Quantcast
Channel: Oromia
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

#OromoProtests, June 17, 2016

$
0
0

ሰበር ዜና
በድሬዳዋ ሶስት የጦር ሄሊኮፕተሮች መውደማቸው ተገለጸ
በቅርቡ በኢትዮ-ኤርትራ ድንበር የተካሄደውን ውጊያ ተከትሎ በዝግጅት ላይ በነበሩ ሄሊኮፕተሮች ላይ በደረሰ አደጋ፣ ሶስቱ ከጥቅም ውጭም መሆናቸውን የኢሳት የአየር ሃይል ምንጮች ገለጹ።
አደጋው የተከሰተው በድሬዳዋ አየር ምድብ ሲሆን፣ ለአደጋው መንስዔ ሆነ የተገኙት ሌ/ኮሎኔል ፀጋዘዓብ ካሳ የተባሉ አብራሪ መሆናቸውም ታውቋል አብራሪው የወያኔ ታጋይና ምንም የትምህርት ብቃት የሌላቸው መሆኑን ምንጮቹ ጠቁመዋል አየር ሃይሉ የመመልመያ መስፈርቱ የትምህርት ደርጃና ብቃት ሳይሆን ለስራዓቱ ታማኝ የሆኑ የወያኔ ካድሬዎች ትግሪዎች በመሆኑ ለከፍተኛ ወድቀት ተደርጋል ሲሉ አክለው ገለፀዋል ።
ባለፈው ማክሰኞ ሰኔ 7 ቀን 2008 ዓም በኢትዮጵያ አየር ሃይል የድሬዳዋ ምድብ ውስጥ ሄሊኮፕተርን በመሬት ላይ የማሮጥ ስራ ወይንም ኢንጅን ቴስት ረንአፕ (Engine Test Runup) ሲያደርጉ የነበሩት ሌ/ኮሎኔል ፀጋዘዓብ ካሳ ሌሎች ሁለት የቆሙ ሄሊኮፕተሮችን በመግባታቸው ሶስቱም ሄሊኮፕተሮች ከጥቅም ውጭ ሆነዋል። አደጋውን ያደረሱት ሌ/ኮሎኔል ፀጋዓብ ካሳ የህወሃት ታጋይ እንደነበሩ ተመልክቷል።
በአደጋው ሶስቱ ሄሊኮፕተሮች ከጥቅም ውጭ ቢሆኑም በሰው ላይ የደረሰ ጉዳት አለመኖሩንም መረትዳት ተችሏል።
በዚህም ሳቢያ የኢትዮጵያ አየር ሃይል ለግዳጅ ብቁ የሆኑት ሄሊኮፕተሮች ብዛት ከአራት እንደማይበልጥም የአየር ሃይል ምንጮች ያስረዳሉ።
13450177_1746522902232526_5889240496613348266_n




13428525_974652025936575_4913716860166502672_n
13445785_974652009269910_6537183890561657071_n
13393980_974652395936538_5660939607457369951_n


#‎OromoProtets‬
Yaaddoon itti hammaattee jirti Group TPLF tana, karaa hundaanu Oromoo jalaa miliquu hin dandeenye, biyya alaatti ummata Oromoof gara mallaqa mootummoota addunyaa sossobdee maallqa ittiin sassaabattu dhabaa jirti.
.
Swedeen ‪#‎Tedros_Adhinom‬ salphatee galte,
German ‪#‎Getachow_Daara‬/reda Saphatee galte.
America ‪#‎Girma_Berru‬ Salphatee galte.
Australia ‪#‎jala_deemtuun_TPLF‬ Salphattee galte
Uk ‪#‎embassy_of_ethiopia‬ Salphattee galte.
brussel ‪#‎Tedros_Adhanom‬ Salphattee galte.
USA las vegas ‪#‎On_Diaspora‬ Salphattee galte.
Dubai #On_Diaspora Salphattee galte.

Biyya keessattis saree hanqattee siyaasan bulchuu dadhabnaan afaan qawweetin bulchutti kaate,qawween yeroofi malee,Umrii guutu ittin saba guddaa tohachuun hin danda’amu!
Qabsoon Hanga Bilisoomnutti!


#‎Cat‬ Fighting Between Ethiopia And Eritrea Ambassador On Kenya TV, Its Really shame to call this two dictators messengers a diplomat, Our message for this two pupperts from both side Non Of Oromo Issue Is Your Business Get Lost With Your Two Dictators Regime!


13432275_599471703553903_899974874448433622_n


‪#‎OromoProtests‬ Students continue to protest in Ambo for the second day. They are demanding they be allowed to sit the 12th grade exam along the reat of the country.
=============
Amman tana Amboo keessa barattoonni poolisii hari’a dhaddannoon deema jira! Bakki isaan jiranis naannoo mana barumsa sad 2ffaa tti dha!


#‎OromoProtests‬– (17.06.2016, ‪#‎FreeOromia‬, Australia) This is also another protests against Wayyanee delegation in Hobart, Tasmania, Australia. The Struggle continues.
===========
Diddaa fi mormiin jila Wayyaanee irratti gaggeeffamu itti fufee jira. Kun Australia, kutaa Tasmania, Airport Hobart, kan ergamtoota Wayyaanee mudaatee dha.


Mooraa Jimmaa Yuunibarsiitiitti Himatni Barattotarratti Banamee Ture Gama Lamaanuu Fashalaa’e
Waxabajji 17,2016
Yeroo darbe barattoota Yuunibarsiitii Jimmaa Himata Sobaa Karaa lamaan akka irratti banamee ture gabaasuun keenya nii yaadatama.
Himata kanaan Barattoota sagal kan moorichi “qabeenyaa balleessitan, daawwitii cabsitan” jechuun waan sobaa uumuun barattoota sagal himachuu akkasuma ragaa sobaa irratti qindeessuun badii qarshii Kuma Afurtama(40,000) oliin gama biran Bulchinsi magaalicha “Hirira seeraan alaa magaalatti bobbatanii magaalaa jeequmsaaf qopheessitan”jechuun barattoota afur mooraa Kitoo furdisaa(Technological science) fi mooraa guddaarraa himatamaa kan turan Yoo ta’u.
Guyyoota muraasa darban dura warra sagalii manni murtii bilisa baasee jira.Warreen bilisa bahaan kanarratti
Kaleessa barattoota moorichii erga manni murtii bilisa baasee akeekkachiisaan mooraan maqaa isaanii dhoobee jira.Kunis himanni sun himata haqaa akka hin taane manni murtii ilaalee barattoota baasee erga jedhe,Murtii fudhachuun waan ulfaatuuf so daachisuuf akkeekkachiisaan moorichi maqaa isaanii baasee jira
Gama barattoota afur mooraa guddaarraa akkasuma Kitoo ykn Technological science irraa barattoota afur Bulchiinsi magaalaa sobaan himate raagolii jechuun namootanni dhiyeeffate barattoota sana maqaan illee addaan baasuuf mooraa isaanii addaan baasuu da dhabuun Raagolii Sobdootaa qaaniif hojii isaanii duraa saaxilurra darbee dhugaa barattoota sanaa ifa baasuun har’a manni murtii ganama sa’a 10:00 irratti himatasaanii dhugaa akka hin taane mirkaneeffachuun bilisa baasuun gadi lakkisee jira.Kun murtoo mana murtii osoo hin taane dhugaan of dhoksuurra dhootee afaan raagolee wal fakkachuu dhabuurran wayyaanota qaanessitee jirti.
Barattoota Bilisa bahaniif akkasuma Barattoota Yuunibarsichaan baga gammaddan jennaan
Oromiyaan Dhiiga Keenyaan Nii Bilisoomti

 


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918