The public meetings & “consultations” that TPLF is undertaking in the capital are turning into anger venting conventions that at times they went out of control for the cadres. Insider informants say that the Oromo and Amhara elites are speaking in unison against the TPLF tyranny, all along. We highly recommend and advise every public servant to actively participate in these meetings and rather use them as nice opportunity to turn them into TPLF’s nightmarish public scenes. #OromoProtests #AmharaProtests
“Woyaneen walga’iilee hojjatoota wajjiroota adda addaa finfinnee keessatti taasisaa jiraniin baay’ee qormaatamaa jiru. Gaafilee ciccimootu isaan mudataa jira. Hojjatoonni ilmaan oromoo fi ilmaan amaaraa afaan tokko dubbatu. Gaafii wal fakkatu gaafatu. Kun woyaneetti mataa dhukkubbii guddaa ta’eera.Hojjataan wal ga’iicha irraa qooda fudhate tokko woyaneen baduuf “Data” yooka “yaada ummataa” sassaabachaa jiru fakkaatti jedheera.” Via Girma Gutema
Mucaan suura isaa armaan gaditti argitan kun Malaakuu booressaa jedhama. Ogeessa IT yemmuu ta’u, biiroo Bulchiinsa naannoo oromiyaa keessa hojjata. Malaakuun namoota hiriira torbaan darbee irratti miidhamaniifi hidhaman keessaa nama tokko yoommuu ta’u, amma yeroo dhihootti eessa akka ture beekuun illee hin dandaa’amne ture. Amma garuu waajjira poolisii sidistenya kan naannoo kaazaanchisitti argamu keessatti, akka hidhamee argamu beekameera. Isa qofa osoo hin taane ijoolleen baayye illee ammayyuuu achum kazanchis keessatti hidhamanii akka argaman beekameera. Amma guyyaa harratti mana murtiitti akka hin dhiyessinee nutti himeera!
Kanaafuu namootni gara awash arbaa deemtanii namoota barbaaddan argachu dhabdan, ammallee warri as finfinneetti hafan waan jiraniif garasum deemaatii qulqulleeffadha. Namoonni ijoollee kana qaaman dhaqxanii gaafachuu feetan yookaan gargaaruu barbaaddan illee achum dhaqxanii dubbisuu ni dandeessu.
Geneva, Switzerland, August 16, 2016
#OromoProtests
Bulchiinsa magaalaa Baatuu guyyaa 09/12/2008 halkaan sa’aati 10:00 ti Dargaggoo Hora Fajjisoo sababii meeshaa woraan qabda jedhuunfi sababa guyyaa hiriraa marsaanii warranaa mana jirenyaa isaati itti banuun kan ajeesaan yoo ta’u akka ajeefamu kan haala mijessee bada sareen xuxiilaan Kadir Gammada I/g W/ra Bulchiinsa fi Nagenyaa Magaalaa Baatuu ta’u bekkame jira ,dhukaasa godhameen Poolisii tokkoo yoo Ajefamuu tokko rukkutame jira . Hora goota seenaanis niyaadataa !,Namichatii saaree hin gennee San Kadir Gammada fi fakkaata isaa qeerroon baatuu lafarraa dhabamsiisu qabu seenaan isiin gaafata!! Via Hofolee Arsi
#OromoProtests We are hearing that two young men, Bonsa Abdella fi Gammachuu yuusuf, are tortured to death by TPLF agents in secret detention centre in Harar, after having been detained during the#GrandOromiaRally on 6th of Aug. It’s said that both of them were UV originally from Dire Xayara locality but they are buried there in secret detention centre.
“Girmish oduu gaddaa dhengada torbee dabre magaalaa hararti hidhamee qarshi kuma digdam kafale bahu kiyya siif himeetiin ture arra mucaan wajji hidhamne tokko arra bahe osoo nutumanii nama lamaatu nubira du’e achumatti awalame naan ja’e maqaan isaanii Bonsa Abdella fi Gammachuu yuusuf jadhaman lachuu joolee aanaa dirree xayyaaraati”
Girma Gutema
#OromoProtests-Guyyaa har’aa waraanni Wayyaanee sa’atii 2:20tti yoo xiqqatee konkolaataa 30 ol kan ta’uudha gar Wolisoran Magaalaa Tulu Bolo keessaa gar Finfinneetti dabarfaman. Akkasumaas loltooni konkoolaata tokko guutuu duubaran turan. Baayyensa walitti aanee deema ture. \Daqiqaa 10nin booda immoo konkolaatan waan akka tanki isumas 15 waan ta’utu darbe. Via Dhábasá W. Gemelal
ODUU AMMEE
Gidduu kanaa jalqabee konkolaataan Wayyaanee ‘SELAM BUS” jedhamu guutummaatti hojii dhaabee jira. Kan bifa haaraan Wayyaaneen as baasaa jirtu ammoo isa cinaa jiru kanadha. Egaa Qeerroo fi Qarree Oromootiin kana/sana godhi jedhamaaree?
Kun bu’aa qabsookeessani ta’uu beeka; ammammoo jara kanatti midhaan gurguruu, oomisha jaraa lagachuu, agaazota mandaraa keessa naannoftutti midhaaniif bishaan gurguruurraa of qoqqobuufi kkf…gumaan dhiiga wallaalota keenyaa qixa hedduun gumaa baafama… Via Moses Gada