Grand #OromoProtests Ijoolleen Oromoo sambata duraa (Sabtii) dabree Finfinnee keessatti hiriira nagayaa bahanii Alaabaa Oromoo waggoota 25niin booda handhura Finfinneetirratti mirmirsan hundi gocha seenaa qabeessa ta’e dalagan. Gocha ilmaan Oromoo cufaan kabajamu godhan. Ijoolleen kunniin hedduun isaanii hidhamanii hanga ammaatitti hidhaa akka jiran ni beekama. Dararama hamaa keessas akka jiranis ni yaadama. Mee keessattuu ijoollee Alaabaa qabatanii bahan kanniin asirratti mul’atan kun haala isaani akka hordofnee (jala buunee) addunyaafii ummata keenyattis iyyannu warri isaan beektan nu gargaaraa. Maqaaf eenyummaa isaanii akkasumas amma eessatti akka hidhamanii jiran odeeffannoo qabdan sarara keessaatiin nuuf dabarsaa. Galatoomaa!
_
The protesters seen on these pics did great history by coming out while bravely waving the Oromo resistance flag, which the international media called a “dissident flag”, in Oromia’s heart land of Finfinne-a settler mega city very much hostile still to the Oromo people in the face of TPLF police brutality. We know that many of these peaceful protesters are detained and being tortured by the TPLF security agents as we speak. But what ever the conditions they could be in currently, we would like to probe up their conditions further to let the international community & Oromo people know. And hence, please send us what you know about these brave souls, esp those who are shown waving the flag in these pictures. Thank you. Via Hassan Ismail
የመለስ ዜናዊ ራዕይ የኦሮሞ ተቋውሞ አስመልክቶ
For those who can listen to Swedish language
Warra afaan Arabaa dhagahaniif
#OromoProtests– Wayyaaneen yaadaa fi qalbii ummata keenya jijjiiruuf shira qopheessaa jirti. Waayee nageenyaa osoo yaaddoo irra jirruu, Biiroon Aadaa fi Turizimii Oromiyaa kabaja ayyaana irreechaa bara 2016 irratti ibsa kennaa oole harra. Achirratti waan akka akeekkachiisaa dubbataa turan.
Innis ummanni faayaa, huccuu, t-shirt, barreeffamoota, sirbootaafi faaruulee dhaaba siyaasaa kamiyyuu (paartii biyya bulchaa jiru dabalatee) uffachuu, qabachuu fi sirbuun dhorkaadha.
Yoo kana ta’e mootummaan tarkaanfii fudhachuuf dirqama jedha.
Inni biraa:godinooti ittigaafatamummaa fudhachuun ummanni naannawa isaanii wayyaa, faayaa fi dha’annaa rifeensaa godina isaanii uffatanii akka dhufan gochuun godina godinaan addaan qoodamanii gara Harsadeetti deemuu qabu malee hundu akka arge uffatee, tokkummaan hiriira guddaadhaan deemuu hinqabu jedha. Kunimmoo humnoonni isaanii ummata gidduu haala salphaan akka seenaniifi ummata immoo haala salphaan adda baasuuf akka danda’an tooftaa ka’atanidha.
Hundaafuu amma yeroon isaa yeroo itti ibsa Irreechaa kennamu miti. Irreechi gaafa October 2 kabajama.
Yeroon jira. Garuu qalbii ummataa achi naanneessuuf fakkaata. ” Via Dhábasá W. Gemelal
#Oromooprotests Godina Baalee Aanaa Gaasaraa Magaala Danbal Misrra ummanni Bifa Kanaan konkolaataafi waajira poolisii Bifa Kanaan Barbadeessan Via Sirkanan Ahmed
Mudannoo #HiriiraGuddicha magaalaa Finfinneetti!
mudannoo kana kan naa qoode namoota hiriiricha irratti hirmaatan keessaa warreen harka diinaatii waaqnii isaan baasedha. Akkas ture Magaalaa sabbataarra deemne, yeroo naannoo xoor ayiloochii geenyu sakatayiinsa cimaatu ture, animmoo alaabaa qabsoos qabadhee waanan jiruuf dhugaa dubbachuuf na’eera falli narkaa bannaan peestaalii keessaa baasee suurreekoo hiikeen maree of keessa kaa’ee dhokse. eessa dhaqxu jennee gaafatamne an meeksikoo mi’a bituun dhaqan jedheen. warreen naduuka turanis sababa addaa dhi’eessan akkasittiin keellaa jalqaba dabarre!
yeroo bakka stadeemii geenyu wanti poolisii jedhame biyyatti hinafne ture, hundi jaraa ejeja qofa waan eegan fakkaatu, yeroo gootota hiriirtota keenya agarru wanti sodaa jedhame nukeessa barbadaa’e. an alaabaan sila dhokse polisiidhumaa na’ilaaluun of keessa baasee itti agarsiisaa dhaqnee hiriiratti makanne, achii ituma xiqqoo hinturin dhukaasni jalqabe ijoollee keenya akka malee reebuu jalqaban hiriirris hinbittinaa’e.
hunduu kotte nabaasii jalqabe ammam akka diina harkaa ba’e rabbi qofaatu beeka. anis ituman baqadhuu yeroon asiin argu asiin ituun jedhuu madhee jaraattin dhaqee ba’e, yeroon ofirran deebi’a jedhee garagalu boodden warra nafiiksaa turan nabira ga’aniiru. utuun hinjaallatin harka diinaan bu’e. achiikaa maalan sitti hima isportii isa shaakalaa turan hunda piraaktisii narratti ba’an. mucaa naannoo kolfeerra dhufe tokko akkuma kana reebaa turan. gidduma jaraatii hingaa’an mana adabaa geessa jedhee ejeja dabarse, polisoota keessa lama nuti fuunee deemnaa isin warra kaan adamsaa jedhanii afaan amaaraatin itti dubbatan, walii galanii nufuudhanii deeman xiqqoo yeroo jarasanarraa fagaannu ( inante kesawu altefeterachum serken wayim gedlen iko ayidelem, mabtachinin nasanetin new yeteyeknew ashabari ayidelenim nege yisesitachowal jenne ariidhaan hasaa’uu jalqabne walirkaa fuudhaa mucaa sana faana) kanumama gidduudhaan tokko afaan oromootiin afaan keessan hincufttumoo caccabsee lafa isin kaa’u jedhe gurrakoon amanuu dadhabe! arraba keenya gad itti fuune, gantuu, ishee akka keeti gabrummaa nurra turse walirkaa fuunee utuu hinfixin afaan kee qabitii akka nama nurkaa ba’eetti asiin fiigaa badaa xiqqoo sin duuka fiigna yeroo boodaa nudhabdan suuta jedhaatii nama kaaniin wal fakkaadhaa deemaa jedhe, arrabsuukootti bayyee gaabbee galatoomaa jenne akka jarri yaadan raawwanne! jara keessas kan dhiigni lammii isaa isa gubu meeqaatamatu jira. baga waaq lubbuu keessan baase, warreen arka diinaa bu’an waaqayyoo nagaan walitti nuu adeebisu. sheer godhaa polisoota oromoo ta’anii diinaaf hojjetaa jiranii fakkeenya ta’aa. Via Jiituu Qananii Urgeessaa
Tubby Ethiopian swimmer Robel Kiros Habte becomes world’s favourite athlete of the 2016 Olympics
(Mirror) He’s the most unlikely Olympian in Brazil… but that’s exactly why everyone loves the swimmer with the ‘dad bod’
Sure enough, Habte didn’t win the race. In fact, Habte ended up so far behind his fellow competitors, it almost seemed like he was competing in an entirely different sport.
Our man clocked a time of 64.95 seconds in the three-man heat – a massive SEVENTEEN seconds behind Australian pacesetter Kyle Chalmers (47.90).
For more of this Ethiopia’s shame read Mirror
የሕወሓት የጎሳ ፖለቲካ የወለደው የኦሊምፒኩ ምርጥ ቦርጫም ዋናተኛና የአለማችን ቀርፋፋው ዋና ተወዳዳሪ
Minilik Salsawi (ምንሊክ ሳልሳዊ) በቅርብ ጊዜ ኣንድ የውጪ ሚዲያ በኬንያ የሚገኙ ስደተኛ ኦሮሞ ወንድሞቻችን ኣትሌቶች ቃለመጠይቅ ኣድርጎ ነበር።አትሌቶቹ ከተናገሩት ውስጥ ለመጥቅስ ያህል ለትግራይ ተወላጆች እንዲያሸንፉ ቦታ እንዲለቁላቸው የፖለቲካ ትእዛዝ ይሰጣቸዋል፥ይህንን ያሉት የኦሮሞ ልጆች በገዛ ኣገራቸው ባይተዋር ሆነው በችሎታቸው ሊሰሩ ባለመቻላቸው ተሰደዋል።
ኦሎምፒክ መንደር ሪኦ2016 ብራዚል ላይ ደግሞ ኣለምን ጉድ ያሰኘ የሕወሓት የጎሳፖለቲካ ውልደት የሙስናና የዝምድና ፍጥረት የሆነ ኣሳፋሪ ተግባር ተፈጽሟል። “አባቱ ዳኛ-ልጁ ዋናተኛ” ይሉሃል ይኼ ነው. . .”እከክልኝ ልዋኝልህ”. . ..የድራፍት ጠርሙስ የመሠለ ዋናተኛ ባለበት ሀገር ነው ያለነው!. . . ሮቤል የዋና ፍቅር ሊኖረው ይችላል. . ,የሀገር ፍቅር ግን የለውም. . .ሀገሩን ቢወድማ የሌላውን ዕድል ገፍቶ…እሱም ውሃው ውስጥ ተደፍቶ አይቀርም ነበር፡፡ለምን ሆነ ስትላቸው ትግሬ ስለሆነ ነው የምትጫጩት ይሉና የራሳቸውን የዘረኝነትና የበታችነት ብሉኮ ሊደርቡብህ ይዳዳቸዋል፤ እውነትን ለመዋጥ ያልፈጠረባቸው ድዊዎች ፦ ሕወሓቶች ።
የስፖርት መረጃ ኣነፍናፊዋ Konjit Teshome እንደጻፈችው :- እዚች ሀገር ላይ እንደ ሮቤል ኪሮስ አባትህ የውሃ ዋና ፌዴሬሽን ፕሬዝዳንት ከሆነ ለወጣቶች ማበረታቻ በተሰጠው እድል ዋናተኛ ተብለህ ኦሎምፒክ ትሄዳለህ። አባትህም የውሃ ዋና ቡድን “የቡድን መሪ” ሆኖ ይሄዳል። በሀገርህ ሥንት ታሪክ የሰሩ ጀግና ስፖርተኞች እያሉ አንተ መደበኛ ስራህ ስፖርት ያልሆነ ሰው በኦሎምፒክ መክፈቻ ላይ የኢትዮጵያን ባንዲራ ይዘህ ቡድን እንድትመራ ትመረጣለህ። በውድድር ቀን ግን እንዲህ ጉድህ ለአለም ይገለጥና እነ ዴይሊ ሜይል “የኦሊምፒኩ ምርጥ ቦርጫም ዋናተኛ” ብለው ይሳለቁብሃል። ከ59 ተወዳዳሪዎች 59ኛ መውጣትህ መች ከፋን! “ይሄ በእርግጥ እንዴት ነው ለኦለምፒክ ያለፈው” ብለው የአለም ሚዲያዎች ሲጠይቁ መልስ የቸገረን የሀገርህ ሰዎች ግን እጅጉን በሀፍረት ተሸማቀናል።
.
የውሃ ዋና አሰልጣኙን ከሪዮ ኦሊምፒክ ለምን እንዳስቀሩት ሲጠየቁ “ለአንድ ደቂቃ ውድድር አሰልጣኝ ምን ይሰራል?” ብለው በራዲዮ መልስ የሰጡት አባትህ የ100ሜ ውድድርህን 1 ደቂቃ ከ4. 95 ሰከንድ በመጨረስ “የአለማችን ቀርፋፋው ዋና ተወዳዳሪ” በመሆን ሪከርድ መስበርህን ሲሰሙ ኩራት ተሰምቷቸው ይሆን? (ውድድሩን ያሸነፈው አውስትራሊያዊ Kyle Chalmers 47.9 ሰከንድ ነው ያጠናቀቀው) #ምንሊክሳልሳዊ http://www.dailymail.co.uk/…/Breathe-Remember-Eric-Eel-Meet…
#OromoProtests Basaastota Magaalaa Gimbii.
=================
”warreen armaan gaditti bilbilliif maqaan isaanii tarreeffame yeroo heedduu itti himamee hojii isaanii irra warra deebi’uu hin barbaanneedha.kun akeekkachiisa hamaadha.kana booda wanti jiri tarkaanfii dhumaa fudhachuudha. yeroo lammataatti suuraa isaanii fb qofaa osoo hin taane magaalaale oromiyaa lixaa tokko tokko keessatti illee nii maxxansina
1,Galataa Rattaa, hojiin isaa barreessaa ganda 03
-lakkoobsa bilbilaa=0919522333
2,Sanbatoo Olaanaa- hojiin isaa mana mukaa naannoo masgiida keessaa hojjeta.
-lakkoobsa bilbilaa= 0922208106
3, Guutamaa -hojiin poolisii magaalaa Gimbii
-lakkoobsi bilbilaa-0926837299
4,Eebbaa-hojiin barsiisaa biiftuu Gimbii
4,Jiraataa-hojiin miliishaa
5,Alqee- hidhataa ganda 04
6,Habtaamuu Kabbadee- managera ganda 03” Via Hassan Ismail