Quantcast
Channel: Oromia
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

Motuma Mahadi Sheika of Oromia wins Miss East Africa Beauty Pageant

$
0
0

12321691_828597670617344_6343372001034766903_n
Injifannoo dhaloota qubee
======================
Baga gammaddan

Akkuma beekamu torbee darbe waldorgommii sirbaan toora interneetin dirree tube qopheesserratti gumaacha qeerroon taasiseen weellisaan keenya Hacaaluun hundeessaa sirba isaa maalan jira jedhuun injifannoo argatee nu boonsise.
Kunoo ammas waldorgommii miidhaginaa Netherland tti gaggeeffame irratti Oromiyaa bakka buutee kan dorgomte sabboontittiin. Motuma Mahdi Shekaa hirmaannaa sagalee kennuu isin toora interneetitiin laattaniin kunoo injifannoon galtee jirti
Baga gammaddan gammachuun ishee gammachuu keessan


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918