Quantcast
Channel: Oromia
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

#OromoProtest, August 11, 2016

$
0
0

(SBO/VOL – Hagayya 11,2016) Tumsa FXGf hiriirri nagaa biyyoota alaa bakka ummatni Oromoo argamutti geggeeffamuuf saganteeffamee qophiin isaa geggeeffamaa akka jiru barame.

Warraaqsa Biyyaalessaa Oromiyaa FXG guutummaa Oromiyaa keessaa belbelaa baatiilee 9ffaa qabatee jiru tumsuu, ummata Oromoo hamilee itti horuu fi jajjabeessuuf, akkasumas gocha faashistummaa mootummaa wayyaanee caalaatti addunyaatti saaxiluu fi haala biyyattii keessa jiru addunyaatti agarsiisuuf Torbee Tumsa FXG mata dure jedhu jalatti ummata Oromoo biyyoota ambaatti argamu kan hirmaachisu hiriirri nagaa guddaan Hagayya 15 – 21,2016tti biyyoota alaa adda addaa keessatti bakka ummatni Oromoo argamutti kan geggeeffamu ta’uu qindeessitootni hiriira kanaa beeksisaa jiran.

Guyyoota kana keessatti ummatni Oromoo biyyoota ambaa garagaraatti argaman hiriira nagagaa kan Torbee Tumsa FXG jedhuun geggeeffamuuf saganteeffamee jiru kana irratti akka argamanii fi biyya jiranitti haala walfakkaataan ba’anii sagalee isaanii dhageessisuun ummata isaanii biyya keessaaf akka tumsan yaamichi darbeefii jira.


#‎Oromoprotest‬

Guyyaa har’aa Hagayya 11, 2016 Mootummaan Wayyaanee humna waraana meeshaa gurguddaa hidhatee fi taankiilee 24 Gambeellaa irraa gara Oromiyaa galchaa jiraachuu gabaasni Magaalaa Goree fi Mattuu irraa nu gaye ni addeessa.  Kanaaf ilmaan Oromoo Oromiyaa mara keessaa tooftaalee qabsoo fooyya’aadhaan of qopheessuun of eeggannoo barbaachisu akka godhan dhaamsa dabarsuu barbaanna. ‪#‎shere‬ shere Via Mohammednur Guye

 13876458_913570435414704_8230695407012865835_n

daawwadhu akkatti nama hawwatu qeerroon oromiyaa
seenaa hin dagatamne falmataa abbaa biyyaa

Mogor biyya Badhadha Dilgaasaa
falfadhu qeerrookoo
gumaa dhiigaatu baasaa

biyya sanyii Iddoosaa
sabni callisee hin teenyee
awwaalee ilmoosaa

biyya Baqqalaa sabbooqaa
daawwadhu mogor keenya
biyya dhiiraa biyya gootaa…..

13876612_547642938772313_587708689116932739_n

13938341_547642985438975_3011849268687310199_n

13886290_547643012105639_7742138442264459090_n

 


Abbaay Tsahayyee, Samooraa Yuunusii fi hogganoonni TPLF biroon guyyoota lamaaf Ameerikaa turanii biyyatti deebi’an jedha odeessi tokko. Balaa jara mudatte kana irratti qondaalota Ameerikaa waliin mariyatanii deebi’uutu himama. Oromoo fi Amaarri walitti dhidhihaachuu irraa rifaatuu guddaa keessa jiraachuun isaaniis dhokataa miti. Gorsa akkamii akka fudhatanii galan garuu ammaaf ifaa miti tahuyyuu, ammas taanaan Amerikaan naannoo sanatti dantaa ofii eegsifachuuf hanga Wayyaanee kan abdattu akka hin qabne beekamee jira. Sochiin ummatni keenya geggeessaa jiru seena qabeessa tahus dhaaba siyaasaa jabaa fi maqaa dhahamee beekamu (officially recognized) taheen kan durfamu waan hin tahiniif ”sochii abbaa hin qabne” jedhamee waamamuu jalaa hin baraaramne. Warri State Department illeen kanuma hubachuu irraa ammaaf ifatti Wayyaaneef looguu filachuu isaanii ibsa baasaa jiraniin nutti himaa jiran. Itti haa yaadamu. Via Beekan Gulummaa Irranaa


‪#‎OromoProtests‬ Update about Bekele Gerba et al court case
በጸረ ሽብር ህጉ ተከሶ፣በዛሬዉ ዕለት የዕምነት ቃላቸዉን እንዲሰጡ የተቀጠሩት እነ ጉርሜሳ አያኔ በሀገሪቱ የህግ የበላይነት ብሎ ነገር እንደሌለና የኢትዮጵያን ፍርድ ቤት የወያኔ የገደል ማሚቶ መሆናቸዉን በሚያረጋግጥ መልኩ ቃላቸዉን ሳይሰጡ ከፍርድ ቤት ቅጥር ግቢ ወጥቷል፡፡
ሁሉንም የተከሾች ክርክር በዚህ ገጽ ማቅረብ እጅግ አዳጋች ስለሆነ፡፡ጥቂቶቹን ብቻ ለማካፈል ተገደናል፡፡
ጥፋቱን ፈፅመዋል ወይስ አልፈጸሙም? ተብለዉ መጀመሪያ በመሃል ዳኛ የተጠየቁት ‘’ኦቦ ጉርሜሳ አያኖ’’ ነበሩ፣ኦቦ ጉርሜሳም ሲመልሱ ‘’ክሱ ግልፅ አልሆነልኝም እኔ ፖለቲከኛ ስሆን የመድረክ ፓርቲ-አባል ነኝ፡፡የእኛ ፓርቲ ህገመንግስቱን ተከትሎ የተቋቋመ ህጋዊ ፓርቲ ነዉ፡፡የተከሰስኩት ግን የኦነግ አባል ነህ በሚል ነዉ፣እኔ እስከማዉቀዉ አንድ ሰዉ የሁለት ድርጅት አባል መሆን አይችልም፡፡ይሄ ክስ መንግስት መሬቴን አሳልፌ አልሰጥም ያለዉን የኦሮሞን ህዝብ በጅምላ አሸባሪ ብሎ እየከሰሰ ነዉ ያለዉ ስለዚህ ቃሌን ለዚህ ፍ/ቤት አልሰጥም’’፡፡ቀጠለ ኦቦ ደጀኔ ጣፋ ‘’የኢትዮጵያ ፍ/ቤት በግልፅ ህገመንግስቱን እያፈረሰ ያለ ተቋም ስለሆነ ለዚህ ፍ/ቤት ቃሌን አልሰጥም፣ከአሁን ወዲህም ወደዚህ ፍ/ቤት መምጣት አልፈልግም፣ዉሳኔዉም ግልጽ ስለሆነ ባለሁበት ሆኜ ይድረሰኝ!የኢትዮያ ህዝብ ግን እኛ ላይ የተፈጠመዉን በደል እንዲያዉቅልን እፈልጋለሁ’’፡፡
‘’አዲሱ ቡላላም’’ በተራዉ ‹‹የደረሰኝ ክስ የሚመስል ድርሰት ግራ አጋብቶኛል፡፡እኔ የመድረክ ፓርቲ እንጂ የኦነግ አባል አይደለሁም፣ለህዝቤ ብዬ በአደረግኩት ነገር በሙሉ ደስተኛ ነኝ፣በእ በአዲሱ ስም የተመሰረተዉ ክስ በኦሮሞ ላይ የተመሰረተ ክስ መሆኑን መሆኑን ሁሉም ሰዉ እንዲያዉቅልኝ እፈልጋለሁ፤ እኔ ለዚህ ፍትህ አልባ ፍ/ቤት ቃሌን መስጠት አልፈልግም ተመካክራችሁ ዉሳኔዉን ባለሁበት አድርሱኝ››!
‘’በቀለ ገርባ’’ ሲናገር ‹‹ባለፈዉ ቀጠሮ የክስ መቃወሚያችን ላይ ወንጀሉ ተፈጸመ የተባለዉ ኦሮሚያ ክልል ሆኖ ሳለ ለምን በፌዴራል መንግስት እንዳኛለን?! በክልላችን በቋንቋችን እንዳኝ ብለን አቤቱታ አቅርበን ነበር ቢሆንም የሰማን የለም፡፡እኛን ግን ገብቶናል ለምን ክሳችን በፌዴራል እንዲታይ እንደተደረገ፣ፍ/ቤቱ በተጻፈለት መሰረት ሊፈርድብን ነዉ፡፡ይሄ ፍ/ቤት ታዞ እንደሚሰራ ከዚህን በፊት ስምንት አመት ያለጥፋቴ ተፈርዶብኝ እኔ በራሴ ህይዎት ችግሩ ደርሶብኝ አይቻለሁ ስለዚህ ለዚህ ፍ/ቤት ቃሌን አልሰጥም››
ቀጠሉ ከኦሮሚያ ክልል የመጡ እሳት የላሱ የእዉነት አምደኞች፡፡አንዱ ‹‹ጨለማ ዉስጥ ሆኜ ምንም ማዉረት አልፈልግም››
ሌላዉ ‹‹የህግ የበላይነት ባልተረጋገጠበት ሀገር ላይ ሆኜ ለባስልጣናት ለሚታዘዝ ፍ/ቤት ቃሌን አልሰጥም››፡፡አንዱም እንዲሁ ተጠራና ተነሳ ‹‹እኛ ላይ የታወጀዉ የዘርማጥፋት ወንጀል ነዉ ስለዚህ ለዚህ ፍ/ቤት ቃሌን መስጠት አልችልም››
፣ሌላዉም ቀጠለ ‹‹የተከሰስኩት ኦሮሞ በመሆኔ ብቻ ነዉ››፡፡አሁንም ሌላኛዉ ሲጠየቅ አለ ‹‹የዘረኝነት በሽታ ያለባቸዉ ሰዎች ናቸዉ ያለትፋቴ የከሰሱኝ ቃሌን አልሰጥም››!ፍ/ቤቱ በዚህና በመሰል ከበባድ የእዉነት ቃሎች ልክ-ልኩ ተነግሮት ችሎቱ ተጠናቀቀ! Via 
Naf-tanan Gaadullo





#OromoProtests Uummati gaafa gabrummaa toobbatu rasaasni gadi isa hinqabu. Kun uummata Holotaa ti. Waraana amma funyaaniitti hidhatee isaan ajjeesuuf qawwee nyaachifate of fuula duratti ilaalaa alaabaa mul’ata isaanii qabatanii sodaa malee daandii cufanii deemu. Gootummaa daangaa hinqabne. Obsi sodaa miti. Via Fooziiyaa Oromoo

August 6, 2016, Oromo Protesters chant slogans during a demonstration in Holota town close to Finfinne

August 6, 2016, Oromo Protesters chant slogans during a demonstration in Holota town close to Finfinne


FXG Oromiyaa Keessatti Itti Fufe Naannoon Amaaraa Deggeruun Itti Fufeera. Galmee Namoota Ajjeefaman Haga Amaatti Beekaman Godinaale Irraa Gabaafameera.

FXG oromiyaa keessatti daran jabaatee kan jiru naanno Amaarattis fincilli uummata naannichaan jabaatee kan jiru hiriira mormii guddaa walii galaa oromiyaa magaalota gurguddoo oromiyatti itti fufeen naannoo Amaaraatti haaluma kana fakkaatuun fincilli ummataa naannoo Amaaraa magaalaa Bahardar keessatti itti fufuudhaan humna waraana wayyaanee 8 ol hojiin ala taasisuun caasaan naannichaa gabaasee jira.
uummata keessaas namootni 7 ol wareegamuu fi humna poolisii naannoo fi federaalaa fi agaazii jedhaman irratti uummanni tarkaanfiii fudhateen
hojiidhaan ala taasisuun gabaafamee jira.
Magaalaa Bahardar Hagayya 7/2016 ganama irraa kaasuudhaan
tarkaanfiiwwan adda addaa uummatichi fudhataa baheera. Konkolaataan
diinaas hojiidhaan ala tahee jira. Ajjechaan uummata oromoo irra
gahaa jiru haa dhaabbatu jechuunis uummati naanno Amaaraa dhaadannoo
dhageesisaa jira. Gabaasa dhufeen magaaluma kana ganda Zalzalmaa,
Abbaay Maadoo,ganda 13 fi naannoo Hospitaala Bahardaritti ammallee
daandiin cufamuun gabaafamee jira.
Oromiyaatti FXG sadarkaa olaanaatti ol guddatee jiruuf mootummaan
ammas taanan ilmaan oromoo irratti tarkaanfii suukkanneessaa fudhataa
jiruun Hagayya 4 asitti qofa mootummaan wayyaanee humna qabuun ilmaan
oromoo 100 ol ajjeesisee jira. Kun eenyuufis ifa tahu hidhaanii fi
ajjechaan amma uummata oromoo irratti akeekamee jiru FXG kana duubatti
kan deebisu osoo hin taanee ammallee iti fufuudhaan uummanni baadiyaa
fi magaalatti wareegama kana hunda dandamatee finiinsuun itti fufee
jira.
Sadarkaan amma FXG kun irra jiru mootummaa abbaa irree wayyaanee kan
yaaddesse tahee kumaatama guddaadhaan mana hidhaatti ilmaan oromoo kan
guuuraa jiruu fi naannoo Gammoojjii Affaaritti FXG guddicha
oromiyaatti guyyaa lama dura taasifameen yoo xiqqaate ilmaan oromoo
5500 ol gara gammoojjii kanaatti fe’amanii jiru. Namootni hedduun
maanguddooleenis bakka buuteen isanii kan dhabameedha. Kanumaan
naannoowwan biroo olla oromiyaa jiran keessatti uummanni fincila kana
deggeruudhaan itti fufanii jiraachuun kan gabaafamee jiruudha.
Oromiyaa keessatti FXG guddicha godhame kanaan namootni hedduun
lubbuun isaanii akka darbe gabaasuun keenya ni yaadatama. Isaan
keessaa baayinaa fi bakkoota adda addaatti kan xuqnu
1. Shaggar lixaatti namoota 3
2. Harargee lixaatti namoota 3
3. Baaletti namoota 3
4. Naannoo Hararge Bahaatti magaalotaa fi baadiyaalee garagaraatti namoota 26
5. Arsii lixaatti namoota 13
6. Arsii bahaatti namoota 2
7. Wallagga bahaatti nama 32
8. Wallagga lixaatti nama 4
9. Horro guduruu wallaggaatti nama 1
10. Qellem irratti nama 3
Ifatti walumaa gala gara nama 90 olii tahuun galmeen wareegamtoota kan
godinaalee oromiyaa irraa gabaasee jira.
Oromiyaan ni bilisoomti Via 
Oromo Sinbon


Ergaa Harargee Lixaa Baddeessaa irraa
‪#‎OromoProtests‬ Akkam Najiib? Eda galgala magaalaa Baddeeysaa kessatti nama enyummaan isaa hin bekkamin hanga sadarkaa gaaga’amni irra ga’utti cafaqaa turan. Dhiigni akka horii qalametti irra ya’e. Iddoon kun itti raawwatame masgidul Towfiq Kara jalaati.
Iccitiidhaan itti gafatamtoonni OPDO Namoota 4 ol kantahu, akka barametti gaara kaartotti awwaalan. Kalee fi dheengadda halkan guyyaa 11/8/2016 itti fufeet jira. Warri hidhaman akka wal quba qabaattan,akkasumas maatiin isaanii fi manguddoonni hubatuu fi ilaaluu qaban.” Via  Najiib Zannuun


Mormii FXG aannaa Booseeti godina shawaa bahaa Magaalaa Dooniiti gootowwan ilmaan Oromoo aannichaatiin gaggeeffame. FXG itti fufee jira.‪#‎WarraaqsiOromohaajiraatu‬ ‪#‎TPLFoutofOromia‬ ‪#‎StopGenocide‬‪#‎Oromoprotests‬ ‪#‎AmaharaProtests‬ ‪#‎Ethiopiaprotests‬ Via Ibsaa Nagawoo

13876435_10153862943492825_7253319956685377296_n


FXG aannaa Booseeti godina shawaa bahaa Magaalaa Dooniiti gootowwan ilmaan Oromoo aannichaatiin gaggeeffame. FXG itti fufee jira.‪#‎WarraaqsiOromohaajiraatu‬ ‪#‎TPLFoutofOromia‬ ‪#‎StopGenocide‬‪#‎Oromoprotests‬ ‪#‎AmaharaProtests‬ ‪#‎Ethiopiaprotests‬Grand ‪#‎OromoProtests‬ ”Lukkeen Tigree OPDOn kaleeysa hagayya 11/8/2016 ilmaan Oromoo 20 gahuu ajjeesaniifii ajjeesísanii kan dhibbaan lakkaawaman madeeysaniifii qaama irrisanii arra gandoota magaalaa awwadaay keeysa daddeemanii walgahii bahaa jachuun nama dorsisuun baga isin ajjeefne jachuun ummata garaan booyatti jirutti dhaadachuuf tahuun beekkamaadha ummanni oromoos akkuma ammaas bahuufii didaa jirtanitti diddaa jabeeysuun karoora afeerraa walgayii wayyaanee kana irraa hafuun fashalsuun barbaachisaadha” Via Hassan Ismail


ETV ወይስ ትግራይTV
1.ተመስገን በየነ-ትግሬ- ETV ዜና አንባቢ
2. ክብሮም ወልደ ስላሴ-ትግሬ..አማራ ክልል TV ዜና አንባቢ
3.. ኤደን ገብረህይወት-ትግሬ-ETV ልዩ ለዩ መዝናኛ አቅራቢ
4. ለዓለም ደስታ-ትግሬ–Addis TV አዘጋጅ
5..አርሜላ ገብረ ኪዳን-ትግሬ- ETV ዜና አንባቢ
6. ሕሊና መንራቱ- ትግሬ-አማራ ክልል tv ዜና አንባቢ
7.አልጋነሽ ተካ-ትግሬ-ፕሮግራም አዘጋጅ /Correspondent
8. ሰለሞ ንገብረ መድህን ትግሬ -ETV የደቡብ ክልል Correspondent
9. ኤደን ብርሀነ-ትግሬ- ETVየቤተ መንግስት /Correspondent
10. አብረኸት አደም-ትግሬ-ETV ካሜራ /ፊልም ቀራጭ
11.ዳኔኤል ገ / እግዚአብሄር -ትግሬ-የደቡብ ክልል ዜና አንባቢ
12.ሂሩት ገብረ አምላክ -ትግሬ-የስፖርት ዜና አንባቢ
13. መታሰቢያ ለገሠ-ትግሬ–Correspondent
14. ክብካብ ታደሰ-ትግሬ–correspondent
15. አታክልቲ ገብረ መስቀል-ትግሬ-ምስል ቀራጭ /Pothographer.
16. ፀጋልኡል ወልደጻዲቅ ትግሬ-ፕሮግራም አዘጋጅ
17. ራሄል ተክለ ዮሀንስ -ትግሬ-እንግሊዝኛ ዜና አንባቢ
18.ሳራ ፍሳሀዬ-ትግሬ-ፕሮግራም አዘጋጅ
19. አለማየሁ ገብረ ሕይወት-ትግሬ–ፕሮግራም አዘጋጅ
20. ሴይፉ አሰግድ-ትግሬ–ሮግራም አዘጋጅ
21. ገብረ ሚካኤል ገብረመድሕን-ትግሬ-ልዩ ልዩ ፕሮግራም አዘጋጅ
22. ተስፋዬ መሀሪ -ትግሬ-የአማራ ክልል correspondent
23. ኪሮስ ጸጋ-ትግሬ-የአማራ ክልልCorrespondent
24.ፍሬሕይወት ዘሚካኤል-ትግሬ-የኮምፒዩተር ፕሮግራም አንባቢ
25.አፈውርቂ ካህሳይ -ትግሬ-ልዩ ልዩ ፕሮግራም አዝጋጅ.
26-ye SPORT azegajoche bemulu Tegery
27-ye HETEMET DASESA akerabiwoch bemulu Tegery
28-WANA HALAFEWOCHE bemulu Tegery
29ጠበቃዎች በሙሉ ትግሬ ናቸው
መክሸፍ እንደ ኢቲቪ ፔጅ
ድል ለሰፊው ህዝብ !!!
____
Source:Daniel Daba’s page. Via 
Naf-tanan Gaadullo

 


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918