Ethiopia Second to Last for Financial Inclusion
(All Africa) — The 2016 Brookings Financial and Digital Inclusion Project Report (FDIP), which measures a country’s progress in financial access and usage, ranked Ethiopia 25th out of 26 countries, only beating Egypt.
The FDIP evaluated 26 countries that are geographically, politically and economically diverse like Ethiopia.
Ethiopia underperformed in the financial dimension due to its low financial inclusion, which largely caused by economic and infrastructural constraints. The country earned 53pc of the total possible points.
As defined by the study, financial inclusion is access to and use of formal financial services, providing opportunities for facilitating individual prosperity and economic development.
The top-scoring countries in the analysis were Kenya, Columbia and Brazil.
The entry of Kenya’s KCB Group and South Africa’s Standard Bank to Ethiopia’s financial market should help to promote greater competition and service provision in the the financial industry, the study suggested.
Hiriira Magaalaa Naqamteetti Gaggeefameen Hanga Ammaatti Qabatamaan Lubbuun Namoota 32 Kan Darbe Yemmuu Tahu Kan Lakkofsi Isaanii Hin Beekamiin Ammoo Dhoksaan Ajjeefamanii Akka Jiran Beekameera!Gootota Oromoo Wareegaman Hunda Biyyoon Itti Haa Salphatu.
Via Diinnee Gabrrumma
![]() |
![]() |
ሰበር ዜና
“#የኢትዮጵያ_ካርጎ_ፕሌኖች ወደ #መቀሌ_እና_እክሱም ስራ በዝቶባቸው ማደሩን የአየር መንገድ መረጃወች ደርሰውናል። በአዲስ አበባ የቀረ ነገር የለም እየተባለ ነው።”
Yesterday August 8, 2016
Wayyaneen DIRREE XAYYARAA guyyaa hardhaa gar malee dhipisu eegaltee jirti.
ሰበር ዜና
ከኢትዮጵያ አየር መንገድ የመጣ መልእክት
“በዛሬው እለት በርካታ የፌደራል እና ክልል ባለስልጣናት ልጆች እና ቤተሰቦቻችው ኤርፓርቱን ማጨናነቃቸውን ለህዝብ አሳውቁት። አብዛኛወቹ ወደ ዱባይ፣አብዳቢ፣ሻንጋይ፣እና ሌሎች የኤሲያ አገሮች ላይ ነው።”
@ደመቀ ገሠሠ
Breaking news #Ethiopia:-
ANDM Central Committee decided to strip off Gedu Andargachew’s political powers.
Gedu Andargachew is Amhara region president and Dep. Chairman of the region’s ruling party ANDM.
The Central Committee determined that Gedu amassed excessive power and failed to tend the political health of the party.
Gedu will be limited to governmental functions after now, while ANDM Chairman (Dep. PM) Demeke Mekonnen will make all party related decisions – according to my sources in ANDM leadership.
It is to be noted that the Bahir Dar demonstration went beyond denouncing TPLF; it attacked ANDM properties and removed the regional flag from buildings.
Grand #OromoProtests 2 protesters and 7 government soldiers have been killed in Rayitu, Bale and the situation remains intense. On Saturday, the soldiers executed two protesters heading home from the rally. The next day armed farmers ambushed a military unite heading to disperse the funeral ceremony of those they killed. In the clash seven soldiers were on spot, one captured. Several farmers sustained injury. The fighting continues says the report.
===========
“Godina Baalee, Aanaa Raaytuu keessatti hawaasa hiriira bahee galaa jiru irratti waraannii dhukaasa banuun hawaasa oromoorraa nama 2 battalattii yemmuu ajjeessuu, gaafa itti aanu humni hawaasa keessaa hidhatee aariin waraana agaazii 7 kuffisee 1 booji’anii jiraniii. Ummata keessas hedduutu madaaye. Loollii itti Deemaa jira” Maddi:Oromtichaa Baddaa Baaleeti Via Hassan Ismail
Magaalaa Naqamtee keessatti hiriira nagaan bahame irratti dargaggoota Oromoo loltoota Wayyaaneen namni 22 wareegaman keesaa muraasi:-
1. Amaanuel Girmaa. Naqamte Jiituu
2. Tolasaa Waaqjiraa. Leeqaa dullachaa
3.Firaa’ol Oljirraa. Najjoo
4. Rashiid Indiris. Harargee
5. Mallasee Tashoomee. Naqamtee
6. Waaqjiraa Tarrafaa Leeqaa dullachaa
7. Biraanuu Rabbirraa Giddaa ayyaanaa
8. Eliyaas Tashoomee. Baakkoo
9. Taarikuu Dibaalaa. Naqamte Via Qeerroo Bilisummaa Oromoo
![]() |
![]() |
Grand #OromoProtests Haga durtare, kana boodaa soba wayyaaneef gowwoonfamuun jiru.
==============
Odeessa Naqamtee irraa dhufe
“Guyyaa har’a (04/12/2008 or Aug 9, 2016)kana hojjettota mootummaa magalaa naqamtee keessaa jiran sektoorata hundarraa galmaa guddaa magalaa naqamteetti walittii qabun dhimmaa hiriraa seeraan alan walqabatee godhamee kana akka balaleffatan akkasumaas yaadaa akka kennaan yoo gaafataman hojjettotaa tilmaaman gara namoota 1500 olii keessaa jala adeemtu fi basastuu beekamtu kan ta’an namootni lama qofti yaada isaanii yoo kennan guutumman hirmaattota gaddaa isaanii ibsun sagalee tokkollee osoo hin dhagessisiin mormii isaanii ibsun addaan kutne banee jirra. Hojjetan hundi waan calliseef mannen hojii keessaan keessatti yaada kennuu akka qabnu abbootin waltajjii erga umaatni addaan diigamee sagalee guddiftu fayyadamuun nu akkekachisaa turan.
Dhiiga ilmaan Oromoon harka dhiqacha kanan booda waliin socho’un akka hin jirree beektanii kannee akka namoota kana lamanii yoo jirattan isiinis tarkanfii yeroo jalqabaf qeerroon magalaa naqamtee isaan irrattii fudhattu ilaaluun irraa hubattu jenne amanna.
Akkekachisaa xumuraa obboo Lalisaa fi Obboo Indalleef: isiin lachanuu jecha isiin irraa hin eegamne yeroo jalqabaaf Ummataa magalaa naqamtee duratti baatanii waan dubbatanif yeroo jalqabaf qeerroon magalaatti akkakechisaan isiin bira darbite jirti.” via Yaya Beshir