Qixxeessaa Lammii | Muddee 18, 2017 Ummata gabrummaan bara dheeraaf cafaqee jaanjesse irra ilaaluun hin barbaachisu. Oromoon waggaa 150 ol gabrummaa Habashootaa jala jira. Lola diddaa gabrummaa fi fincila gabrummaa godhe keessatti fira isaaf dirmate hin argatne. Ibiddaan booji’amee ibiddaan...
The post Onneef Lolanii Humnaaf Dadhabuun Mohatamaa Nama Hin Gootu! appeared first on .