Quantcast
Channel: Oromia
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

#OromoProtests, July 3, 2016

$
0
0

‪#‎Oromoprotests‬
Guyaa kaleessaa Adoolessa 3, 2016 Harargee Bahaa Aanaa Haroomaayaatti ummanni araddaa Daamootaa fii Baate irraa walitti dhufuudhaan arradaa Daamootaa keeysatiii hiriiraa halkan keessaa sa’aa 11 irraa hanga guyyaa Keesaa sa’aa 5’ttii gageefameedha
13600141_1055166407906292_5755595818442596357_n


‪#‎oromoprotests‬ OMN:Oduu Adol.03,2016 Mormii Godina Iluu Abbaabooraa Magaalaa Baddalleetti gaggeeffamaa jiruun walqabatee Barattoonni 11 hidhamanii hiraarfamaa jiraachuun himame.
Loltoonni Agaazii magaalaa Baddallee qubatanii jiran, ABO deeggartu sababa jedhuun jiraattoota dararaa jiru.Mormiin Uummataas haala adda addaatiin akka itti fufetti jira jedhameera
Jiraattuun magaalaa Baddallee tokko akka nuuf himtetti loltoonni sirniichaa barattoota 11 qabanii mana hidhaatti ukkamsanii hiraarsaa jiru.isaan keessaa shammarreen kutaa 10 waajira poolisaatti olgalchanii maarakii biraanuu jedhamtu reebicha irra gaheen gurri ishii miidhameetu jira.
Barattoonni mana hidhaa keessatti daramaa jiran kunis
-Barataa Muraad Jamaal ,
-Barataa Eebbisaa Gabbisaa
-Barataa Awol Tamasgeen
-Barataa Biqilaa Abarraa
-Barataa Habtaamuu Bayyanaa
-Barataa Mitikkuu Takkaa
-Barataa Dirribaa Takkaa
-Barataa Jaliil Sulxaan
-Barataa Siraaj Taajjuu
-Barataa Takkachew Tujubaa fi
-Barataa Fuad Nasir
Walumaagala haalli magaalaa Baddallee keessatti deemaa jiru haalaan ulfaatadha kan nuun jette shamrreen yaada nuuf kennite tokko dararaan hangama jabaatu illee qabsoo mirgaa gaggeessa jiran cimsanii kan itti fufan ta’uu beeksifteetti.
Dammaqaa Nagaasaatiin
13600213_1055160017906931_7656595310490326238_n
13528755_1055076724581927_548218729071880999_n‪#‎OromoProtests‬ “Mucaan Dheengada Awadaayitti Ajjeefame kan Bulchaa (Maqaa Masoo Shoodhee ) Jedhamu dhalooni Isaa Masalaa Dha. Kanaaf Reefki Isaa Hirna Gahee Waan Jiruuf Warri Masalaa Maatii Isaa Akka Barbaaduu fi Awwaalu Ergaa Hatattamaan Nuuf Dabarsi.Dhalooni Isaa Karaa Masalaa Deemu Naannoo Galeeytii Yeroo Tahu Araddaa Hagee jedhamtu Tan Aanaa Xuulloo Jala Jirtu fi Daangaa Aanaa Masalaa Fi Aanaa Xuullotti. Mucaan Kun Duraan Konkolaataa Masalaa Fi Hirnaa Jidduu Ummata Feetu Gubbatti Gargaaraa tahee hojjatas ture”
Warri Masalaas baatanii wareegamaa qabsoo Oromoo kana akka qeebaltan abdii qabna

#‎oromoprotests‬ oromiya baha Godina Harargee lixaa Aana mi’essoo magaalaa ASABOOT fi magaalaa mi’essoo qeerroo RDE tahuu ibsaa jiran suran kun kan yeroo waraani mottummaa wayyaane qeerroo magaala ASABOOT soddatee humna dabalat gafacha jiruu vivaaa qeerroo asebot torban dabaree keessaa qeerroo magaala asaboot baasas wayyaanee nama harawa naannoo bira iraa fidaani akka in qeerroo naannoo bira tehe ykn fakatee qeerroo basasu ergame qeerroo magaala asaboot uledhan akka jaweeti cafaqudhan isanumati debifte surichii kun kan guyyaa saniti
13599981_1055075527915380_1807319057048447785_n


Horroo Guduruu Wallaggaa Magaalaa Amurutti Mormiin itti fufe

gambella-3
OMN:Oduu 03, 2016 Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Amuruutti, barattoonni mana barumsaa sadarkaalammeessoo Amuruu, ajjeechaafi miidhaa qaamoleen mootummaa iddoo gara garaatti uummataOromoorra raawwataa jiran ilaalchisuudhaan mormii akka dhageessisan himameera.

Loltoonni mootummaalle magaalaa keessa faca’uun barattootaafi uummata rakkisaa akka jiran maddeen keenna garasii OMNtti himaneeran.

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Amuruubarattoonni mana barumsaa sadarkaa lammeessoo Amuruu, wayita qormaata kutaa 9 fi 11 fudhatanitti mormii kana akka dhoosan maddeen keenna garasii nuuf himaneeran. Barattoota adda addaan foohuun qormaata kennuufii yoo yaalanu, barattoonni “nuuti tokkuma addaan hin baanu” jechuudhaan akka falmii kaasaniifi, mormii isaanii gara magaalaatti babal’isuun, dhaadannoo dhageessisaneeran. Ajjeechaanfi miidhaan iddoo gara garaatti Oromoota irratti raawwatama jiru, barattoota mana barnootaa sadarkaa lammeessoo Amuuruu akka dallansiiseefi dhadannoo gocha mootummaa balaaleffattu dhageessisaa akka turanille maddi odeeffannoo keennaa garasii nuuf himeera.

Mormii barattoonni dhageessisaniin walqabatee, loltoonni mootummaa naannoo san qubatanee jiran, tarkaanfii fudhataniin, barattoonni reebamaniifi hidhamuun achi buuteen isaanii dhabamelle akka jiran maddi odeeffannoo keennaa himeera. Akka maddi odeeffannoo keennaa jedhetti, maatii barattoota hidhaman gaafachuu dhaqanille hidhaa jiran jedheera.

Loltoonni mootummaa magaalaa keessatti qabachuun, keessumattu galgalaafi barii barraaqa bahaa gala uummata dhoowwuun, namoonni rakkachaa akka jiran dubbatameera. Adda dureedhaan galgalaafi barii bahaa fi gala irratti kan rakkachaa jiran, hordoftoonni Amantaa Islaamaa salaata Subiitiif mana isaaniitii bahan gara masigiidaa deemuuf rakkoo hamtuu keessa jiraachuu isaanille, maddi odeeffannoo keennaa kun dabalee nuuf himeera.

Loltoonni magaalaa keessa faca’anee jiran kunneenille, bahaa gala uummata dhoogguun alatti, uummanni miidiyaalee barbaadan akka hin caqasneef balbalaa mana namoota irra naanna’uun naannoo shorkeessaa akka jiranille barameera.

Daani’eel Bariisoo Areeriitiin


10 Stubborn Homeowners Who Refused To Move Out


Qaboon Oromoo Hidhannoo barbaaddi!
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Yeroo ammaa kana qabsoon Oromoon geggeessaa jiru, abdachiisaa jedhamee ilaalamus, lubbuu ilmaan Oromoo du’aa jiran lakkaawurra darbinee hanga ajjeefnee lakkaawuu jalqabuuf haala adeemsa ammaa jijjiiruun dirqama ta’ee anaafii warra natti fakkaatanitti mul’ataa jira!
■ Qabsoon Oromoon geggeessu paartilee Oromoo amma jiran maraan odeeffannoon kan deeggarame malee homaa deeggarsa meeshaa waraanaan, kan deeggarame miti
■ Yeroo ammaa kana ajjeechaan ilmaan Oromoo Shashamannee fi Awwadaayitti geggeeffame garaa fi qalbii namaa kan cabsu ta’ullee Uummati Oromoos ta’e addunyaa keenyaa gurra kan kennaniif miti!
■ Qaanii paartileen salphoon kun nutti feeteen dhaloonni si’anaa waan yaanne hojjechuufi gara fuula duraa tti tarkaanfatuu hin dandeenye! kanaaf immoo shaakala waraanaa, bulchiinsaafi qindoominaan socho’uuf akka hin dandeenye dhaabonni Oromoo sirna garboomfataatiin qixa badii ta’u ilmaan Oromoo irratti dalagaa jiru!
■ Paartileen Oromoo jiran hooggana tokkoon waggoota mara oofamaa waan jiraniif, wal qeeqarra darbanii bu’aa uummati barbaadamu hin fidne.
■ Yeroo barbaadan tokko taana jedhanii achumaan badu!

Kanaafuu yaadi furmaataa nu barbaachisu yeroo gabaabaa tti qaama hidhannoon Oromiyaa keessatti diina irratti tarkaanfii fudjatudha! waan kana aanjessuuf, paartii hidhannoon socho’u hundeessuun dirqama keenya kana gochuuf immoo mul’ata, kaayyoo, tarsimoo fi sagantaa waraanaa, meeshaa waraanaaa, gandaa fi aanaa to’achaa deemuu……..

Yaadota armaan oliin karaa barbaachisu walitti dhufnee sirna wayyaanee afaan qawwee tiin cabsuu qabna malee miidiyadhaan nama keenya lakkoofnee rip jechaa ooluun jijjirama homaa hin fidu!

Waan kana irratti yaadi ijaarsaa fi gorsaas barbaachisaa yoo ta’u, kana irrattis dargaggoonni biyya keessaa yoo mariyatne gaaridha jedheen yaada!


‪#‎finddabasaguyo‬…….koree barbacha’a dabasaa guyyoo irraa eegii ji’oota kudhanan dabran Abba dabasaa guyyoo eegii dhabame hin argamne hanga ammat tanafu namni Abba dabasaa guyyoo gara inni Jiru beekta karaa iccitiin akka nuu beeksiifta isiin gafaana namni waan kana nuu gootan guumata amma dollara ameerikaa kuma kudhan akka keniinu waada seena. Koree barbacha’a Abba dabasaa guyyoo irraa..
13590447_1076763115749249_5740782419821519890_n


This is the claim of Tigre regime’s 11% growth in Oromia. Our youth must work hard to turn this tragedy turn around.
“namni-fii khafana” jatti oromoon. aduufi caama, hamtuufi waan
gadhees walirraa sattara jechuu saaniiti. “khafana” jechuun
akka afaaniin gabaabsinee laallu khana qofaa miti, waan bara
dheeraa si waliin waaru, waan si waliin carqaawee daaraa tahu,
waan gaafa wanni cufti si biraa godaante si biratti mullatee hafu
jechuudha. Namni-fiitiis akkana.
Namni Haadha tenya tana kafana itti qabu barbaduu bilbila kanaan Qunamuu ni danda’a. +251912748073



Adoolessa 3/07/2016 Warraaksi biyyoolessaa godina SHawwaa lixaa aanaa dirree incinnii keessatti daran jabaatee itti fufee jira.Waraanni Mootummaa wayyaanees yeroo darbe Fincilli qabanaa’eera jedhee yeroof Naannoo sana irraa buqa’ee ture.Garuu fincilli kun daran humna mootummaa garboonffataa wayyaanee ol waan itti ta’eef humna waraanaa daran dabaluun Uummata Magaalaa dirree incinnii goolaa akka jiru beekamee jira.Magaalattii Keessattis dhaadannoon kanneen Akka
*Humni Waraanas Hatattamaan oromiyaa keessaa ba’uu qaba.

*Hidhamtoonni siyyaasaa kanneen akka Baqalee garbaa’Dajanee xaafaa’ faa hatattamaan akka hiikaman.
*Uummata Oromoo yeroo Ammaa Maqaa investimentii jedhuun lafa isaa irraa buqqisuun hatattamaan akka dhaabbatu .
* Uummata Oromoo ajjeessuun,hidhuunnii fi doorsisuun nurraa haa dhaabbatu kan jedhuu fi
*Hiree uummata oromoo murteessuu kan danda’u uummata oromoo qofa jechuun sagalee isaanii dhageessifachaa jiru. Haaluma kanaan Uummanni naannoo sanaa Diddaa mootummaa Wayyaanee irraa qaban ibsachaa akka jiran maddeen keenya achirraa nu dhaqaban ifa godhu.Mootummaan wayyaanees akkuma amala isaa fincila kanaan riffannaa guddaa keessa seenuun Humna federaalaan Uummata nagaa reebaa jiraachuu maddeen keenya achirraa nu dhaqaban ifa godhu.


‪#‎OromoProtests‬-“This is the best speech I have listened to by Artist Kadir Martu thus far. He also shared his inspiring personal life story by saying, “I was in battle with life to stay alive, raising myself as a kid all alone on the streets as a 12 year old because I lost most of my family members to this brutal governing. I was more than determined to win this battle to survive and despite all odds I did! I made it by becoming an artist. I won the battle not only for myself but most importantly for the youth.To show them that they too can win battles if they worked hard for it!”
He urged the youth to take actions by all means necessary to support the youth back home, by organizing themselves and utilizing their skills. He urged them to capitalize on the privileges and accessibility they have living in freedom country. He urged them to try their best to learn about their cultural identity and Afaan Oromo. To communicate with other Oromos, and to learn about their roots as a generatin born or raised in America. Most importantly, he challenged them to tell the story of the oppressed and why countless migrants continue to lose their lives at sea. Where their fleshes are eaten alive by sea life, fleeing from the Ethiopian government. Indeed a timely message for qubee generation!
Thanks Kadir!” Demitu Argo


#‎OromoProtests‬
People of Bate and Damota villages near Haramaya rallied in support of the people of Awaday who were brutalized two days ago. ( July 2, 2016)
■■■■■■■■■■■■■■
Guyyaa kaleessaa Harargee Bahaa aanaa Haramaayaatti ummanni araddaalee Baateefi Daammota hiriira bahuun tumsa ummata Awwadaayiif qaban muldhisan
13438999_251959321852182_7375705190152043010_n


‪#‎Oromoprotest‬ ‪#‎EthiopiaEducationMinistry‬
“”””””Homaa tokko hin shakkinaa”””””””””””””
Akka oduuleen amman tana biiroolee barnootaa Aanoolee irraa dubbatamaa jirutti Mootummaa Itoophiyaa haala qormaata kutaa 12 ilaalachisee sodaa qabu irraa kan ka’e Haala qortuu qormaataa ( Exam Invigilator) ilaalchisee ulaagaan filannoo keewwamee jira! Akka haaloota filannaa qortuu ilaalchisee waan hedduutu kan durii ala.Taatullee adeemsi kun dhiibbaa barattoota keenya irratti uumu homaatu hin qabu;kanaafuu barattootni keenya sodaa tokko malee itti deemuuti qaban. Haalotni qortoota bara kanaa warra durii irraa adda godhan:-
1.Qortuun qormaataa kamuu miseensa ADWUI ta’u qabaachuu ( Yeroo durii muuxannoo hojii, madaallii gahuumsaafaa ture.)
2.Naannoolee keessa jiraatanitti qortuu ta’uun hafuu( Yeroo duraa Kan Oromiyaa,Oromiyaa keessaa hin bahu ture , Amma garuu Oromiyaa irraa naannoolee biraatti;Naannoolee biraa irraa Oromiyaatti ramadamuutu mul’ataa jira.)Qrtootnis biyya isaanii irraa bakka itti qoranitti imaluu torban dhufu akka eegalan dubatamaa jira.Fakkeenyaaf namoota hedduu Baha Wallaggaa irraa Kiiba Itoophiyaatti ergaa jiran.
3.Kaffaltiin qortootaa haalaan dabaluu( Kun dura baay’ee xiqqaa ture amma garuu miseensota isaanii qofa waan taheef hmma kuma 8500birr oli itti kennaa jiran)

:::::::::::::Sodaatanii Urgufamuun Kun Kufaatii akka fidu beekamaadha; Sodaatanii moo’amu waan taheef kiufaatiin TPLF dhihootti!”””””

13592828_267683386929578_4307688638681808417_n


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918