BREAKING NEWS
Boat with 400 immigrants some from somalia drown in the Mediterranean Sea on its way to Italy from Egypt
Yaballi baqattoota 400 ol feetee masrii irraa kaatee gara Italy galaana diimaa irraan osoo godaantuu garagaluun lubbuun namoota kanneenii darbuu danda’eera. Baqattoota kanneen keessaa gariin isaanii lammiilee somaaliyaa ta’uun isaanis ibsameera
ODUU GADDAA:
Baqattootni Oromoo hedduun keessa jiraachuun kan himame, dooniin namoota 400 ol baattee biyya Masrii (Egypt) irraa gara Xaaliyaanii deemaa turte dhidhimuun (liqinfamuun) himame. Namoota 400 keessaa 40 qofti akka lubbuun baraaramuu hin oolles ni dubbatama. Akka jedhamutti, dooniin tun, guyyaa 10 dura biyya Masrii irraa kaatee karaa turte.