#OromoProtests “Arra Hawaasni Magaalaa Dadar [Harargee Bahaa] yeroo gootonni keenya kanneen mooraa waraanaa turan dhufanii magaalaa seenan hawaasni mrti ililbee fi gammachuun qeebalanii jiran. Birmannaa basaasaa kanaan kan nahe mootummaa wayyaanee Agaaziin marsee hawaasa eegaa ture.”
Mormii yeroo 5ffaa oromiyaa keessati egalame guyyaa har’aa Iluu Abbaaboor magaalaa Baddallee keessatti giodhame. Barattoonni manneen barnootaa garagaraa irraa walitti bahan hiriiraan magaalatti bahuun reebicha ummatarratti geggeeffamaa jiru balaaleffataa oolan.

“Gaazexeessituu SBO duraanii J/ Biqiltuu Lammii ykn Ayyaantuu Dhaabaa dhukkubsattee haala hamaa keessatti akka argamtu ibsame. Ganna 7 oliif SBO sangantaa Afaan Amaariffaa irra hojjataa kan turte gaazexeessituu Biqiltuu Lammii dhukkubsattee haala sodaachisaa keessatti argamti. Baha Sudan itti kan argamu mooraa baqattootaa Shagaraab keessa ganna 8tif jiraachaa kan jirtu J/ Ayyaantuu baroota kana hunda, rakkinoota nageenyaa, jireenya ulfaata fi dhukkubaan dararamaa jirti. Akkuma suuraa irratti mul’atu kana mormi isii akka malee dhiita’ee ykn waan jiruuf, wal’aansaf gara Khartoum ergamtee yeroo ammaa Hospitala Ibrahim Maalik jedhamu ciiftee jirti. Amma duras wal’aansi baqaqsanii hodhuu godhamefii turus fayyuu hin dandeenye. Wal’aansi ammaa kun horii guddaa gaafatus, lubbuu isiif sodaachuu isii dubbatti, gaazexeessituu Sagalee Bilisummaa Oromoo duraanii J/ Biqiltuu Lammii ykn Ayyaantuu Dhaabaa. Arraata dhaabaa SBO irra hojjataa kan turte Biqiltuun, jaallan koo haala akkaan ulfaataa keessa
#OromoProtests “Arra guyyaa 10/5/2016 Hawaasni Magaalaa Dadar [Harargee Bahaa] yeroo gootonni keenya kanneen mooraa waraanaa turan dhufanii magaalaa seenan hawaasni mrti ililbee fi gammachuun qeebalanii jiran. Birmannaa basaasaa kanaan kan nahe mootummaa wayyaanee Agaaziin marsee hawaasa eegaa ture.”
#OromoProtests Gootota keenya kan duula Maastar Pilaanii haqsiisuu murannoo cimaan geggeessitanii, dararaa mooraa Waaraanaa Xoollaay injifannoon irra aantanii, kaleessa qe’etti dachaatan hundaan baga goobaan galtan jechuun fedha. Yaalii dinnii onnee isin keessatti ajjeesuufi qalbii isin cabsuuf godhe fashalsuu keessaniin, waadaa obboleeyyan keessan duula boonsaa qabsoo Oromoo amnaa dheeraa tarkaanfachiise keessatti isin biraa kufaniif galtan guuttanii jirtan. Amma xiqqo boqodhaa. Qabsoo marsaa itti aanuuf qaamaa qalbiin qophaayaa.
Dhugaa qabna
Gamtaan qabsoofna
Tarsiimoon masakamna
Ni Injifanna!!
Via Jawar Mohammed
Akkaata Baajatni Magaalaa Dodolaa ( (Go/Ar/Lixaa) Agaazii qallabuu irratti itti dhumee. Kan hangaa Caamsa 08/05/016tiitti;
1ffaa.Nyaataaf Qar.1,501,797.
2ffaa.Boba’aa magaalaa keessa itti naana’aanii ummata ittiin dorsisuuf gubatee qar. 145,590.
3ffaa.Mana Siree ajajoon waraanaa bulaanif qar.46,800
4ffaa.Durgoo (olchaa) ajaajotatiif qar.188,640
5ffaa.Waluma galatii baajatii qar.1,882,827 hangaa guyyaa gubatii ibseetii kan dhumatee yoo ta’uu, Baajatiin kun kan ijaarsa piroojekitoota Adda addaatiif qabameedha.Fknyf ; Mana Barumisaa “elementary ” har’aa naannoo Unganyee jedhamee beekamutii ijaramuuf qabameedha, Daaandii dhagaa bocaatiif( cobblestone) , Keela fayyaa fi kkf dhaf kan qabameetu gara kanatii olee.
6ffaa.Yeroo ammaa malaqiin bara kanaf qabamee dhumatee hunjoo(ganshoo) nyaachisutii jirani , inisii negatiivin (negative ) baajata bara dhufutii dabiree akka kafalamuu yaadutii jiraan , garuu Abbotii qabeenyaa (Abbotii hoteela) galgaala fi ganama waajjira MMD afoo dhabatuutii jiru.