Quantcast
Channel: Oromia
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

#OromoProtests, May 20, 2016

$
0
0

13237840_1027573410665592_2563904788780214429_n‪#‎oromoprotests‬ Caamsaa 20,2016) Finfinnee, Godina Addaa Oromiyaa fi kutaa magaalota Finfinnee hedduutti waraanni komaandoo marsee jira. Caamsaa 18/2016 kutaa magaalaa Boolee bakka duuba buufata xayyaaraa ykn ammoo Boolee Bulbulas jedhame kan waamamu aana 12 mannen seeran ala ijaaraman jettee wayyanen diiguuf karoorsite manneen 1000 ol kan tahan jiraattootni manichaa 1200 ol tahan diigamuu manneen jireenyaa isaanii dura dhaabbachuudhaan FXG finiinsuun isaanii ni yaadatama.
Waraanni agaazii uummata mana isaa dura dhaabbatee falmun akkasuma poolissii wayyaanee lama irratti tarkaanfiin fudhatame jabaa fi du’aa fi jireenya gidduutti hambisee kan jiruu fi uummata keeysaas namootni 3 wareegamuun gabaafamee jira.
Sochiin ijaarsa kana seeran ala jedhamuun diigamuuf jedhus humna waraanaa dabalatee itti fufuuf wayyaaneen ammas namoota dursee hidhaatti guuree sochii taasisaa jira.
Hanga ammaatti kaleeysarraa kaasee namootni 100 ol tahan hidhamaniiru. Har’as uummanni naannichaa wal qindeessuudhaan FXG itti fufsiisee jira. Lubbuu keenya dhabna malee wayaaneen mana nurratti hin diigdu jechuudhaan uummanni murteeffatee ka’uun waamicha wal waamee diina dura dhaabbatee sochii kanas gara FXGtti jijjiiruudhaan guutummaan guututtii yeroo ammaa kana dhaadanno fi sirboonni qabsoo kutaa magaalaa kana keessatti dhageesifamaa kan jiruu dha.


Dhaamsa qeerroo Harargee Guraawaa irraa nu gahe
Qeerron Harargee Guraawaa fi naannawa ishii mormii marsaa haarawaan waan qophoofnef ummanni fi barattoonni tokkummaan nufaana ka’aa.
Qormaata biyyaalessaa yeroo jedhametti akka hin qoramne ibsuun qormaatichi fuulduratti akka dabru gaafanna.
Hidhaa fi ajjeechan gootaf hamilee kenna malee boodatti hin deebisu.
Lukkee fi basaastota wayyaanee irratti tarkaanfii xumuraa fudhachuuf qophii tahuu ibsanii jiru.
QEERROO
GURAAWAA IRRAA
13220846_1723809767896411_2074796826810278460_n
ወያኔን ያንቀጠቀጠ አዲሱ የኦሮሞ ትውልድ!
13221116_1722626127984386_3367532248328275702_n( ክፍል 1)
*********************************
የተማረ መብቱን ይጠበቃል (ጄኔራል ታደሰ ብሩ)
ጨቋኙን ስርዓት ከስሩ ፈንቅለን እንጥላለን፣ ካልሆነም ልጆች እናሳድግበታለን( ጄኔራል ዋቆ ጉቱ)
የኔ ደም በካንቱ ፈሶ አይቀርም፣ ሚሊዮኖችን ያፈራል ( ማሞ መዘምር በተሰቀለበት ወቀት)
*********************-*************
የኦሮሞና የኦሮሚያ የወደፊት ዕጣ ፈንታ በአዲሱ የኦሮሞ ትውልድ ( የቁቤ ትውልድ) እጅ መሆኑ ከታመነበት ብዙ ቆይቷል። የቁቤ ትውልድ አንድ ቀን ኦሮሚያን እንደ ጐርፍ አጥለቅልቆ ጠላትን ይጠራርጋል ተብሎም እምነት ተጥሎበት ነበር። የተባለው ምኞት ብቻ ሆኖ አልቀረም። እነሆ የቁቤ ትወልድ ከአባቶቹ የወረሰውን የአልገዛም ባይነት የፀረ ባሪነት ትግል በመላው ኦሮሚያ በማቀጣጠል እሰከ አፍንጫው የታጠቀውን ወራሪ ጠላት አንቀጥቅጠዋል።
ዛሬ በኢትዮጵያ ኢምፓየር ለአናሰው የወያኔ ቡድን የጭቃ ውስጥ እሾህ ሆኖ እንቅልፍ የነሳውና ሥርዓቱን ያንቀጠቀጠው አዲሱ የኦሮሞ ትውልድ ነው።
አሸባሪውን የወያኔ ቡድን ቁንጫ እንደበላው ውሻ እረፍት እየነሳ ያላው አዲሱ የኦሮሞ ትውልድ ፣ ከ6 ወረት በላይ ባዶ እጁን ከሰው ባላው ነፍሰ ገዳይ ጦር( ኣጋአዚ) ጋር ተፋጧል ።
ይህ ወያኔን ያንቀጠቀጠው አዲሱ የኦሮሞ ትውልድ አሻባሪው መንግሥት ይጠቀምበት የነበረውን የብሔር ብሔረሰብ ግጭት በጥበብ በማስቀረት የሌሎች ብሔር ብሄረሰቦችና የፖለቲካ ጅርጅቶች ድጋፍ አግኝቷል።
ደመኛውን ጠላት በማንቀጥቀጥ ላይ የሚገኘው አዲሱ የኦሮሞ ትውልድ በኦሮሞ የፀረ ባርነት ትግል ውስጥ ከፍተኛ አለማቀፍ ድጋፍ በማግኘት በዲፕሎማሲ ረገድ አዲስ ምዕራፍ አስመስግቧል።
ወያኔን ያንቀጠቀጠው የቁቤ ትውልድ የጠላትን የከፋፍለህ ግዛ ፖሊሲ በማኮላሽት የኦሮሞዎች አንድነት ከምንጊዜውም በላይ እንዲጠናከር በማድረግ የጠላትን ሕልምና ምኞት ወደ ቅዠት ቀይሯል።
ጠላትን ያንቀጠቀጠው አዲሱ የቁቤ ትውልድ ወደ ውጭ ሐገር ከመሰደድ በሐገር ውስጥ ቆይቶ ከሰፊው የኦሮሞ ህዝብ ጋር አስፈላጊውን መስዋዕትነት ለመክፈል መወሰኑ አሸባሪውን የወያኔ ቡድን እንቅልፍ ነስቶታል። ምክንያቱም የብሄረተኞች ከሐገር መሰደድ ለወያኔ ፈንጠዝያ ነውና!!
(ክፍል ሁለት ይቀጥላል)
Roorroon Mootummaa Itiyophiyaa Baroota Dheeraaf Kan Itti Hammaate Gootonni Qonnaan Boltooti Oromoo Godina Harargee Araddaalee Jannaataafi Waltaasis FXG Itti Fufan

DHaamsa baratoota yuunversiitii wallaggaa
Nutii baratoonni yuunversiitii wallaggaa fincila xumura garbummaa yeroo ammaa guutummaa oromiyaa keessatti adeemsifamaa jiru kan marsaa ammaa keessatti adda dureen hirmaachuuf qoophii hunda xumurree jirra.Keessumaa fincila xumura garbummaa kan marsaa ammaa kun akka mooraa keenyaatti kan adda isa taasisu akka yuunversiitii wallagggaatti fincila kana kan yeroo duraarra bifa adda ta’een hanga bilisummaatti fincila kana finiinsuuf qoophii jiru hunda xumurree akka jirru dhaamsa lamummaa isiniif dhaamuu feena.Walumaa galatti nuti qeerroon baratoota yuunversiitii wallaggaa fincilla marsaa ji’a kana dho’ee jiru kana guutummaan guutuutti xumura itti gochuuf akkasumas humnoota qabsoo bilisummaa oromoo fuulduratti deemaa jiru kana gufachiisuuf boba’an murna bicuu uummata keenya afanffajjeessuuf socho’aa jiran irratti tarkaanffii xumuraa irratti fudhachuufis qoophii keenya xumurree akka jirru ifa gochuu barbaanna.


‪#‎OromoProtests‬ There is nothing I can do better than asking question this days? What is wrong with this guy, is he politician or actor? Listen to his two talks: from different Planet Or from different person? Obboo Fiqadu technology made lie impossible as much as it made many things possible.


Gotowwan Qeerroo Bilisummaa Oromiyaa Bakka Maratti FXG Itti Fufanii Jiru.
13245404_1354239384602541_5231005711841768116_n


Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Guduruu Keessatti FXG M/B Kombolchaa Sadarkaa 2ffaa fi Qopha’inaan Daran Jabaatee Itti Fufe.

Camsaa 20,2016 Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Guduruutti Sochii Warraaqsaa FXG Gootota Barattoota Oromoo M/B Kombolchaa sadarkaa 2ffaa fi qopha’inaan daran jabaatee itti fufe jira. Goototni barattootni Oromoo Aanaa guduruu Mana barumsaa qopha’inaa fi sadarkaa 2ffaa Gaaffii mirga abbaa biyyummaa gaafatneef deebiin nuuf haa kennamuu, sagalee keenya humni waraanaa ukkamsuu hin danda’u, baatii 6 guutuu waraanaan hiraarfamaa utuu jirruu utuu torbee tokkoof iyyuu barumsa takkaa hin argatiin akkamitti Qorumsaa fudhachuu dandeenya? Gaaffii mirga abbaa biyyummaaf deebiin nuuf kennamuu qaba, Oromoo hidhuun Ajjeesuu fi waraanaan hiraarsuun nurraa haa dhabbatu, waraanni biyya keenya gadhiisee gara mooraa waraanatti deebi’uu qaba jechuun mormii isaanii jabeessuun itti fufauun har’a ganama barii irraa eegaluun sagalee dhageesisuun waraana Wayyaanee waliin wal dura dhaabbatan. Waraanni agaaziii fi poolisiin kora bittinneessa jedhama barattoota Oromoo hiraarsuu itti fufee jira.


‪#‎OromoProtests‬ Agazi soldiers continue to terrorize Haramaya University students. Tens of students have been hospitalized. One Agazi soldier has been seriously injured reportedly as students trying to escape from other soldiers bumped into him throwing off a building.
——————–
Yunivarsitii Haramayaa keessatti mormiinifi hiraarsaan ittuma fufee jira. barattoonni hedduun miidhamanii yaalamaa jiran. Agaazin tokkos rukutamuun beekamee jira.
13241201_224342754616568_4174594625677448698_n

Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918