March 11, 2016
In North America, protest rallies took place in Washington, DC., Maryland and Virginia; Los Angeles, California; Minneapolis/St. Paul, Minnesota; Lansing, Michigan; Seattle, Washington; Syracuse, New York; Phoenix, Arizona; Raleigh, North Carolina; Toronto, Canada and other cities.
In Europe, rallies took place in Berlin, Germany; Brussels, Belgium; Rome, Italy; Oslo, Norway; Stockholm, Sweden; Paris, France; London, United Kingdom; and Berne, Switzerland.
#oromoprotest – Global solidarity rally today in Riyadha south Arabia.
#OromoProtests- (11.03.2016, #EndSlavery, Oromia) Happening now- global solidarity with #OromoProtests in Paris, France.
#Helptostogenocide in Oromia
=====================
#BilisummaaOromoo, (11.03.2016, #XumuraGarbummaa, Oromiyaa) Yeroo ammaa kanatti hiriirri deeggarsaa biyya France, magaalaa Paris keessatti hawaasa Oromootiin gaggeeffamaa jira. Hiriira France keessatti adeemsifamaa jiru irratti ummati hedduun hirmaachuun wayyaanee balaaleeyfachaa, Qeeyroo bilisummaa jajjabeessaa jiru.
Norway Oromo solidarity with Oromo protests march 11,2016
#OromoProtests– (11.03.2016, #EndSlavery, Oromia) Happening now- global solidarity with #OromoProtests in Stockholm, Sweden .
=====================
#BilisummaaOromoo, (11.03.2016, #XumuraGarbummaa, Oromiyaa) Yeroo ammaa kanatti hiriirri deeggarsaa biyya Sweden keessatti hawaasa Oromootiin gaggeeffamaa jira. Hiriira Swedin, Stokholm keessatti adeemsifamaa jiru irratti ummati hedduun hirmaachuun wayyaanee balaaleeyfachaa, Qeeyroo bilisummaa jajjabeessaa jiru.
March 11, 2916
Diaspora #Oromoprotests in support of #Oromoprotests back home and against the ongoing genocide by the the TPLF dictatorial thugs administration of Ethiopia.
Germany.
#OromoProtests
Global solidarity Rally happening now infront of Swiss parliament in Switzerland
(SBO/VOL – Bitootessa 11,2016) #BilisummaaOromoo- (10.03.2016, #XumuraGarbummaa, Oromiyaa) Diddaa fi mormii Oromoon jeequmsa keessa kan seene OPDOn dabaree isaa, miseensota sadarkaa adda addaa irra jiran gaggaragalchuutti jira. Yeroo ammaa kanatti karaa koreen qindeestuu Godinaalee fi kaabinee Naannoo Oromiyaa qorannoo gaggeessaa jiran. Qorannoo kanas Bitootessa 10, 2016 jechuun guyyaa har’a xumuru jedhamee egama.
Qorannoon kun gaaffii uummataa gara gaaffii bulchinsa gaaritti micciruuf hojjacha ajiru. Haala kanas gaggeessitoota bakka tokko irra bakka biratti jijjiruuf hojjachaa jiru; yoo kana gochuu baatan gooftoliin isaanis ni dheekkamu. Kana sirnaan hubachuun barbaachisaa dha.
OPDOn akeeka Tigiree dhugoomsuu fi bara garbummaa ummata Oromoo irratti dheeressuuf waadaa ergamtummaa raawwachaa jirti. Kana namuu hubatee tarkaanfii fashalsaa fudhatuu qaba.
Guyyaa kaleessaa 01/07/2008 A.L.H #Magaalaa_Amboo keessatti naannoo #Kaafteeriyaa_Swiit jedhamutti #dhuka’aan dhowuu isaatiin humni agaazii naasuu guddaa keessa akka jirtu ibsame. Odeeffannoon biroo ammoo Waajira Zoonii G.L.Sh irratii darbatame kan jedhus jira ….. addaan baafannee odeeffannoo dabalataan walitti deebina. Uummatas shakkiidhaan mana hidhaatti guuranii ugguraa jiru ! Bakki swiit kaaffee kunis #Waajjira_Poolisii Magaalaa Amboo irraa tilmaamaan fageenya meetira 50 irratti argama ! Dhuka’aa kanaanis poolisootarra miidhaan akka qaqqabes dubbatamaa jira !
#Protestsforfreedom Nur mosque in Piyaasaa Addis Abeba after Jum’a prayers. Demand the release of their committee members, no interferences in religious affairs and to stop killing the peaceful protesters.
March 11, 2016
Global #Oromoprotests in support of #Oromoprotests back home and against the ongoing genocide on the Oromo people in Ethiopia.
Oslo, Norway
Global solidarity with #OromoProtests at White house Washington Dc March 11,2016