GABRUMMAA DHAALAATI TURRE WAL IRRAA
ILMAAN KEENYA HIN DHAALCHIFNUU HAA BAAFNUU OFIRRAA!
================================
Hidhaa fi ajjeechaan hamilee nu cabsee karaa nu hin deebisu hanga bilisoomnutti falmaa hin lakkifnu ,abdiis hin kutannuu,kanaafuu ilmaan oromoo G/H/Aanaa baddannoo jiraattan tokkolleen keessaan gaafa guyyaa bitootessa 25/3/2016 jummata boruu wayyaaneen dhiiga #ilmaan keessanii,kan#abbaa keessanii fi kan haadha teessanii irratti isin dhiichisiisuuf waan walmariyatteef hadaraa rabbi sodaadhaa diina keenyaa waliin dhiiga nama keenyaaa harkaan hin dhiqatinaa.walumaa galatti ummanni Aanaa baddannoo wanta wayyaaneen isin ajajju hin godhinaa lubbuu nama 26 ol nurraa ajjeesanii akkamitti isaan waaliin hojjanna?,hin hojjannu isaan wilii diina keenya waan ta’aniif hin feenu hin barbaannu kan beekaa wal beeksisaa!.
በአዲስ አበባና በዙሪያዋ መሬቶችን በእጅ አዙር ለመግዛት ሕወሓት ደላሎችን ሊያሰማራ ነው::
#Ethiopia #OromoProtests #AddisAbabaMasterplan #MinilikSalsawi
Minilik Salsawi (ምንሊክ ሳልሳዊ) – ሕወሓት ስልጣኑን እና ጠበንጃን መከታ በማድረግ ከአዲስ አበባ እና ከተለያዩ አከባቢዎች ገበሬዎችን በማፈናቀል እጅግ በርካታ ዜጎችን ለችግር የዳረገ ሲሁን ይህን ተከትሎ የአዲስ አበባ ዙሪያ በግብርና የሚተዳደሩ ነባር ነዋሪዎችን በሕግ እና ደንብ ሽፋን ማስተር ፕላን በማውጣት ለማፈናቀል ሲዘምት በደረሰበት ከፍተኛ የሕዝብ ተቃውሞ ማስተር ፕላኑን እስከመሰረዝ ደርሷል::ሆኖም በእጅ አዙር ገበሬውን በተለያዩ ጥቅሞች በማታለል ደላሎችን አሰማርቶ ከውጪ አገር ባስመጣቸው የሕወሓት አባላት ስም መሬቶችን በመግዛት ለሪል ስቴት ሊያውላቸው መሆኑ ከነደፈው እቅድ ተገኝቷል::
ሕወሓት በአዲስ አበባ በተለይ በኦሮሚያ ከፍተኛ የኢኮኖሚ የበላይነቱን ይዞ ሕዝብን እየገዛ እና እያስደነገጠ ለመኖር እየገደለ እና እያሰረ ስልጣኑን ለማስረዘም ከሚፈነቅላቸው ድንጋዮች አንዱ የትግራይ ተወላጅ የሆኑአ በውጪ ሃገር የሚኖሩ ኢትዮጵያውያንን እያሰባሰበ በማምጣት አስፈላጊውን የመንግስት ገንዘብ ፈሰስ በማድረግ በኢንቨስትመት ስም ከፍተኛ የሆነ የመሬት ቅርሚያ አድርጎ የመሃል አገር ለዋሪ ሕዝብን ገፍቶ በማውጣት የከተማ ታሪኮችን በማጥፋት የራሱን ልእለ ሃያል የኢኮኖሚ የበላይነት የመገንባት እቅዱን ውስጥ ውስጡን እየገፋበት ይገኛል::ሲሉ ምንጮች ለምንሊክ ሳልሳዊ ጠቁመዋል::ከተለያዩ የትግራይ አከባቢዎች ሰብስቦ ያመጣቸውን ካድሬዎቹን ነባር የአዲስ አበባ ነዋሪዎች በመኖሪያ ቤት እጦት እየተቸገሩ ለካድሬዎቹ ግን በነፍስ ወከፍ ለአንድ ግለሰብ 3 እና 4 ኮንዶምኒየም ቤቶቹን በማደል ሕዝብ በችግር ተቆራምዶ በገዛ አገሩ ላይ ባይተዋር እንዲሆን አድርጎታል::
ለሕወሓት ቅርብ የሆኑ ምንጮች እንደሚሉት አዲስ አበባ እና ዙሪያዋ በሚገኙ አከባቢዎች የገበሬውን መሬት በአፈ ጮማ ደላሎች አስማምቶ ለመግዛት የእጅ አዙር እንቅስቃሴ የጀመረው ሕወሓት ደላሎቹ ገበሬዎቹን በተመለከተ አስፈላጊ ጥናት እንዲያደርጉ እና መረጃ እንዲሰበስቡ ለማድረግ ወደ ስራ የገባ ሲሆን አዘናግቶ ከሚያጠቃው ሕወሓት መሰሪነቱን የማያውቁ ምስኪን ግበሬዎች እንዳይታለሉ ሲሉ ለምኒሊክ ሳልሳዊ መረጃውን የላኩ ምንጮች ተናግረዋል::#ምንሊክሳልሳዊ
#oromoprotest #breaking news Godina hararge baha ana gurawa arrada haqa bas keysatti guya /25/3/2016.ganamara sa’ati afurtti ijolle fi abboti hadholi mana hidha arrada kan agalgiloti ja’amu gutu waraani kore bittinneysa ja’amu makina iysuzu fudhatani gama wanibeti gurawa geysuf yero deman abbotin jolle makina ilmaan isaani fute deemtu dura dhabbatani ilmaan kenya busa badi isaani nutu itti gafatama ja’ani oso kadhatanu kara makinati nutti cuftani ja’ani manguddo wagga 80fi 70 ta’an kan maqan isaani Amme Mummad Naye ja’amu fi Mammad Ziyad Hassan Abdulla kanja’amu sadafi qaweetin cafaqani harkatti gagabnaan dhisani kutan Amme Mummad Naye kan ja’amu immo afaan qaweetin mata isa sammu irra dhawani fottoysani laphee isa jala tumun akka male midhame jira amma hospitala gurawati wallanama jiru
#OromoProtests- (24.03.2016, #DiddaaOromoo, Oromia) Wayyaaneen diddaa fi mormii Oromoo dhaabuuf ummata Oromoo bakka addaddaa irraa gara mooraa leenjii waraanaa Xoolayii fi Hursootti guuraa jirti.
Oromiyaa dhihaa, Godina wallagga Lixaa Aanaa Boojji Coqoraatii, fakkeenyaaf, hidhamtoonni hedduun dheengadda galgala humna agaaziin fuudhamanii gara hen beekamne geeffamanii jiru.
Magaalaa kanatti yeroo darbe lubbuun namaa darbeera; hedduunis madaa’aniiru
Simbirtuu 24 03 2016
#Oromoprotest Bitootessa 24,2016 Gocha dhoksanii
ukkamsuuf yeroo
yerootti waan wal hin
qabanneef badii tokko
malee barattoota
Oromoo arii’uun beekamtii kan
qabu,har’as dogongora
tokko malee mooraa
guddaa keessatti
barattoota Oromoo nama 29 irritti beksisa baasaa jiraachuu
akkasuma Barattoota kanneen keessaa nama 3
dhoksaan ukkaamsisuuf akka jiru icciitiin isaan
biraa baate ifa taasiftti kanas itti gaafatamummaan
Kaalid Abbaa Tamaam akka dalagaa jiru oduun
isaan biraa baate ifa taasifti. Gama biraan Guyyaa kalee 23/3/2016 Yuunibarsiitii Walqixxee Damee
Gunuureetti FXGn adeemsifame. Mooraa
Gubuureetti fincila xumura garbummaa
adeemsifame kanaan barattooti hedduun
miidhamuufi,barattooti hedduun ukkaamfamuus
Qeerroon moorichaa gabaasee jira Yeroo ammaa kana to’annaan addatti barattoota
Oromoo irratti adeemsifamaa kan jiruufi,barattoti
hedduun mooricha gadhiisaa kan jiran humni
waraanaas akka waan ofii itti baratuutti itti
duudaa jiraachuun beekameera
Magaalaa Finca’aatti Poolisoonni Barsiisotaa fi Namoota Ka Biroo Hidhan Mana-murtiitti Dhiheessuu Didan
Namoo Daandii
WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Godinaa Horroo Guduruu Wallaggaa, aanaa Abbaay Coomman, magaalaa Fincaa’aa keessatti humnoonni Mootummaa jiraattota hiraarsaa jiru jechuun, jiraattonni himataa jiran. Jiraataan magaalattii Gaaddisaa Jiraa, jedhaman Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf akka ibsanitti, Oromiyaa keessatti mormii bal’aa geggeessamaa jiruun wal-qabatee barattoonni manneen barnootaa illee eega cufamanii tureera.
Barattoonni sadarkaa lammaffaa yeroo tokko qormaataaf galanii, achii booda hin deebine. Kanaaf jecha humnoonni moootummaa baadiyyaa dhaa haga magaalaatti jiraattota hiraarsan, jedhu – jiraataan magaalaa Finca’aa kun.
Torban tokko dura, abaan manaa ishee – barsiisaan mana barnootaa sadarkaa lammaffaa Finca’aa, Shibbiruu Hirkoo fi barsiisonni ka biroon lama: Lammii Qixxeessaa fi Nagaasaa Tulluu, akkasumas, jiraataan magaalaa fi barattoonni illee hidhamuu ka dubbatan, Jiraattuun magaalaa sanaa – aadde Shittaayee Baqqaanaa, mana-murtiitti akka mirgi wabii eegamuuf iyyatan iyyuu humnonni poolisii ajaja mana-murtiif kabajaa kennuu dhiisuun, hidhamtoota sana illee dhiheessuu didan, jedhu.
Akka aadde Shittaayeen jedhanitti, “nuti yakka ittiin barsiisota sana himannu hin qabnu. Mootummaa Federaalaa tu akka qanbee tursiinu ajaja kenne. Galfata Mootummaa federaalaa waan ta’eef qabnee keenye, jechuudhaan poolisoonni mana-murtiitti dhihaatanii dubbatan” jedhu – aadde Shittaayeen. Manni-murtii aannaas, “gama keenyaan waan dandeenye gochuu yaallee jirra. Kana caalaa waan goonu hin qabnu, jechuun galmee sana cufan,” kan jedhan – aadde Shittaayeen, haadhota-manaa barsiisota lameen kaanii waliin iyyannaaf gara Mana-murtii Ol’aanaa Godinaa Horroo-guduruu Wallaggaatti imaluu isaanii dubbatu. Manni-murtii Ol’aanaa, ka Godinaa Horroo-Guduruu Wallaggaa furmaata isaaniif kennee laata? Prezidaantii Mana-murtichaa, Obbo Shibbiruu Waaqwayyaa dubbisnee jirra.
Odeeffannoo gammachiisaa gaachanni Oromoo WBOn goonfate
==========================================
(SBO/VOL – Bitootessa 24,2016) Godina Lixa Harargee Ona Gubbaa-qoriichaa keessatti WBOn Humna Diinaa Sakattaaf Bobba’e Haleele.
Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO)n Godina Bahaa Bitootessa 18,2016 Godina Lixa Harargee Ona Gubbaa-qorichaa bakka Araddaa Laga-arbaa jedhamutti waraana wayyaanee sakattaa fi ummata maqaa adda addaan dararuuf bobbahe rukutuun 6 ajjeesee, 3 madeessuu Ajaji WBO Godina Bahaa beeksisee jira.