Amboo: Bilbila Poolisii ijoollee Oromoo #Agaaziinqabsiisaa jiru.
+0913960409 maqaa: Barsiisa jedhama
#Ambootti Guyya Wiixata hara’a mana mana atti deebaanii ijoolee mana hidhaattii guura jiru.
Kan dura deemanii ijoolee saaxiilaan keessa tokko police #Barsiisa jedhama yeroo adda addaa gorfamee deebi’uu didee jira. Hara’as dura deemee#Agzi mana agarsiisa jira. Bilb mob isa #0913960409.
Bilbilaa hojii farrummaa kana irraa akka of qusatu itti himaa. Yoo dide tarkaanfii irratti fudhatamuuf kan itti gaafatamu isuma!! Via Dejene Gutema
#የባህርዳር ፖሊሰ ታሪክ ሰራ
በሌሎች አካባቢዎችም መደገም አለበት
#ፖሊሰ የአማራ ክልልፖሊሰ ሃይል አጋዜ ከተማውን ለቆ እንዱወጣ ባንድ ድምጽ ጠይቀዋል ህዝባችን መግደል ይብቃ ከዚህ በኋላ ወንድሞቻችን ሲሞቱ ቆመን አናይም የህዝብ ልጆችነን ብለው አሰጠንቅቀዋል አጋዜ ቦታውን በቶሎ ለቆ ካልወጣ እኛም በያዝነው መሳሪያ እርምጃ መውሰድ እንጀምራለን ብለዋል
#oromoprotests
akkam nagayaa
Ummanni keenna ka Dalloo (Baale), akka dheengaddaati lola irra jira. Karaan Dalloorraa Goobbaa geessu cufaadha. Waraanni agaazii konkolaataan 5 amma galagala kana karaa booranaatiin seenee jira. Dhukasa cimaatu jira. Lubbuun namooota shanii wareegamtee jirti. Ummanni waan qabuun ufirraa ittisaa jira. Kanaaf, akkaataa ummanni naannoo biraa itti birmatu waan dandeettu nuu yaali siin jedha ummanni. Alaabaa sanbata fannifne(bulchaa magaalaa dirqiin fannisiise qeerroon dalloo) hanga ammaa magaalaa guutuu akkuma calaqqiftetti jirti. Jaarsummaanis haftee jirti. Waajjiraaleen cunqursaa hundinuu daaraa tahee jira.
Nuu dabarsi dhaamsa kana siin jedhu warri Baalee, Dallo. Via Mohammednur Guye
Dhalatoonni tigre yunivaristi GONDER keeysaa dhiisanii gara biyya isaanitti galaa jiru.
Ilmaan oronootinis bahaa jechuun wayyaneen sobuf yaaltuus baratoonni oromoo wanti nurra gahe hin jiruti hin baanu jechuutti jiru.
በጎንደር አከባቢ ባለው ሁኔታ የተነሳ የትግራይ ተማሪዎች የዩኒቨርሲቲውን ቅጥር ግቢ ለቀው እየወጡ ነው የሚል ሪፖርት ደርሶናል። የኦሮሚያ ተማሪዎችም እንዲወጡ የተነገራቸው ቢሆንም እስካሁን የተጋረጠብን አደጋ የለም፤ ከህዝቡም ጋር ምንም ቅሬታ የለንም፤ የሚያስኬደን ምክንያት የለም በማለት ለመቆየተ ወስነዋ። የጎንደር ብሎም የአማራ ክልል ህዝብ የተማሪዎች ከተናካሽ ወያኔዎች ንደሚታደጋቸው ተስፋ አለን።
#OromoProtests #AmharaProtests Via Mohammednur Guye
Wayyaneen DIRREE XAYYARAA guyyaa hardhaa gar malee dhipisu eegaltee jirti.
ሰበር ዜና
ከኢትዮጵያ አየር መንገድ የመጣ መልእክት
“በዛሬው እለት በርካታ የፌደራል እና ክልል ባለስልጣናት ልጆች እና ቤተሰቦቻችው ኤርፓርቱን ማጨናነቃቸውን ለህዝብ አሳውቁት። አብዛኛወቹ ወደ ዱባይ፣አብዳቢ፣ሻንጋይ፣እና ሌሎች የኤሲያ አገሮች ላይ ነው።”
@ደመቀ ገሠሠ Via Mohammednur Guye
#OromoProtests New pictures & videos of the #GrandOromiaRally are yet to trickle in today because the regime unplugged the internet completely over the last 2 days. Oromo activists who are receiving the pics & videos today are posting them and hence you may make a follow up.
==============================
Viidiyoof suuraaleen Hiriira Oromiyaa Guuutuu dabree ammallee nuuf ergamaa jiru. Mootummaan wayyaanee guyyoota lamaan dabraniif intarneeta cufee waan tureef kan hanga yoonaa osoon hin ergamin turan. Suuraaleef viidiyoolee kanniin laaluudhaaf aktivistoota Oromoo mara hordofaa. Maxxansaa waan jiraniif. Via Girma Gutema
#OromoProtests The repressive, corrupt & rent-seeking TPLF-lead Ethiopian state security system collecting ransom money from the imprisoned participants of the #GrandOromiaRally to release them in return. They illegally detain protesters, torture them and at the end, start negotiating with their families for ransom money to release them. Below is the personal account of one peaceful protester from Harar whose family had to pay Br 20,000 to get him released after two days of detention & torture.
“Arraan hidhaadha bahe girmish guyyaa jimataa galgala na hidhanii turan galanni kan Rabbiiti Arra baheetiin jira hedduu nallee tuman gara qaalittii sidabarsina ja’anii warra kiyya doorsisanii warri kiyya xiqqo qabeenya waan qabaniif qarshii kum digdam kananii nabaasan” Via Girma Gutema
#OromoProtests-Godina Shawaa bahaa aanota Fantaallee,Boosatii fi Ada’aa magaalaa Bishooftuu keessatti hiriira sambata dabreetin wal qabatee namoonni baay’en hidhaman.
Aanaa Fantaallee magaalaa Mataaharaa keessatti hiriira geggeeffame irratti agaazin namoota sadi Sa’idoo Asaboot,Huseen wadaay fi Huseen Fantaallee Saqalee akka malee reebamuun miidhan guddaan irra ga’uun wal’aansarra jiru.
Sa’idoo mooraa waraana wayyaanee Birgeedii kan Hawaash jiru geessuun akka malee reebun ajjeefne je’anii bakka Galchaa je’amutti bosonatti gatamee uummataan fuudhamee wal’aansa dhaqqabee lubbuu baraarame.
Namoota hidhaman keessaa muraasni:-barsiiisaa Fantaallee Qumbii,Jiloo Roobaa,Ifaa Guddataa,Sa’idoo Maammad,Idiris Dhaddachoo,Boruu Muussaa,Useen Raaree,Araarsaa Addunyaa,Umar Daadhii,Muussaa Guutoo,Maammad Bashaaree, Alii Asaboot,Gadaa Fantaallee,Marraa Hawaas,Nugusee Daggafaa,Abdii Alii,Sa’id Hasan,Jawaar Sa’idoo,Badhasoo Dirribaa,Godaanaa Fantaallee,Maammad Odaa,Alii Dhaddoolaa,Maammad Guutoo,Useen Maammad,Nuuree Maammad,Roobaa Sa’idoo,Useen Yuusuf,Useen Bulgaa,Useen Sa’idoo ti.Boolee keessaa immookan qabaman Amaan Alii,Xaahir Hamdaa,Sulxaan Caffaa,Maammad Hasanoo,Hasan Aadam,Dayyoo Qumbii,Amaan Abboomsaa,Anuwaar sheek Aadam,Hasan Haammaduu,Maammad Abdii,Arabuu Qumbii,Jamaal Tasii,Yoonis Adii, barsiisaa Bashiir Amaan,hojjetaa waajjira magaalaa Guutoo Kadiir,Galatoo Amaanoo fi kkk f dha.Hoolan-citii fi Bishooftuu keeessayis namoota baay’etu qabamaa jira. Via Dhábasá W. Gemelal
Magaala Awwaday keessatti bakka tokkotii namaà afur awwaln haala kanaan alaabaa isaanii qabatanii awwaalan
Rabbii janata ha kenuuf firotan isiin jajabina rabbii ha kenuuf qabsaawan ni du’aa qabsoon itti fufaa !!!
#OromoProtests Well organized, disciplined Qeerroo marching for the#GrandOromiaRally in Inchinni, W. Shawa. Via Girma Gutema
Gama Lixa Oromiyaa Addatti Magaalaa Naqamtee Keessatti Mormiin Uummataan Dhohee Akkuma Finiinfametti Jira
August 8,2016
Guyyaa Kaleessaa jechuun dilbata kaleessaa Uummati Oromoo Leeqaa Naqamtee Qeerroo Bilisummaa Leeqaa bukkee goruun Uummati tilmaamaan 11,000 ol ta’u naannoo Keellatti awwaalcha dargaggoo jituurraa wayyaaneen Rasaasan rukuterrrarri mirmii jabaa dhageessisee jira addatti Uummata naannoo Kellatti dhaadannoo dhageessisaa jira kumootaan lakkaahamu gama lamaan rasaasa irraatti dhukaasaa turtullee Uummati magaalaa tokkollee osoo hin hafin dura dhaabbatee
©OPDO bakka nu hin buutu
©Ajjeechaa suukaneessaan nurraa haa dhaabbatu
© Halagaan hin bullu
©Saamichi nurraa haa dhaabbatu
©Mirgaaf falmachuun shororkeessaa miti
jechuun meeshaa gurguddaa Wayyaanee jala dhaabbatee falmachaa tureera
Har’as akkuma itti fufetti barsiisota ganna barataniin eegalamee jira
Wayyaanee manbeen ishee diigamaa jira,OPDO akkasuma basaasturratti
Uummati tarkaanfii dhumaa fudhachaa jira.Hanga amnaatti Agaaziin Afur
du’ee kan madahee hedduun Hospitaala deemee jira Via Qeerroo Bilisummaa Oromoo
በመከላከያ ሰራዊት ውስጥ የተነሳው አለመግባባት ቅራኔ ፈጥሯል። #Ethiopia #Oromoprotests#Amharaprotests #TPLFArmy #EthiopianArmy#MinilikSalsawi
Minilik Salsawi – mereja.com ከኬንያ የድንበር ኣከባቢና ደቡብ ሱዳን ቅጥረኛ ወታደሮችን ገዝተን ማሰራት እንችላለን ፌዴራል ፖሊስ ውስጥ ያደረግነውን በመከላከያ ውስጥ እንደግመዋለን የሚሉ ከፍተኛ የሕወሓት ጄኔራሎች በሰሜን እዝ እና ምእራብ እዝ ከሚገኙ ወታደሮቻቸው ጋር በተነሳው ኣለመግባባት ቅራኔ መፈጠሩን የወታደራዊ ደህንነት ምንጮች ለምንሊክ ሳልሳዊ ተናግረዋል፥ ጉዳዩ የከረረ መሆኑ ለሕዝቡ ትግል ኣንድ እመርታ ያሉት ምንጮቹ የሃገር ውስጥ የተቃዋሚ ሃይሎች ስልታቸውን እንድፈትሹና እንዲቀይሩ ኣስፈላጊ ወቅት ላይ መሆኑን ጠቁመዋል።
የወታደራዊ ደህንነት ሱፐርቫይዘሮች የሆኑ ምንጮች በኣማራ ክልል የተነሳውን የሕዝብ የለውጥ እና የመብት ጥያቄ ተከትሎ በሰራዊቱ ውስጥ ያለውን እንቅስቃሴ ለመገምገም በተሰማሩበት የምእራብ እዝ እና የሰሜን እዝ ውስጥ ያለው ሁኔታ ኣደገኛና ሰራዊቱ ማብራሪያ በተከታታይ እየጠየቀ የሕወሓት መኮንኖችን መረበሹን ለምንሊክ ሳልሳዊ ተናግረዋል። በማስፈራሪያና በዛቻ ተከበን ማገልገል ኣንፈልግም ወደቀያችን መልሱን የሚሉ ወታደሮች እየበረከቱ የመጡ ሲሆን ከኦሮሚያ ክልል የተቀጠሩ ወታደሮች በይበልጥ ሰራዊቱን መልቀቅ እንፈልጋለን በማለት በሕወሓት መኮንኖች ላይ ጫና እየፈጠሩ በመገኘታቸው ኣለመግባባቱ በርትቶ ቅራኔዎች እየሰፉ መምጣታቸው ታውቋል።#ምንሊክሳልሳዊ
#Oromoprotests Historic images of defiance in the face of a brute & occupying military force during the #GrandOromiaRally in Mandi, #Oromia#Ethiopia Aug.06, 2016 Via Girma Gutema
#OromoProtests New pictures of #GrandOromiaRally still trickling in, for the regime completely unplugged the internet over the last 2 days. These ones are from Dadar, E. Harerge. Via Girma Gutema
#Oromoprotests Mormii arsii lixa magaalaa Dodola! Via Sirkanan Ahmed