Quantcast
Channel: Oromia
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

#OromoProtests Daily, April 18, 2016

$
0
0

‪#‎oromoprotest‬
==============
Odeeffannoo magaalaa Gindoo irraa
================================
Hidhamtoonni siyaasaa gaaffii mirgaa sadaasa darbeen wal qabate mana sirreessa Gidina kibba lixa shawaa Magaalaa walisoo turan 547Guutumaan guutuutti Gadi dhiifaman. Kun ta’uu Kan danda’e dhiibbaa uummanni naanno sanaa hoggantoota olaanoo godinichaarratti taasisaniin ta’uun beekamaadha. kanarraa ka’uun kaabinoonni Aanaa Ammayya Yeroo galan Ammas nu hin dhiisan sodaa jedhuun mana isaanii gurguratanii baqataa jiru. hanga guyyaa har’aatti kaabinootnni 15 aanaa Ammayyaarraa manaafii qabeenyaa isaanii hundaa gurgurachuun baqatanii jiru! !!!!magalli Gindoo yeroo ammaa kana haala hoo’aadhaan gootota hidharraa hiikaman simachaa jiru! !
12987149_1058159190924586_6747260747620293142_n
13055544_1058159147591257_933096574727095453_n


Ebla 19,2016 FXG Yunverstii Wallaggaa Keessatti Jabaatee Itti fufee jira.Waraanni Wayyaanee humnaa ol itti ta’ee yaaddoo keessa galeera
wallega209

Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918