People always think that the people who are good at things and talented just had it easy. They were born with it.
Icciitii wayyaanee B. Gen/Hayluu Gonfaa saaxile keessaa muraasa.
=====================
1.Hospitaalli magaalaa Maqaleetti ijaarame qaama dhala namaa keessattuu kan raayyaa ittisaa filee “export” gochaa jiraachuu.
Akka Gen/Hayluun jedhanitti Tigiraayi keessatti waggaa tokko keessatti yoo xiqqate miseensota raayyaa ittisa biyyattii 1000 tuu dhukkuba adda addaa qofaa du’a. Reeffi kun hundi qaamni isaanii filamee biyya alaatti gurguramaa jira.
2.Maatii raayyaa ittisa mishinii(ergama) UN dhaaf bobbaafamanii du’aniif UN’n beenyaa tokkoo tokkoon nama dhu’eef $1,000,000 ykn qar. 22,000,000 kaffala. Qarshii kana garuu maatii wareegamtootaa utuu hintaane generaalota TPLF tuu addaan qooddata.
3.Mootummaan Tigree waraanni Ethio-Eritira akka badus akka ho’us hin barbaadu. Sababini isaas:
a, baajanni waggaa raayyaa ittisaa qar. biliyoona 20-30 dabalata bajata kanaan naannoo Tigiraayitu ittiin misooma, achitti waan dhangala’uuf.
b, Raayyaan ittisaa humnasaatiin hojii misooma naannichaa hojjechaa waan jiruuf
c, Daldaltoonniifi kontiraakteroonni naannichaa gabaa argataniin faayidaa guddaa argataa waan jiraniif.
4.Generaalonni TPLF qajeelcha ajajaa muummichaan (muummicha minstiraan) utuu hintaane waan sammuun isaanii ajaje qofa akka hojjetan. Kanaafuu yakka kamuu yoo dalagan akka itti hin gaafatamneefi ajaaan muummichaa (H/Maariyaam) kan hinbeekne ta’uu isaa saaxilaniiru.
#OromoProtests Namoonni maqaan isaanii armaan gaditti tarreeffaman kun Godina Sh/K/Lixaatti aanaa Ammayyaa ergamaan wayyanee bulchaa ganda Harroojjii Ejersa Nadhii kan ta’e addunyaa magarsaa erga hiisisee ji’a 6 ol lakkoofsisanii jiru. Mirga wabiis murtiis dhabanii mana hidhaa ejersaa kan walisoo jiru keessatti hafanii jiru.
Maqaa, umurii fi hojiin isaanii kana:
1.shallamaa dirbabaa birru-umri-67-q/bulaa
2.urgeessaa ibsataa shorroo-um-57-q/bulaa
3.indaalaa tafarraa banabbaruu-um-70-q/bulaa
4.isheetuu tasammaa shallamaa -um.25-q/bulaa
5.tasfaayee warqinaa gurraachoo-um-48-q/bulaa
6.geetaachoo rafeeraa ukaa-um-28-q/bulaa
7.bareechaa galataa gargaaraa-um-19-q/bulaa
8.dajanee raffisaa baqqalaa-um-27-q/bulaa
9.warqituu asnaaqaa dassaaleny-dubarti-um-30-q/bulaa
10.tsaggaayee mitikkuu tsaggaa-um-55-q/bulaa
11.baqqalaa lateeraa gaaddisaa-um-35-q/bulaa
12.bulloo shallamaa qurus-um-45-q/bulaa
13.balaachoo naggasuu caalchisaa-um-22-q/bulaa
14.alamaayyoo dabbabaa jootee-um-40-q/bulaa
15.shantamaa abarraa gannatii -um-50-q/bulaa
Namoonni ragaa sobaa irratti bahaaa jiran:
1.addunyaa magarsaa-bulchaa gandichaa
2.bulloo adam
3.lateeraa caalchisaa
4.waaqjiraa naggasaa
5.dirribsaa tarreessaa-bulchinsafi nageenya gandichaa
6.biraanee shimallis-haadha manaa addunyaa bulchaa gandichaa via
Shashamannee Shororkaa Wayyaaneetiin miidhamaa jirti
Abbichuu Hawwaasni nuuf haa baru post taasisi
..
Magaalaa Shashamannew keessa jiraachaan ture, Jiraachaan jiras, Garuu Abbichu Haalli gidduu tanaa Qaaquun nama surura,Halkan dukkana Uffatanii Dargaggoo jabduu tana lafu naqaa bulan,Torbee tana keessattille Namoota Torba Ajjeesaanii jiran,Eenyuun akka ajjeefaman hin beekamu,Ani gama tiyyaan Magaalattii gadi lakkisi na godha,Mootummaan Waraabeessi tun dukkana daheeffattee nu daguugaa jirti,Hawwaasi Shashamannee wal harkaa fuudhani tanuma qaaqaa jiran,Jiraachuu molqamuun keenya aarii guddaa nu seensisaa jira,Uummatille hedduu aaraa jira Magaalattii keessatti halli tunillee hin sirreefamu taanan Qeerroo Shaashee Tarkaanfii mataa teenya Fudhacuuf jenna.teessattu gochiin dheengadda Hiriyaakoo osoo salataa bahuu Ajjeechaa gara jabeessi irra gahe nagalle na dhorkee jira, Nuti Amantiin teenyallee mootummaa cinatti akka sarbamaa jiru argaa jirra,Barri nuti teenyee ofirratti ilaallu hafe jira. Hawwaasa Oromoo Shaashee jiruun Osoo dhalli teessan Dhoksaan duutuu teessanii nurratti akka hin ilaalle ittin nuu gahi
![]() Kun Dargagoo Haarun Hajjiit kan guyyaa Jumaata , Waxabajjii 17, 2016, Magaalaa Shashamanet qaamota hin beekamneen ajeefame |
![]() Kun Dastaa Kadir Gammadaa Oromoota humna hin beekkamneen torba darbe kana keessa Shaashamanneetti ajjeefaman keessaa tokko. |
Odeessa Mana Barumsaa Qopha’ina Amboo Barattoota achiirraa argameen
Odeeffannoon Amma Nu Gahe Akka Ibsutti Barataan Natural Saayinsii Tamasgan Jedhamu Qondaala Wayyaaneetiin Rukutamee Dhiigni Afaaniif Funyaaniin Bahuu Isaafi Akkasumas Mormii Fi Fincala Guyyaa Lamaa Booda Gaaffiin Barattootaa Fudhatama Argachuun Isaa Himameera! Dabalataan Barattoonni M/b Qophaa’inaa Amboo Barnootawwan Qarmaata Biyyoolessaa Irratti Hin Dhufneen Kanneen Akka IT, Drawingii Fi Kkf Nu Hin Cinqiinaa Gaaffiin Jedhu Barattoota Biraa Ka’uunsaa Fi Gaafichi Fudhatama Argachuun Isaas Himamee Jira.Haala Kanaan Qeerroon Magaalaa Amboo Mootummaa Wayyaanee Raasaa Jiru! Qeerroon Oromiyaas Haala Kanaan Finciluu Qabu Jechuun Dhaamsa Dhaamanii Jiru Qeerroon Magaalaa Amboo!
Genocide by TPLF security forces + Cholera disease + Hunger in Oromia !!