Muddee/December 09, 2017. (bbcafaanoromoo) –Sadaasa 12 bara 2010 ganama lafti bari’ee osoo aduun hin ho’iin, dhalattoota naannoo Somaalee fi Oromiyaa magaalaa Mooyaalee keessa jiraatan gidduutti walitti bu’iinsi uummame. Dargaggeeyyiin dhagaaf ulee qabatanii gamaaf gamasiin walitti ka’an. Daandiin guddaan biyyattii Keeniyaa...
The post Mooyaalee: “Niitiin tokko dhirsa lamaan hin bultu” appeared first on .