Waamichaa Hiriira Nagaa Barattoota Yuunibarsiitii Jimmaaf Akkuma beekamu guyyaa uummanni Oromoo garbummaa jalatti kufee kaasee hanga har’aatti cunqursaa, doorsisni hidhaaf ajjeechaan, raawwachaa ture raawwachaas jira. Oromoon garuu; mirga isaa kana kabachiisuuf mirga abbaa biyyuummaa kabachiifachuuf qabsaa’aa ture qabsaa’aas jira. Tibba...
The post SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Sadaasa 28, 2017 appeared first on .