Quantcast
Channel: Oromia
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

#OromoProtests, July 5, 2016

$
0
0

Oduu Aja’ibaa TV oromia
==========================
13567257_628293870679871_1661671803874548805_nHalkaan edaa bokkaa akka malee robaa waan bulee magaalaa adaamaa keessattii qabeenya heddu fi lubbuu namarraa midhaa cimaafi salphaa geessuun isaa ni yaadataama haa ta’u malee bokkaa garmalee robbaa bulee kana keessaa ABO harkaa akkaa qabu ibsamee jira kana malees G7. illee warraan wan dadhaabaniif looladhaan samichaa rawwataa bulaani jedha gabaasaa dhihaateef Beeza Abiyyii adaamaa Gandaa 09 irraa oduun hardhaaf qabnu tanumaa oduu birattiin hangaa wal garuuttii olmaa garii

‪#‎OromoProtests‬ Agazi soldiers, all in red hat, deployed throughout Shashamanne city today, according to reports coming in. Tensions running high between them and the general public. The soldiers trying to terrorize the youth, whom they target if seen in groups of two or more. What’s going on in Shashanmane indeed needs to be closely observed and monitored.

“Magaalli Shaashamannee guyyaa har’aa yeroo kamiiyyuu caalaa Agaazii warra qoobii Diimaatiin weeraramtee jirti. Ummanni Garuu yaalii mootummaan isa shororkeessuuf taasisaa turee fi jiruuf utuu bakka hin kennin sodaa tokko malee socho’aa jira. dargaggoonni lamaa fi sanaa ol. ta’anii yoo deeman doorsisni cimaan wayta halkanii agaazota irraa isaan mudataa jira. Ajjeechaan duguuggaa sanyii kan mootummaan qindaahe erga oromoota magaalattii irratti raawwatamee booda ummanni xiiqiidhaan mootummaa irratti ilkaan ciniinnatee gaarrifataa kan jiru ta’uusaa waan bareef murni tplf kan Abbaay Tsahaayyeetiin durfamu ummata shaashamannee irratti xiyyeeffatee hojjataa jira. kuni ajjeechaa oromoota irratti torban darbe raawwate kan qindeesses kan durses mootummaa ta’uusaa ifaan ifatti kan mul’isuudha.

Chat Conversation End”

Heavy flood has hit Adama overnight causing damage to propert, several people have been injured. Report of death but not confirmed.
===============
Halkan edaa magaalaan Adaamaa balaa lolaa hamaan miidhamtee bulte. Qabeenyi hedduun barbadaayaee nommiinni qaamaan miidhamnis jiru. Namni du’e jira jedhama garuu hanga ammaa hin mirkaneeffanne.

13592174_10102396103516143_392824901595365239_n

13620209_10102396103506163_9147850687413488574_n

Adoolessa 5, 2016 – “Injiinerri maqaan isaa ABARRAA jedhamu, daandii cirrachaa ( ‘Yuuraappii’) Naqamtee-Buree hojjetu tokko magaalaa Guttin (kan Naqamte irraa gara Kaaba-Bahaatti aanaa Giddaa Ayyaanaa jalatti argamtu)tti kutaa ciisichaa hoteela Zambaabaa guyyaa dheengaddaa jechuunis Dilbata Caamsaa 26, 2008 A.L.I qabatee buluuf ture keessatti qaama ammaaf hin beekamneen ajjeefamee eda (Wixata) halkan sa’aatii 2tti argamuun gara hospitaala Giddaatti geeffameera. Dhimmi gaaffii ijoo ta’u [Guyyaa guutuu akkamiin utuu hin argamiin oolee halkan hiriyoota isaan argame?]. Foddaan mana inni keessa ciisee ture sanaas cabeera jedhu. Hoteela kana dabalatee Hoteelota biroo muraasa Guttin keessatti argamanitti yeroo garaagaraa lubbuun namaa darbee ukkaamsamee hafa. (Yaadachiisa; Hospitaalli Giddaa Ayyaanaa kun armaan dura dhugaa barataa Lammii( Yohaannis) Baayisaa Qanaatee kan ergamtuun wayyaanee aanaa Kiiramuu magaalaa Haarootti ajjeeste dhoksuuf kaabinoota Kiiramuu waliin shiruun, boodarra sabboontonni ilmaan Oromoo amansiisanis, reeffa kabajaan boqochuu male si’a lamaaf deddeebisuun isaa ni yaadatama)”

በአዲስ አበባ በወረዳ 1 ከቤት ማፍረስ ጋር በተያያዘ ሜዳ ላይ የተጣሉ ዜጎችን ህይወት የሚያሳዩ ፎቶግራፎች በከፊል
These are the victims of illegal eviction from their homes in Lagatafo
13620136_1191163477582399_7325788346346903405_n

13537593_1191164244248989_4231307356617389620_n

movingout

ከኦሮሚያ ህዝባዊ ተቃውሞ ጋር በተያያዘ የታሰሩት ዜጎች ቁጥር 50ሺህ እንደሚደርስ ዶ/ር መረራ አስታወቁ

 13620957_837205406379916_4205133776537677640_n

(ኢሳት) — በኢትዮጵያ ኦሮሚያ ክልል ከመንፈቅ በላይ የዘለቀው ህዝባዊ ተቃውሞ ተከትሎ ወደ እስር ቤት የተጋዙ ዜጎች ቁጥር ከ40ሺህ እስከ 50ሺህ እንደሚገመት የኦፌኮ ሊቀመንበር ዶ/ር መረራ ጉዲና ገለጹ። ወጣቶቹ በስርዓቱ ላይ ተቃውሟቸውን ከሚገልጹባቸው መንገዶች አንዱ ባለስልጣናት ስርዓቱን እንዲያወግዙና መንገድ በድንጋይ እንዲዘጉ ማስገደድ እንደነበርም አመልክተዋል። ኦህዴድ ኦሮሚያ ክልል ውስጥ መቶ በመቶ አሸነፍኩ ብሎ መስከረም ወር ላይ ስራ ጀምሮ፣ በህዳር ወር የተቀሰቀሰው ተቃውሞ ስለምርጫው ውጤት በራሱ የሚናገረው ነገር መኖሩን ያመለከቱት ዶ/ር መረራ ጉዲና፣ ምዕራብያውያኑ በምርጫው ከ50 እስከ 60 ወንበር ለተቃዋሚዎች ይለቀቃል የሚል ዕምነት እንደነበራቸውም አስታወሰዋል። 

ምርጫው በኢህአዴግ አሸናፊነት ተጠናቀቀ በተባለ ማግስት ኦሮሚያ ክልል ግንጪ ውስጥ የተቀሰቀሰው ተቃውሞ ከህጻናት እስከ አዛውንት ሌላው ቀርቶ የአካባቢው ሚሊሺያዎችን ጭምር ያሳተፈ እንደነበር ገልጸዋል። ወሊሶ አካባቢ በአንድ ባለስልጣን ላይ ወጣቶች የፈጸሙትንና በማስገደድ መንገድ ያዘጉበትንም ሁኔታ ዶ/ር መረራ ለኢሳት በሰጡት ቃለ-ምልልስ አስታውቀዋል። ወሊሶ ላይ የደቡብ ምዕራብ ሸዋ ዞን ሃላፊ ወጣቶች ሲመጡባቸው ጠረጴዛ ስር ለመደበቅ ያደረጉትን ሙከራ በኋላም አስገድደዋቸው ድንጋይ እየተሸከሙ መንገድ መዝጋታቸውን በዚሁ ቃለምልልስ አስታውሰዋል። በኢትዮጵያ ኦሮሚያ ክልል ተቃውሞ በተቀጣጠለበት ወቅት የሃገሪቱ የደህንነት ሃላፊዎች የመድረክ አባል ፓርቲዎችን ከኦፌኮ ነጥለው በማነጋገር ስብስቡን ለመከፋፈል መሞከራቸውንም አስታውቀዋል። ከአዲስ አበባ ዩኒቨርስቲ እንዲሁም ከሚኖሩበት መኖሪያ ቤት ተገደው መውጣታቸውን የገለጹት ዶ/ር መረራ ጉዲና፣ የአዲስ አበባ ዩኒቨርስቲ ፕሬዚደንት የነበሩት እንድርያስ እሸቴ ከየትኛውም ተቋም የፕሮፌሰርነት ማዕረግ ሳይሰጣቸው ፕሮፌሰር እየተባሉ ሲጠሩ መቆየታቸውን በዚሁ ቃለምልልስ “የኢትዮጵያ የታሪክ ፈተናዎችና አልታረቅ ያሉ ህልሞች” በሚለው መጽሃፋቸው በዝርዝር ተመልክተዋል።

Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918