Quantcast
Channel: Oromia
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

#OromoProtest, August 13, 2016

$
0
0



‪#‎OromoProtests‬ Really in Solidarity with the Oromo Students @Washington DC, in front of the White House, on August 12, 2016. Via Sirkanan Ahmed

13920939_1423206027705876_4491488281975319670_n 13880182_1423206114372534_5981828861125125220_n


‪#‎OromoProtests‬ 13/8/2016 hiriira wayyaaneen guyyaa arraa magaalaa Awwadaayitti yaamtee ture ummanni magaalatti kan farrummaa wayyaaneetti garaan gubateefii ajjeechaa oromoorratti raawwatametti gaddaa jiru “wayyaanee wajjiin nagaya maal qabnaa hiriira nagayaa baana ” jachuun guutumatti magaalaa cufanii onsuun mana cufachuun daggala seenanii mormiif diddaa wayyaaneef qaban mullisuun hiriira wayyaanee fashalsanii jiran

sarootaafii lukkeleen tarkaanfii ummanni fudhatetti dallanani ganda keeysa fifiiganii nama ganda keeysatti arkatan hidhaa fii tumaa jiran


‪#‎OromoProtests‬

“Miseensii opdo magaalaa Amboo fi kan hojeetootaa motummaa guyyaa 6/12/08 ta’amee irrattii mormiin hin eggaminee dho’ee jira. Haalaa rakkoo wayyanee yeroo ammaa mudatee jiru irrattii miseensii akka cina isaanii dhaabbatuuf jecha waltii qabaanii turani. Kan waltii qabe 1,Tekela huma (ganticha malaqan Dr Metera Gudina malaqa guddaan ganee ture.yeroo amma Bul/Lafa Oromiya irratti ango gudda qabu) 2,Dechesa Beka (Bul/god/sh/lixa ta’e hojeechaa jiru.lakk 1ffaa irrattii ummata oromoo ficsiisa ture fi ammas irra jiru) isaan lamaan kanatuu waltii qabee ture. Kan miseensii opdo kaasaa turee garuu -Tekela huma atii Dr Merara waliin hin turre ? Enyuutuu si ijaaree? Waan gaarii ummanni kun sirra baratuu waan garii mal hojeeteettu mee nutti himi. -amma yoomitti nu sobduu,somba tigrey tiin jiraatuu -ummannii isiin jibbeera -jeneration ajjeesaa enyuu waliin jiraattu -hidhaaf ajjechaa dhaabaatii yoo dandeesaan deebii ummataaf deebsaa -jawar maal ijaa ta’eef isiin dhaga’uu didee isaan dhageefachaa jira -amma yoomiiti sobduu -federala tti oromoo qacarama jira -Dirree dawwan kan enyuutti ? Labsiin hin baane -wagga 25 finfinnee irra bu’a gafatanii hin beekatanii -resource distribution fair miti Guutumaan gutuuti mormii malee deegarsa tokkolee otoo hin erganee nutii arr’a booda waliin hin dunu miseensa ta’uun yakka mitii , ta’ani yakka hojechuu waan ta’eef nutii kunoo isiintii himaa turre, himaa jira keessa hin qabnu nuuf beekaa jechuun salphisanii jiru.” Via Girma Gutema


Hagayya 6/2016 Sambata Xiqqaa ture qalbiif miirri nama kamiitu kan gara Oromiyaatti deebi’e!. Warra fagoo jiru irra hirribni badee warra Hiriira nagaa ba’uuf lafti bariite bakki itti wal ga’aan qaqqaabe jira ture torbee hardhaa ganamaa. Guyyaa sammuun keenya hin irraanfanne gaafa oromoon hedduun wareegamee! Kallatti arfan irra gaafa dhiigni dhangala’ee, guyyaa madaa guddaa akkasumaas seenaa addaa galmeessee darbee August 6/2016. Video Fi suuraalee adda addaa arginee osoo gammadnu qeerroo fi uummata keenyaf osoo harka rukunnu…yoo xinnoo turu ammoo kan hamilee keenya cabsee video fi suuraalee haala obboliin keenyi itti jiran argine boonye marachuu geenye.

Waan nurra gahee maraafu obsuu malee hiikoo biroo hin arganne. boriif abdii godhachuu malees falli nutti argamne.
‪#‎OromoProtests‬ seenaa guyyaa sanaa hin dagannu bilisumaa fi ba’umsaa dhugaa Waaqayyo uummata keenyaf ni fidaa. AMMAS ABDIIN JIRA! Via Kumera Damessa


ከሰልፉ በኋላ በደብረ ማርቆስ ቀበሌ 03 ጽ/ቤት ወጣቶች በገፍ ታስረዋል

August 13, 2016

ከሰልፉ በኋላ በደብረ ማርቆስ ቀበሌ 03 ጽ/ቤት ወጣቶች በገፍ ታስረዋል:: የደብረማርቆስ ወጣቶች በአምባገነኑ አጋዚ ወታደሮች ቤት ለቤት እየታፈኑ በጭካኔ እየተደበደቡ ነው።

ዛሬ ረፋድ ላይ የተጀመረው የደብረ ማርቆስ ዐማሮች የተጋድሎ ሰልፍ አሁን 10 00 (Time) ላይ ተበትኗል፡፡ ከሦስት የተለያዩ አቅጣጫዎች የተጀመረው የተጋድሎ ሰልፍ ወደ አንድ ቦታ ማዕከል እንዳይገናኙ የአጋዚ ወታደሮች በጥይት ተከላክለዋል፡፡ ሰልፉ በአብማ (ቀበሌ)፣ በሸዋ በር (ቀበሌ 06) እና መናሃሪያ አካባቢ የተጀመረው የተጋድሎ ሰልፍ በዐማራው ሕዝብ ላይ እየደረሱ ያሉ በደሎች ተስተጋብተዋል፡፡ ‹‹ወልቃይት የዐማራ ነው፤ ፖሊስ የሕዝብ ነው›› የሚሉት መፈክሮች ጎልተው ይሰሙ ከነበሩት ቀዳሚዎቹ ነበሩ፡፡
የዐማራ ፖሊስ ምንም ዓይነት እርምጃ ያልወሰደ ሲሆን የአጋዚ ጦር ግን በንጹሐን ዐማሮች ላይ ጥይት አርከፍክፏል፤ ቁጥራቸው ያልታወቁ ሰዎች ቆስለዋል፤ በሕይወት ላይ የደረሰ ጉዳት እንዳለ ሰምተናል፡፡ አሁን ላይ ብረት ለበስ የመከላካያ ሠራዊት የንጉሥ ተክለ ሃይማኖት አደባባይን ወሮታል፡፡ ከመንገድ ወደ መንገድ ሰው መንቀሳቀስም እንደተገደበ ነው ከቦታው የደረሰን መረጃ የሚያመለክተው፡፡

አሁን ላይ ከመቶ የሚበልጡ ወጣቶች የፖሊስ ጣቢያዎች በመሙላታቸው ምክንያት በቀበሌ 03 ጽ/ቤት ውስጥ ታጉረው እንደሚገኙ ታውቋል፡፡ በርካታ ልጆች ተደብድበዋል፡፡ የአባቶቹን ሰንደቅ ዓላማ ለብሦ የነበረ ኃይለኛው የተባለ ወጣት ከፍተኛ የአካል ጉዳት ደርሶበታልም ተብለናል፡፡
በደብረ ማርቆስ ከተማ የነበረው የዐማራ ተጋድሎ ሰልፍን በተመለከተ የተለያዩ አካላት የተለያየ መረጃ ማስተላለፋቸው በደብረ ማርቆስን ዐማሮች ውዥንብር ፈጥሮ ተስተውሏል፡፡ በመሠረቱ የትግሉ ባለቤት ራሱ ሕዝቡ ሆኖ የሕዝቡን መርሃ ግብር ማስተጋባት የተሻለ ቢሆንም የተለያዩ አካላት በራሳቸው መንገድ ፕሮግራሙን ማስተዋወቃቸው የዐማራው ትግል ላይ አሉታዊ ተጽእኖ አሳድሯል፡፡

ከደብረ ማርቆስ ከተማ ያነጋገርናቸው ሰዎች ወጣቶቻችን የሚታፈኑት በማኅበራዊ ሚዲያ በሚወጡ ምስሎች በመሆኑ ምስሎቹን ሰዎቹ በማይታዩበት መልኩ እንዲሆንም አስተያየት ሰጥተዋል፡፡


‪#‎oromoprotest‬========13/8/2016
‪#‎Dhaamsa_walloo‬ irraa nugahe Godina saba oromootti wal,ga’ii
dhaabaa jechuudhaan guyyota lamaaf
dirqiin hojjetoota mootummaa
maariisisaa turuun beekamaadha, has
ta’u malee dhimmi Marii isaanii obbo
jawar Mohammad balallefachuu jedha,
nama gaddisiisa yeroo adda addaatti
kaabinoonni aanalee fi godinaa
hojjetoota mootumma dhaan jawarin
deggartu jechuun doorsisaa turuun
isaani ni beekama, amma immoo
ceephoo fi ceephessa jechuun fb
irratti jawarin maalif him arrabsitan
jechuun guyyaa har’aa aanaan
dawwee harawaa hojjetoota
wajjiraalee qorachaa oolera,
hojjetoota lamas aanichumatti hidhee
dararaa jiraachunsaa madden keenya
nu beeksisaniiru, kanaaf lafa bari’uuf
jiru kana yaa hojjetoota ilmaan
oromoo , jecha jaratti hojiitti jijjirra
jettee akka of him miinen ,dhaamsa
kooti,,,ta’uu baannan namootni amma
gara arrabsutti seentan in beekna
maqaa keessan as irratti had dhiisuuf
jirra maaloo,fagoo dhufee na miidha
him jedhiin Asu man jiraa.
xumura irratti qeerrowwan dawwee
magaalaa booraaf, hiriira guyya boorii
kan magaalaa kamisee too
dandeessan aanaa keessan irratti
gaggeffadhaa
from ‪#‎qeerroo_dawwee‬  Via 
Qeerroo Karaa Harargee


 


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918