#OromoProtests Gootanni Qeerroo Oromoo ilmaan Afran Qalloo ijoolleen Murti Guutoo guyyaa kaleessaa Ebla 15 GUYYAA GOOTOTA OROMOO godina Harargee bahaa magaalaa Qobbootti haala dansaadhaan kabajaa oolan. Qeerroon kunniin barattoota fi ilmaan Oromoo dur irraa kaasee hanga guyyaa har’aatti sirna habashootaan ajjeefamaa jiraniif yaadannoo dungoo qabsiisuun fi marii gara fuulduraatti haala kamiin akka adeemamuu qaburratti mariyatnii jiran QABSOON ITTI FUFA GUMAAN GOOTOTAA BILISUMMAAN DHUFA !!!!!!