#oromoprrotests axabajjii 05,2016) Sabbataa fi Holotaa gidduutti kan argamu naannoo bosona Subbaa, Tulluu Hococaa biratti waraanni wayyaanee haleelamee wayyaanotni reeffa loltoota isaanii akka ijaan argan hubatame.
Tarkaanfii loltoota isaanii irratti fudhatametti kan aaran wayyaanotni ABO tu itti gala waan ta’eef, bosonni kun gubachuu qaba waan jedhaniif ummatni nu fixxu malee bosonni kun hin gubatu jedhanii akka dura dhaabbatan gabaafameera.
Guyyaa kaleessaa (Wax 4, 2016) Ayyaanni kabaja Odaa Diinshoo 130 oliif bade Yeroo jalqabaaf Godina Baaleetti ilmaan Oromoo Sikkoof mandoon akkasumas lammiilee Oromoo kutaalee Oromiyaa gara garaa irraa dhufaniin kabajamee jira. Ayyaana kana qeerron Arsii Sikkoo mandoo mormitti jijjiirun kaabinee fi sareewwan wayyaanee ofirraa ariitee jirti. Gootonni Arsii ijoollen Baalee tokkummaan diina dura dhaabbatanii falmachuif waadaa waliif galaniiru.
BARANNI BARA BILISUMMAATI.



በቀለ ገርባ፣ ብርሃኑ ተ/ያሬድ፣ ፍቅረማርያም አስማማው፣ ዮናታን ተስፋዬ፣ ማስረሻ ሰጠኝ፣ አበበ ኡርጌሳ፣ ደጀኔ ጣፋ፣ አዲሱ ቡላላ፣እና አግባው ሰጠኝ እና ሌሎችም በቂሊንጦ እስር ቤት የሚገኙ የፓለቲካ እስረኞች ጨለማ ቤት እንደሚገኙ ከቤተሰቦቻቸው ለማወቅ ተችሏል። ቤተሰቦች ይዘው የሄዱትን ምግብ በቢሮ በኩል አስገብተው መሄድ እንጂ ማግኘት እንደማይችሉ ተነግሯቸዋል።
ያለፈው ሃሙስ እና አርብ ቂሊንጦ ሄጄ ጨለማ ቤት ዛሬ መግባታቸውን ከሰማኋቸው ውስጥ፤ ብርሃኑ፣ ዮናታንን፣ ፍቅረማርያምን እና አበበን አግኝቻቸው ነበረ። ምንም የተፈጠረ ችግር አልነበረም። በአንድ ቀን ምን ተከስቶ ለቃቅመው ጨለማ ቤት እንዳስገቧቸው ግራ ገብቶኛል።
ወይ ጉድ!
Greatest Champion; Abebe Bikila and Muhammed Ali side by side. Track legend Abebe Bikila signing for a ring king Muhammed Ali. Inspirational personalities.
Muhammed Ali, we miss you. You went empty forever in your own way.
