Quantcast
Channel: Oromia
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

#OromoProtests, May 13, 2016

$
0
0

Galgala kana magaalaa Adama
Qerroo barattoota Reftvalley fi Naafyadiin FDG marsaa jahaffa dhoohee jira. Dhiigan dhuftaa dhiigaan dhuftaa sii barbaanna yaa bilisummaa jechaa Dhichisaa jiran

13177403_220567101660800_6846009369360548016_n


Qonnaan bultoota naannoo Buraayyuu, ganda Malkaa Gafarsaa irraa humnaan buqqifamannii laftti isaannii nama Tigree tokkoof kennamu irraa diddaa agarsiisan namootni gara 15ti lakkaawwaman irraa hidhamamuun mirkanaawwe jira. Haali akkanaa kun hanga gabroomfattootni qubattootin sirna faashistoota TPLF hundeen hin buqqaaneetti kan hin dhaabane ta’uun isaa ifa bahaa jira.

13177639_10153665896592825_2337115514974041541_n


Odeessa Qeerroo Caamsaa 13/2016
Yeroo kana akkuma ibsamu qormaatni biyyoolessaa kennamuu eegalee kan jiruu fi model exam irratti barattooti argaman yoommuu tahu Finfinnee manneen barnootaa garagaraa dabalatee naannoon Oromiyaa guutummaatti barataan qormaata biyyooleessaa lagate FXG finiinsuu torban kana jabeesee eegaleera.Yeroo kana akka gabaasni Qeerroo manneen barnootaa godina adda addaa irraa addeessutti barataan Qormaata dhiisee yeroo galma barnootaa gahu dhaadannoo
– Oromiyaan FXGtiin Bilisa baati
-Wayyaanee yoo jabaanne fincille malee nurraa galaa hin jirtu
-Abbaan Biyyaa ABO dha
-ABOn mirga saa isaaf dhaabbate jibbamuu hin qabu
-Kan ABO jibbu diina uummata bal’aa uummata oromooti
-OPDO fi Ololtootni bakka nun bu’an
-Qeerroon Bilisummaa( ABO) abdii OROMIYAATI

Dhaadannoo dhageessisuu qofa osoo hin taane yeroo kana daandiin konkolaataa oromiyaa keessatti ummataan cufamaa jira uummanni sguutummaatti mootummaa wayyaanee mormuudhaan Qeerroo waliin hiriiree FXG finiinsaa jira.
Barataan akkuma olitti gabaafame barumsa dhaabeera godina Iluu Abbaa Booratti mannen barnootaa sadarkaa garagaraa hundu cufameera. Hedduun buufata barnootaa humna waraana wayyaaneen weerarameetu jira.
FXG waan jabaateef mootummaa wayyanee bututaan kun dhumni isaa gahe raafamaa guddaan isa qabateetu jira.
Itti FXG


 


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918