Ummata Oromoo Lolli Irratti Baname Yakkamaa Taasisuuf Yaaluun Akeeka Mootummaa Wayyaanee Ifa Godha (Ibsa ABO) Mootummaan Wayyaanee akeeka dhaabbataa, ummata Oromoo miidhuu jedhuun lola ummata Oromoo irratti adeemsisutti dabalee ummatoota waggoota dheeraaf obbolummaa, jaalalaa fi nagaan waliin jiraatan irratti...
The post Ibsa ABO: Ummata Oromoo Lolli Irratti Baname Yakkamaa Taasisuuf Yaaluun Akeeka Mootummaa Wayyaanee Ifa Godha! appeared first on .