(SBO/VOL – Hagayya 08,2016) FXG Hagayya 06,2016 magaalaa Finfinneetti geggeeffameen walqabatee ilmaan Oromoo hedduu ukkaamfamanii bakki buuteen isaanii dhabame keessatti argamu ijoolleen suuraan isaanii armaan gaditti argamu kun lamaan.
Sanyii – Lixa Wallaggaa magaalaa Najjoo irraa Finfinneetti ukkaamfame
Roobsan Dandanaa – Amboo irraa Finfinneetti kan ukkaamfame
![]() |
![]() |
Must Listen !! These heroes people !! These are mostly farmers or less educated people . But, they know what the heck politics is going on more than those who call themselves a Leader. They are saying “The enemy of Oromo People is TPLF cadres, NOT the Tigray people”
!! Indeed true !!!