቴሌኮም የቫይበር የዋትስኧፕ እና መሰል አገልግሎቶችን በክፍያ እና በአገዛዙ ኔትወርክ ቁጥጥር ሊያደርግ ነው:: ‪#‎Ethiopia‬ ‪#‎EthioTelecom‬ ‪#‎VoIP‬ ‪#‎Internet‬ ‪#‎MinilikSalsawi‬
Minilik Salsawi (ምንሊክ ሳልሳዊ) አለማቀፍ የድምጽ ግንኙነት(የኢንተርኔት ስልክ)አገልግሎቶችን እንዲሰጡ በፈጠሯቸው የሶፍትዌር ካምፓኒዎች ለአለም ሕዝብ በነጻ ክፍት የሆኑት የቫይበር ዋትስኧፕ እና ተመሳሳይ የኢንተርኔት አገልግሎቶች በኢትዮጵያ በክፍያ ሊሆኑ መሆኑን የድርጅቱ ስራአስኪያጅ የወያኔው ሹም የሆነው አንዱኣለም አድማሴ በሰጠው መግለጫ ተናግሯል::
እኛ እነዚህን የኢንተርኔት አገልግሎቶች ማገድ አንፈልግም ሆኖም ግን በኛ ስር አድርገን ቁጥጥር እያደረግን ክፍያ እንዲፈጸምበት መስራት ነው ሲል የወያኔው ሹም ገልጿል::ወያኔ የተለያዩ የኢንተርኔት አገልግሎቶችን በቁጥጥሩ ስር አድርጎ በኢትዮቴሌኮም ትቦነት በማስተላለፍ አስፈላጊውን የስለላ እና የአፈና ስራዎችን ለመስራት እንዲያመቸው ሲሆን ክፍያውም በተወደደ ኑሮ ሕዝቡን ለማንገፍገፍ እና እንዳይጠቀም ለማድረግ የታቀደ እኩይ ሴራ መሆኑ ታውቋል:: ‪#‎ምንሊክሳልሳዊ‬
12439170_1707182166219646_3661637390525063595_n


‪#‎OromoProtests‬-(04.04.2016, ‪#‎BilisummaaOromoo‬, Oromia) Oromiyaa gama lixaa, Wallaggaa Lixaa, aanaa Baabboo Gambèel keessaa namooti Oromoota rakkisan saaxilaman. Isaanis
1.Fiqruu Bakaree fi
2. Poolisii sajiin Hiikaa jedhamanii dha.
Ergamtoti kunneen Oromoota ofitti amanan, kanneen OPDO taúu didanii fi bilisummaa Ormootti amanan adamsanii hiisisaa fi reebsisaa jiru. Keessumaa namni Fiqruu jedhamu kin naannoo buufata autobusii Baabbootii mana nyaataa qaba waan ta’eef nama Beegii fi naannoo sanaa karaa Baabboorra darbuu baayyee qabsiisaa jira.


Yuunbarsitii Finfinnee mooraa “Faarmaasii” keessatti agarsiisni kitaabaa gaggeeffamaa jira. Kitaabilee Afaan Oromoo hedduminaan dhiyeessinee waan jirruuf koottaa nu hubadhaa!
Agarsiisni kun Eebla 4, 2016 hanga Eebla 11, 2016 waan turuuf yeroo isinitti tolutti dhufuu dandeessu! “lafa keenyarratti waan keenya gad jigsinee orma ija gubaa jirra. Isin immoo yoo bituu baattan illee nu bira naanna’aatii diina garaa gubaa!”
12920427_642233355926190_7021519967325197155_n



Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918