Quantcast
Channel: Oromia
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

Iyyaa Iyya Dabarsaa: Mootummaan Federaalaa Ifatti Waraana

$
0
0

Oduu Gaddisiisaa…Iyyaa Iyya Dabarsaa: Mootummaan Federaalaa Ifatti Waraana Uummata Oromootti Baneera

Godina Booranaa A/Areerootti liyyuun Hayilii somaalee fi raayyaan waraana mootummaa federaalaa kan Agaazii 
jedhamu har’a ganama sa’atii 12:00 irratti uummata nagaa irratti waraana bakka sadiitti(3)tti
1. Naannoo Bonqoora
2. Dirree Diimaa fi
3. Kuuba dhuntii jedhamutti banuun hanga amnatti namoota 23 madeessuun namoota 6 ammoo ajjeesaniiru.Haaluma kanaan hanga ammaatti namoonni 13 ammoo gara Hospitaala yaaballotti Rifeeriin ergamanii jiru.Haalli yeroo ammaa kana uummanni aanaa Areeroo keessa jiru yaaddeessaa ta’eera.

Mootummaan federaalaa ummaata Oromoo fixuuf karoorfatee jira. Kanaaf, gocha kana hatattamaan ofirraa dhaabsisuun murteessaa ta’ee argameera.

OMN: ODUU IJOO SADAASA 24/2017


Diasporaa Keenyaa Waliin!!!

“Har’a walbira jirra kan jenneen olitti, boor immoo waan guddaa waliin hojjechuu dandeenya”

Kab. Obbo Lammaa Magarsaa 
Sagantaa Galateeffannaa Guyyaa Har’aa Waaj/ Pirazidaantitti Qophaa’een Kan Dubbattan keessaa


Dina Oromoodha Jawar_Mohammed Qeerroo bilisummaa Oromootiin Qeerroo Oromiyaa maqaa jedhu jijjiiruun moggaaseefi, Ijoollee waldhageessee tarsiimoodhaan qabsaa’aa turte bakka lamatti gargar qooduun hololaan walitti isaan naqee, matumayyuu ammoo ijoolleen Alaabaa ABO qabattee sababa baateef, diinaatu hiriirse jechuun daboo kadhatee miidiyaa OMN tiin baatii tokkoo oliif xiinxala geggeessaa tureera. Qeerrooowwan alaabaa ABO waliin argaman akka poolisiin oromiyaa qabuuf ajaja dabarsee, uummanni sun akka ooggansa Lammaa Magarsaa (OPDO) jalatti buluuf kallattiidhaan midiyaa OMN irraatti waamicha dabarsee,Qabsoo abbaa Biyyummaa waggaa 40 ol geggeeffame, harka OPDO tti deebisee maalif OPDO jechuun Sombaa TPLF dha;kanaaf namni biraan itti gaafatamaa Dinaa Oromoo Jawar_Mohammed malee TPLF miti?

Via: Chali Ensermu Beyene


Oromia News network ONN Live Stream

The post Iyyaa Iyya Dabarsaa: Mootummaan Federaalaa Ifatti Waraana appeared first on .


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918