Quantcast
Channel: Oromia
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

Xiinxalaa: Otuu Uummatni Oromoo Gaaffii Mirga Isaaf Ajjeesamaa Jiruu EHADEG Ayyaana 25ffaa Kabajuun Qaanii Dha

$
0
0

A6F2C61B-EAC6-4494-AFEE-C4383432D074_cx0_cy10_cw0_w987_r1_s_r1

Paartiin biyya bulchu IHADEG ganna 25esso mootummaa Dargii itti kuffisee fi aangoo itti qabate ayyaaneffataa jira.Hujii guurdoo gama diangdee,mirga dhala-namaa,siyaasaa fi ka biroo adda addaa itti milkaqa’e jedhu illee dubbachuutti jira – Moaotummaan IHADEG.

Dhimma kana irratti kan haasofsiisne, hayyuun seenaa fi xiinxalaan siyaasaa – Dr. Iziqeel Gabbisaa garuu, mootummaan EHAADEG, waggoota 25 guutuu ofii taayitaatti cichee, paartiilee kaan cufa of irraa hari’atee, garii hidhee, kaan biyyaa baasee, uummata gaaffii mirgaa dhiheeffate hidhaa, dararaa fi ajjeechaan ukkaamsaa otuu jiruu, dimookiraasummaa biyyattii keessatti gad-dhaabeen jira, jedhee dubbachuun isaa waan nama qaanessu, jedhu.


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

Trending Articles


Girasoles para colorear


mayabang Quotes, Torpe Quotes, tanga Quotes


Tagalog Quotes About Crush – Tagalog Love Quotes


OFW quotes : Pinoy Tagalog Quotes


Long Distance Relationship Tagalog Love Quotes


Tagalog Quotes To Move on and More Love Love Love Quotes


5 Tagalog Relationship Rules


Best Crush Tagalog Quotes And Sayings 2017


Re:Mutton Pies (lleechef)


FORECLOSURE OF REAL ESTATE MORTGAGE


Sapos para colorear


tagalog love Quotes – Tiwala Quotes


Break up Quotes Tagalog Love Quote – Broken Hearted Quotes Tagalog


Patama Quotes : Tagalog Inspirational Quotes


Pamatay na Banat and Mga Patama Love Quotes


Tagalog Long Distance Relationship Love Quotes


BARKADA TAGALOG QUOTES


“BAHAY KUBO HUGOT”


Vimeo 10.7.0 by Vimeo.com, Inc.


Vimeo 10.7.1 by Vimeo.com, Inc.