#OromoProtests Intertaining Oromo Nation Freedom Flag At 22nd ANNUAL SOUTH AFRICAN MUSIC AWARD (SAMA)Durban June 4, 2016! Thank You Saboona Jamaal Afeera Kan keetiif!
#Alaaba Bilisummaa Saba Baldhaa Oromoo Badhaasa Marsa 22ffaa Muziqaa Afrikaa Kibbaa Magaala Durban Irratti!
#Oromoprotests Barattotni mana barnootaa qophaa’inaa Naqamte harra 08/6/2016 qabeenyaa TPLF kan ta’ee fi SELAM BUS bakka kan bu’e Kan GOLDEN BUS jedhamu akka malee caccabsanii jiru. Akka suuraa kanarraa mullatutti karaa Cinasaa fi Fuula duraan caccabee wajjira Polisii Ganda 07 fuldura dhaabachaa jira. Via #Ihsan
Barattoonni muslimaa yuunivarsii Jimmaa rakkoorra akka jiran dubbatu. Mootummaan wayyaanee nyaata soomaf hin malle nyaata idilee barattootaf dhiheessaa waan jiruuf barattoonni hedduun rakkoo irra jiraachuu dubbatu.
Barattoonni kunniin nyaata halkan (obboroo) nyaatan galgala fudhatanii galaa waan jiraniif rakkoolee fayyaaf saaxilamaa jiru. Waggaa lamaan dura nyaanni kuni ispoonsara biyyoota biroon barattootaf dhihaachaa ture. Mootummaan wayyaanee garuu siyaasa mataa isaan walqabsiisun ispoonsaroota nyaata barattootaf dhiheessaa turan ittisuun barattoota miidhaa jira.
Bakka jirtanii mootummaa gabroomsaa kana rabbiin nurraa haa kaasuu halkaniif guyyaa du’aayii godhaa lammiiwwan keenya.
Waxabajjii 8, 2016 Godina arsii aanaa roobee ganda suudee sinbixaa jedhamutti Adda Bilisummaa Oromootif nama ijaaraa jirtu jechuun namoonni kudha shan har,a ganama qabamanii waajjira poolisii aanaa roobeetti hidhaa jiraachuun dhagayame isaan keessaa kan maqaan isaanii nu gahe
1 Kadiir kamaal
2 Jundii Amaan
3 Abbaas Huseen
4 Shamsaddiin Turii
5 Amiin kamaaloo
6 Ahmaddiin Huseen
7 Keeyruu Jeylaan
8 Muhaammad Tunaa jedhamu.
#oromoprotests Waxabajjii 08,2016) Godina Arsii aanaa Roobee ganda Suudee Sinbixaa jedhamutti Adda Bilisummaa Oromootiif nama ijaaraa jirtu jedhamuun namoonni 15 har’a ganama dharaan qabamanii waajjira poolisii aanaa Roobeetti hidhamuun isaanii hubatame.
Kadiir Kamaal, Jundii Amaan, Abbaas Huseen, Shamsaddiin Turii, Amiin Kamaaloo, Ahmaddiin Huseen, Keeyruu Jeylaan fi Muhaammad Tunaa kan jedhaman ilmaan Oromoo maqaa ABOn waajjira poolisii aanaa Roobeetti hidhaman keessatti akka argaman maddeen SBO ifa godhaniiru
AgarsisaNyataa Aadaa Salaalee Kan Godina Kaabaa Shawaa Salaale Nannoo Magaala Fiichee.
Human rights activist, #Lensa #Dinqa on Impact: the magazine of the international association of Scientology-Promoting Oromia in global networks
