Quantcast
Channel: Oromia
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

OVR – 4 May 2016: Interview with Engineer Girma Tiruneh Dassee – Suspected for Spying

$
0
0


Girma Tiruneh
girmaa-xurunaaWarraaqsaa fi qabsoo Oromoo Xaxaa diinaa keessa gale kana qulqulleessuu fi daandii qajeelaa qabsiisuun Dirqama oromummaati jedheen amana.Of qusannoo fi sodaa tokko malee dhiiga ilmaan oromoo kumaatamaan dhangal`aa jiruu gatii fi firii itti gochuun dirqama tokkoon tokkoon keenyaati.Kunis kan ta`uu danda`u, kan daandii jallaa irra jiru soroorsuun,diinaa fi fira adda baasnee beekuun,kan balleesse badii isaa ifaan itti himuun,nama waan inni uffatee fi waan inni dubbateen otoo hin taane, waan inni dalguu,bu`aa buusee fi waan namni suni ta`een adda baafachuutu dhaloota qubee irraa eeggama.

Jara keenyaa sababan kana jedheefin qaba. Edda waa`een Girmaa xurunaa ka`ee namoonni heddu maqaa ofii bifa danda`ameen qulqulleessuuf yaalaa jiru.Gariin otoo eenyummaa isaa hin beekiin waliin hojjataa dhaqee gaafa diinummaa isaa irratti baru akka dhaabe,gariin otoo hin beekiin amma ammaatti qunnamtii isaa akka qabsaa`aa oromoo tokkootti waliin qabaataa akk jiru fi Kan addaa fi gaaffii cimaa natti ta`e biraan ammoo”Diinummaa isaa ni beekna garuu nu ajjeesa jennee waliin hojjataa jirra” jecha jedhuu dha.Diinummaa isaa ni beeku garuu lubbuu ofii baraaruuf ilmaan oromoo kumaatamaan dhiigni dhangala`aa jiru gargaartuu ta`anii dhagaa darbaa jiru..Qaanii akkamiiti jechi kuni? Warreen jecha fokkataa fi salphinaa kana dubbatanii maqaa ofii qulqulleessuuf yaalan kuni Ijoollee sagalee Qeerroo irra dalaganii dha.Hayyee isaanumaaf deebiseen gaaffii qaba.Girmaa xurunaa yeroo lakkoofsa hin qabneef Ijoollee oromoo ijaaree ,qabsiisee ,ragaa irratti bahuu isaa ragaa heddutu jira.Yeroo qabsiisu ammoo waliin qabamuun isaas amala. Hayyee warri sagalee qeerroo dabarsan kunneen Yoo diinummaa isaa beekuuyyu ta`e oduu armaan gadii kan dabarse Eenyu?Maaliif? ‘DAANDIIN SOBAA DHAQA MALEE GALA HIN SIMATU.,

For more Read


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918