በኢሉባቦር ዞን በጮራ ከተማ 400,000 ብር የፈጀ ስታድዬም ይሄን ይመስላል። የግንቦት 20 ፍሬ። ልማታዊ መንግስታችን……….. ድፍት ያርግሽ አቦ
Photo credit; Addisu Tolla Wurcha
#Oromoprotests Waxab. 26, 2016
Harargee Bahaa Aanaa Dadar keessatti qeerroon magaalaa Dadar galgala kana fincila dhaadannoon faayame haa kanaan gaggeessaa turan.
Oduu haarawa Arsii irraa nu geesse
Gootonni ummanni Oromoo fiilmii wayyaanen Shaashamannetti hojjatte akkuma Asaasatti fashaleessan guyyaa har’aa Dodolatti ergamtoota diinaa ajjeechaa raawwachuuf deeman too’annaa jala oolchanii jiru.
Namoonni kunniin mootummaan ergamuu ummataaf ibsanii mootummaan wayyaanee nama tokko yoo ajjeestan 50,000, yoo waraantan 1500 isiniif laanna nuun jedhe jechuun dubbatan. Isaan keessaa takka dubara yoo taatu, namoonni lama Tigree tahuu ifa tahee jira.
Diraaman motummaa wayyaanee kisaaraa irraan gahee jira. Dhugaan ifatti bahaa jirti. Oromoon bakka jirruu dammaqnee ergamtoota diinaa saaxiluu qabna.
Nu xuxxuqanii madaa nutti kaasan.
————————————
Dubbiin buufata xiyara Dambi Dolloo madaa hedduu nuti kakaasaa jirti.
Ergaa Mootummaa kun(Mootummaan Wayyannee) angoo qabattee bufataalee xiyyaraa oromiyaa keessa jiran torba/7 kan ta’antu cufaman. Isaaniis
1. Dodolaa (Arsii lixaa)
2. Robee (Balee)
3. Nagellee (Boranaa)
4. Najjoo (Wallaga Lixaa)
5. Mandii (Wallaga Lixaa)
6. Naqamtee (Wallaga Bahaa)
7. Dambi Dolloo(Qellam Wallaga-)kan kaleessa baname
Girma Gutema