Magaalaa Finfinnee naannoo Nifas Silkii fi Aqaaqitti manneen kuma 20 ol mootummaan wayyaanee kun ammas diiguuf karoorfate jira. Kanaaf uummanni magaalaa fi baadiiyyaan ofiirratti ilaalun hin barbaachisu. Lafa kee irratti ajjeesi irratti du’i. Tokkummaadhan falmachuun dirqama Via Oromo Sinbon
#OromoProtests
Gootonni Shukkutee bifa kanaan daandii mara cufuun waraanni gara Goojjoo deemu akka hin dabarre danqan
=============
Road closure in action in Shukute, West Shawa, today July 18, 2016 Via Naf-tanan Gaadullo
Ergaa kana mee warra OMNtiif naa gayaa!
OMN miidiyaa walabaa erga jedhamee yeroo baay’ee yaadaa fi hirmaannaa kan irratti taasisu ODF,KFO dha ABO obbo Daawud Ibsaa tiin durfamuu kana isaantu irratti hirmaachuuf fedha hin qabumoo OMN hin affeeru?
Kana akka fakkeenyaatti fudheeni malee KWOn eessa bu’anii? Via Deebisaa Gadaa Maccaa
#OromoProtests
Shawaa Lixaa Aana Ada’aa Bargaa ganda Muka Odaa keessatii kaanpii agaazi bonbidha gubanii jiru.
=================
An Agazi military camp located in Muka Oda village, Ada Barga District of West Shawa has been destroyed when grenades hit it setting fire to the building. The Agazi commandos were station there for the last months now forced to leave the area. Via Naf-tanan Gaadullo

Image: Courtesy to Eli Darash
#OromoProtests
Yeroo ammaa kana magaalota akka Shukkutee, Boonii , Kilbee fi Biichoo fi naannoo ishee fincila cimaatu jira.” Via Naf-tanan Gaadullo
TPLF regime is not governing the country but terriorazing the people of Ethiopia. Via Eli Darash
#OromoProtests
Harargee Lixaa magaalaa Asaboot keessatti guyyaa arraa Adooleessa 18, 2016 loltoonni Wayyaanee nama Jamaal Husseenaa jedhamu tokko rasaasan rukutamee jiraachuun dhagayame. Via Saphaloo Kadiir
Waamicha Ariifachiisaa Uummata Oromoo Maraaf
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Akuma beekamu Fincilli Xumura Garbummaa Oromiyaa keessatti itti fufuun beekamaadha!
Fincila ji’oota saddeet lakkoofsise irratti uummati keenya gaaffii abbaa biyyummaa gaafateef,xiyyitii wayyaaneetiin ilmaan Oromoo dhibba jaha ta’an yeroo lubbuun darban Kumaa kitilli mana hidhaa wayyaneetti ugguramanii, kaan #AbbaaDabbasaaLiibanGuyyoo tii qabee achi buuteen isaanii dhabameera.Ajjeechaa mootummaan alagaa Oromiyaa keessatti geggeesse kanas,Paarlaamaan duute, tarkaanfii madaalawaatu fudhatame jechuun hawwii itti dabalee ilmaan Oromoo xiyyitiin funaanuuf qabu ifatti mirkaneesssuun, Oromiyaanis bulchiinsa waraanaa saddeet jalatti hiramuun, qaamni shororkeessaa kun,ajjeechaa ofii geggeessu cinatti ilmaan Tigiraayii Oromiyaa keessatti bobbaasuun ajjeechaa daguuggaa Sanyii ta’e#ArsiiLixaaShaashamanneetti geggeessuun, #Harargee keessatti#LiyyuuPoolisii bobbaasuun uummata keenya fixuun isaa kan dagatame miti!
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Qabsoon Oromoo qabsoo saboota biroofis tulluu sodaa kuffisuun sirnicharratti dhiibbaa guddaa uumuuniifi, bonaa ganna utuu hin jedhin yoona ga’eera!
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Guyyaa har’aa kana Shawaa Lixaa #Jalduu,#Gindabart irratti aarsaan wareegama qaalii lubbuuudhaan baasamaa jira.Kanaafuu,fincila kana milkeesssuuf,qabxiilee kana akka armaan gadiitti yoo waliin irratti hojjenne gaaridha jedheen ilaala
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
- Yeroon kun yeroo gannaa waan ta’eef riqichoota kutuu, daandii akkuma duraanuu barame irratti hojjechuu.
- Qabsoon kun bakka bakka ta’uun humna keenya waan dadhabsiisuuf, gamtaan kaanee haa falmannu #Walirrattihinilaallu
- Akka kana duraa harka qullaa itti ba’uufi hiriiraan ba’uu utuu hin taane, Gaachana,Shimala, Buttujjii,Mancaa fi mi’a waraanaa qabnuun itti ba’uu ( qawween hidhannoos argamnaan gaariidha! )
- Yoo namni nu keessaa du’u,xiqqaatus guddatus wayyaanee keessaa utuu hin ajjeesin galuu hin qabnu!
- Nama sirna kana wajjin uummata keenya ajjeesu saba kamirraayyuu ta’u dhiifama waan hin qabneef fira keessan Raayyaa waraana wayyaanee keessa jiranis gorsaa yoo du’an fira kiyya jettanii haaloo lagaa fi gosaa godinaas walitti hin qabatinaa
- Qabeenyaan dhuunfaas ta’e kan mootummaa Oromiyaa keessa uummata harka qullaa imaluu alatti konkolaattota fe’umsaa hin dabarsinaa,Abbootiin qabeenyaas hojii irraa konkolaataa keessan boqochiisaa
- Gonkumaa tarkaanfii Ittisaa haa fudhannu, meeshaa wayyaneerraa hiikkachuufi yeroo roobaa sagaleen waan hin dhagayamneef tarkaanfii barbaachisu fudhachuu!
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Dhugaa qabna wayyaaneerra ni aanna! Via Deebisaa Gadaa Maccaatiin
Dhaamsa ariifachiisaa Shawaa lixaa Jaldu irraa nu gahe
Yeroo ammaa mormiin cimaan Jalduu fi naannawa isheetti adeemsifamaa jira.
Mootummaan faashistii wayyaanee waraana hedduu garasitti bobbaasee ummata Oromoo fixaa waan jiruuf ummanni keenya bakka jirtanii kaatanii akka nuuf birmattan.
Oromoo bakka jirruu kaanee haa falmannuu.
==============================
This is Birhanu Chala, one of the person who was shot in Jaldu West Shawa, last night.
SHAWAA LIXAA IRRAA Via Oromiyaa Harmeekoo
#OromoProtests Shawaa Lixaa Aanaa Jalduu keessatti ganama kanarraa kaasee mormii cimaatu geggeeffamaa jira. Magaalaa Gojoo keessatti namonni shan rasaasaan rukutamanii jiran.
1. Birhaanuu Caalaa bakki dhaloota magaala shukkutee gandaa Tassoo)
2. Baayisa Qalbeesa bakki dhaloota Bichoo
3. Abushaa Nagaasa, gandaa Goojjoo
4. Dajanee Bulchaa, bakki dhaloota Bichoo
5. Sisaay Dabaala, bakki dhaloota Goojjoo
6. Baayisa Olgaa, bakki dhaloota Goojjoo
Yeroo amma kana mormii cimaatu magaalaa Shukkutee keessatti geggeeffamaa jira.
ተቃውሞ እና የሹፌሮች ስራ ማቆም አድማ በምእራብ ሸዋ ተካሄደ:: ፀረ-ሕዝብ መንግስታዊ ሽብርተኝነት ቀጥሏል::
#Ethiopia #Oromoprotests ተቃውሞ እና የሹፌሮች ስራ ማቆም አድማ በምእራብ ሸዋ ተካሄደ:: ፀረ-ሕዝብ መንግስታዊ ሽብርተኝነት ቀጥሏል:: #MinilikSalsawi
Minilik Salsawi (ምንሊክ ሳልሳዊ) – በምእራብ ሸዋ ጀልዱ እና ጊንጪ ተቃውሞና የሕዝብ ማመላለሻ አውቶብሶችና የሚኒባስ የስራ ማቆም አድማ የተደረገ ሲሆን በጀልዱ ከተማ በርካቶች በወያኔ አግኣዚ ጥይቶች ተመተው ክፉኛ መቁሰላቸው ታውቋል::ይኸው ተቃውሞ በግንደበረት እና አጎራባች አከባቢዎች የተደረገ ሲሆን ሕዝቡ መንገድ በመዝጋት ተቃውሞ መግለጹ ታውቋል::በጊንጪ እና በአከባቢው ከተሞች የአውቶብስ መናኸሪያዎች የሹፌሮችን አድማ ተከትሎ በርካቶች አውቶብሶችን አጥተው የተመለሱ ሲሆን በምእራብ ሸዋ የሚገኙ አውቶብስ መናኽሪያዎች በተሳፋሪዎች ተጨናንቀው ተስተውለዋል::ምንሊክ ሳልሳዊ
በጀልዱ ወረዳ እና በአከባቢው ከተሞች በተካሄደ ተቃውሞ በጎጆ ከተማ በጥይት ተመትተው የቆሰሉ
1ኛ- ብርሃኑ ጫላ – ሸንኩቱ ከተማ ታሶ አከባቢ
2. በይሳ ቀልቤሳ – በቾ
3. አቡሽ ነጋሳ – ጎጆ
4. ደጀኔ ቡልቻ በቾ
5. ሲሳይ ደበላ – ጎጆ
6. ባይሳ ኦልጋ – ጎጆ ሲሆኑ በሸንኩቴ ከተማ ማምሻውን ድረስ ተቃውሞ የቀጠለ ሲሆን መንገዶች በሙሉ ተዘግተዋል:: ፀረ-ሕዝብ መንግስታዊ ሽብርተኝነት ቀጥሏል::#ምንሊክሳልሳዊ
#OromoProtests This is Bayissa Qalbessa, one of the people was wounded in Jaldu District, West Shawa
==========================
Kun Baayisaa Qalbeessaa har’a rasaasa Loltoota motummaa wayyaaneen rukutame Via Jawar Mohammed
walirratti hin eegina qabsoo gamtaan malee hin dhugoomu abjuun keenyaa oromoo #OromoProtests
Anaan Gindibaratii fi Abunaa.
Mormii itti fufee jira. Dandiin Anaa
kana gessuu akka gariitti
konkolataa Awuraa godaanaa fi
Boottee ykn tankeetii Awuraa
godanaa akkasumaas mukeen
gurgguddaadhaan cufameera
xayyara malee omtuu darbuu hin
danda’u.
#OromoProtests Waraqan lafarraa mul’aatu/ addaatu tun Galmeelee waajjira araddaatti sobaan wayyaaneen qeerroo irraatti ragaa sobaattin himaata ilmaan oromoo irratti dhiheessitee
Qeerroon Harargee lixaa Aanaa Masalaa zoonii Coomaa araddaa Waltasis keessatti waajjira araddaa caccabsuun galmeelee sobaa tan wayyaaneen dargaggoota irratti himannaa banan gad guuranii taan gubanii tan haala suuraa irrati mul’aatu kanaan daraa godhan! ! Via Sirkanan Ahmed
#Oromoprotests
Wayyaaneen saaminsa isii karaa addaatiin itti fufte.
Kan dallaya keessatti argitan kun yakkamtoota osoo hin tahin imaltoota karaa yaa’u konkolaataa irraa buufasanii waajjira Bulchiisaatti himannaa itti banan warri OPDO.
Dubbiin akkana. Imaltoota Finfinnee irraa karuma seeraatiin konkolaatan gara Harar imalaa jiran Harargee Bahaa magaalaa Qobboo keessatti haala dur hin baraminiin warri milishaa konkolaataa lama dhaabsisanii imaltoota irraa gad buusan. Imaltoonni maali rakkoon jedhanii gaafannaan seera malee imalaa jirtan jedhaniinii haala suuraa irratti argitan kanaan konkolaataa irraa buusanii waajjira bulchiisa magaalaa Qobbootti akka yakkamtootaatti hidhaa naqan.
Imaltoota mara tokko tokkoon sakattaa’uun maallaqa irraa saamanii kan maallaqa wayyaa irraa argatan immoo gad lakkisanii warra irraa dhaban immoo mana hidhaatti guuraa jiran jarri. Warri gaafii gaafateefi rincice immoo uleen feeddagaa jiran. Hanga tokko kan akka ija jabaatuu immoo gara Dadar oofuufi jedhan odeessi kun. Ajaa’iba! Haalli akkanaa kun gama biraatiin mallattoo kufaatii mootummaa sanii tahuu ibsa. Biyyatti yetoo ammaa mootummaa dhabdee saamtootaan bulaa jirti. Via Saphaloo Kadiir
#OromoProtests Passengers stranded at Ginchi bus station as drivers strike Via Eli Darash
#OromoProtests FXG Itti fufu qaba, qeerroon waadaa isaani akka galmaan gahan dhaamata jiran bakkaayyuu!
Hiriira baqattoota oromo Yemen Guyyaa 17,7,2016
Oduu
Godina shawaa lixaa Aanaa Jalduu magaalaa Goojjoo keessatti FxG gaggeeffama ture irraatti guyyaa kaleessa 17/7/2016 barattootni ja’a poolisota naannoo sanaan akka rukkutamaan odeessi nu dhaqabe.
suuraa isaani ammaaf arguu hin dandeenye garuu maqaa isaan :
Birhaanuu caalaa bakki dhaloota magaala shukkutee gandaa tassoo
Baayisa qalbeesa bakki dhaloota bichoo Abushaa nagaasa gandaa Goojjoo
Dajanee bulchaa bakki dhaloota bichoo Sisaay dabaala bakki dhaloota Goojjoo Baayisa olgaa bakki dhaloota Goojjoo
Namoonnii kun poolisoota Aanaa Jalduun rukkutamaani. Poolisoni kun agazii nuti tahaani jechuun barattootnifi hawaasni balalleeffate. Via Raabbiirraa Abdiin Qaba
Naannoo Finfinnee fi Magaala Fiinfinne Keessa Waraanni Wayyaanee Buufatee Eegaa Jira. Qellem Ona Jimmaa Horrootti Uummanni Miidhaa Guddaan Irra Gahee Jira.
Adoolessa 18,2016 Humni waraana wayyaanee naannoo magaala Finfinnee keessa buufatee jira. kutaa magaalaa Bulchiinsa Finfinnee baayinnii ummataa itti heddumatutti waraana ishee bobbaastee magaala Finfinnee waardiyaa gootee jirti.
Kutaaleen kannen akka magaala Boolee, Nifaas silkii, Makkanniinsaa, Aqaaqii Qalliittii kun hundii humna waraana Wayyaaneetin marfamtee eegamaa jirti.
Dhiyoo sababa diigumsa manaan wal qabatee kutaa magaala Nifaas silkiitti taheen fincilli uummataa, uummanni osoo wal hin oodin tokkummaan mootummaa dura dhaabbatee flamii gaggeessuun isaa ni yaadatama. Haaluma kana fakkaatuun Wayyaaneen meeshaa qabduu fi aangoo qabdutti dhima bahuudhaan manneen jireenyaa gara kuma 31 olii diguuf ammas karoorsuun uummanni naannawaa Finfinnee kana dura dhaabbachuuf yeroo ammaa fincilaaf waamicha waliif dhiyeessuu jiraattota naannowaa Finfinnee hubattee Wayyaaneen yeroo ammaa kana humna waraana qabdu magaala Finfinnee keessa naanneessaa jirti.
Doorsisaa fi sodaachisa tahuunis uummanni garuu karoora wayyaanee kana fesheleessuuf kallatti hundaan of qopheesee jira. Dhiyoo akkuma gabaafame godina Qellem wallaggaa ona Jimma Horrootti FXG jabaatee itti fufuu irraan humni waraanaa magaala keessa bufatee jiru
uummata shororkeessaa jiraatuun gabaafame. Har’as Qeerroon ona JImmaa Horroo irraa gabaasuun uummanni qonnaan bulaan miidhaa gurguddaan irra gahaa, uummanni hedduun hidhaatti guuramuu fi manneen namoota heddun caccabee manca’aa akka jiru Qeerroon gabase. Shamarran oromoo magaala Jimma Horroo hedduunis miidhamaa jiru uummannis baayeen isaa madoo taheera har’a ganama irraa kaasee waraanni wayyaanee konkolaataa 10 oliin buufatee jira. Dargaggoonni hedduunis hidhamaa jiru. FXG itti fufee jira. Via Injiffannoo Oromiyaa
#OromoProtests Guyyaa har’aa Adoolleessa 18/2016 Shawaa Lixa magaalaa Jaldutti mormii guddaa deema jira, akka hima jiranitti namoonni sadi(3) rasaasaan rukutamanii hospital jirachuus dubbaata jiran. Konkolaatonni Minibaas kan Ginciifi Amborraa nama Finfinnnee geessus hojii dhaabanii jiru ja’an. Via Sirkanan Ahmed
Adoolessa 18,2016 , Naannoo Kibbaa Hawaastti maqaa Industiriin lafti uummata irraa fuudhamee waan jiruuf Qeerroo sidaamaatiin maqaa saamicha lafa tooftaa kanaan bahe mormuuf fincilli eegalee jira. lafti qonnaan bulaa irraa fuudhamee kennamaa jiru lammii biyyattiin ala kan lammii biyya alaatiif waan kennamaa jiruuf mootummaan kana dhaabuu baannaan Fincilli itti fufuu fi tarkaanfii uummanni naannoo kibbaa fudhatuuf deemutti itti gaafatama kan fudhatuu qabu wayyaanee tahuu qabajechuudhan Qeerroon sidaamaa akeekkachiisee jira.
Akkauma gaaffiin uummataa gaaffii xayyaaraa miti gaaffiin uummata biyyattii yeroo ammaa gaaffii misoomaan wal qabatu miti Wayyaneen garuu maqaa buufata xayyaaraa jedhuun uummata gowomsuuf yaalaa jirtuun uummanni gaaffii qabuuf booodatti akka hin deebinee fi gowomsaa W ayyaanee kanaaf bakka akka hin laanne uummanni fincila isaa itti fufee jira.
Oromiyaa keessattis akkuma beekamu buufataale kanaan dura badan bakka 5ni ol deebisuuf wayyaaneen buufata xayyaaraa oromiyaa keessatti jettee dhagaa bu’uuraa kaa’uun xaaraa jirti. Olitti akkuma gaaffin uummataa kana hin taane xuqe ammas oromiyaa keessattis gaaffiin
uummataa gaaffii buufata xayyaaraa dhabuu osoo hin taanee gaaffii BILISUMMAA FI WALABUMMAATI. Kana wayyaaneen beekuu qabdi. Gaaffin
kunis yeroo gabaabaa keeysatti deebii argatee kan wayyaanee duguugee biyyaa ishee baasuun Fincilli kun itti fufaa jira. buufata xayyaaraaf lafti naannoo Kibbaa Hawaasatti dhagaa’aan bu’uuraa knaan dura kaa’amee ture yeroo ammaa uummata naannichaa harka galee bakka dheedinsa horii fi haroo uummanni irra qonnaan qotatuu qabu sodaa malee uummatni bakkicha dura dhaabbatee fesheleessee jira.
Yeroo gabaabaa keeysattis saamichi lafaa kan maqaa Industitiin Tigreen gurgurataa jirtu fi waliifis kennaaa jirn uummanni tokkummaan
ka’ee dura dhaabbataa jiraatuun qeeyroon sidaamaa beeksisee jira. Via Oromo Sinbon
በጎንደር ዘመናዊና ትልቅ ሆቴሉ ይጠቃል የተባለው በረከት ስሞኦን ጠላቶቹ ተነስተውበታል ተባለ::
በጎንደር በተነሳው ሕዝባዊ ተቃውሞ ዘመናዊና ትልቅ ሆቴሉ ይጠቃል የተባለው በረከት ስሞኦን በወያኔ ውስጥ ያሉት ጠላቶቹ ተነስተውበታል ተባለ:: በረከት የነ ደብረጽዮንን ስብስብ ከሚቃወሙትና የመቀሌ ቡድን ከሚባሉት ጋር በማበሩ የደብረጽዮን ደጋፊው የሆነው የጸጥታው የበላዩ ሀላፊ የጌታቸው አሰፋ ጥቃት ሲደርስበት የቆየ መሆኑ ይታወቃል ያሉ ክፍሎች ትውልደ ኤርትራው በረከት የአዜብ መስፍንም አጋር መሆኑ ብዙም አልጠቀመውም ብለዋል ።
ለጎንደር ሕዝብ ተቃውሞ ምክንያት ሆኗል እየተባለ ያለው በረከት በብአዴን ውስጥ እየተጠናከረ የመጣውን ጸረ ወያኔ አቅዋምም ሊቆጣጠር አልቻለም እየተባለ ነው ። አንዳንድ የብአዴን አመራር አባሎች በጸረ ወያኔው ትግል ከኢሕአፓ ጋር መገናኘት ሞክረዋል ሲል ኢንዲያን ኦሽን ኒውስ ሌተር ቀደም ብሎ ስላቀረበው መረጃ ማረጋገጫ ባይገኝም በርከት ያሉ የብአዴን አባላት ወያኔ አማራው ላይ የሚያደርሰውን ጥቃትና ብአዴንንም ነጻነት ማሳጣቱን እየተቃወሙ መምጣቻው ሀቅ ነው ተብሏል ። Via Minilik Salsawi – mereja.com
#Ethiopia #Gonder #AmharaProtests : ጎንደር ከተማ በሕወሓት ወታደሮች ተወራለች!! የኢንተርኔት አገልግሎት ተቋርጧል:: #MinilikSalsawi
በተያያዘ ዜና በኦሮሚያ ክልል ምእራብ ሸዋ የሚኒባስ ሹፌሮች የስራ ማቆም አድማ ያደረጉ ሲሆን በጀልዱ በጊንጪና አከባቢው ከፍተኛ የሆነ ውጥረት ነግሷል::ወደ አዲስ አበባ የሚወስዱ የትራንስፖርት አገልግሎቶች ተቋርጠዋል::
የአማራ ክልል ባለስልጣናት ሕዝቡን ትጥቅ እንዲያስፈቱ በሕወሓት ባለስልጣናት ተወጥረው ተይዘዋል::ጎንደር ስብሰባ የተቀመጠው የብአደን አመራር በሕወሓት አመራሮች እየተሽከረከረ የአማራ ክልል ባለስልጣናት ሕጋዊ አድርገነዋል ያሉትን የአማራውን ሕዝብ ትጥቅ እንዲፈታ ለማድረግ እየመከሩ እየዘከሩ ይገኛሉ::ማአውም አማራ ትጥቅ እንደማይፈታ ከወዲሁ እየተናገረ ሲሆን ከዚህ ቀደምም ትጥቅ የማስፈታት ሂደቱ አልሳካ ብሎ ትጥቆችን ወደ ሕጋዊነት ማዘዋውር ይሻላል በሚል የአማራው ክልል የሕዝቡን ትጥቅ በሕጋዊነት መዝግቧል::ሕወሓት በአሁን ወቅ የአማራው ሕዝብ የማይታኘክ ስጋ ስለሆነበት እጅግ ድንጋጤ ውስጥ በመግባቱ የአማራ ክልልን በሰራዊቱ ወሮ ይገኛል::ሕዝቡም ጥርሱን እንደነከሰ ነው::
Seenaa #AMBO
seenaa magaala kanaa walin ha lallu.
magaalaan kun kan caaseffamte bara 1881yoo ta’u 1900 qaama seerummaa argachuun maagaala baadiyya taate.
moggaafama maqaa ambo ilaalchise yaadota lamatu jira.
1.horri uumaman dachee kanarra jiru saawwan kuttaayetu arraaba ture.boojjii ykn boo jedhama.loon hora kana yero dhuguu dhufan walkeessa makamani wal wallaalu kanaaf mar’atu”umboo”jechuun sagale dhagessisu kanaaf boofiumboo irraa AMBO jedhamte jedhu maanguddoonni keenya.
2.libaan ilmaan 3 qaba ammayya,walisof
ikuttaayeedha.qee’en libaan bakka amma liban jedhamudha.manni barnoota iddoo libaan kan magaalaa ambo qe’ee liban akka ta’e manguddoonni ragaa bahu.liban ijoollesaf lafa hire.ammayyaf bakka ammaya jedhamee beekamu hire.walisof immo bakka waliso jedhamuu hamma gibeetti kennef.kuttaayef immo bakka amma tokke kuttaaye jedhamuu hamma gindabarat gahutti kennef.lafa nanno ambo jiru bakka ilmanko itti wal gahanidha jechun hambise kanaaf”lafa hambaa”jedhe.kanara ambo jedhamte.hundeffamaan walitti debina.horaa bulaa Via Milkin Oromiya