Quantcast
Channel: Oromia
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

#OromoProtests – March 26, 2016

$
0
0

#‎OromoProtests‬ Bitootessa 26,2016) Oromiyaa keessa daandiwwan konkalaataa kamuu humna uummataa fi Qeerroodhaan cufamuun guyyuudhaan dabalaa dhufeera.
FXGn oromiyaa guututti itti fufee jira.


‪#‎OromoprotestOduu‬ injifannoo qeerroo dirree=========================Bitootessa 26,2016Bishooftuu irraa km 12 fagaattee kan argamtu, Aanaa Ada’aa magaalaa Dirree keessatti saaminsa albuudaaf ajjeechaa ummata oromoo wal qabatee torbe tokkoof mormi godhameen guyyaa kaleessaa Bitootessa 25, 2016 konkolaataan#Sinotruckwayyaanee 6 qeerroodhaan barbadaa’uun isaa jiraattonni himan.

Magaala Geedootti guyyaa kaleessaa barattootni barumsaa hunduu waamicha FXGtti fufuu waliif kan dabarsanii fi barumsa bilisummaa booda akka itti fufnu jechuusni dhamsa dabarsaniif ijooloota diinaa fi deggrtoota mootummaa barumsa irratti argaman irratti tarkaanfiin fudhatamuunis waan itti fufee jiruuf waraanni wayyaanee naannoo mana barumsaa kana buufateejira.


Godina shawaa lixaa aanaa Tokkee Kuttaayee ganda Qaleensaa Bitootessa 25/2016 guyyaa keessaa sa’a 6 irratti FXG gaggeeffameen humna ittisa wayyaanee irratti tarkaanfiin fudhatameenQeerroon tokko yeroof kan maqaan isaan nu qaqaabne ajjeefame. Miidhaanis humnai tiisa wayyaanee FXG kana dura dhaabbatuuf carraaqqii godhe irratti taasifamee jira.


መቐለ ከተማ እየተደረገ ያለው የባጃጅ ኣድማ 4ተኛ ቀኑ ይዘዋል።
March 26, 2016 – ቆንጅት ስጦታው
የባጃጅ ኣድማ 4ተኛ ቀኑ ይዟል
=============
መቐለ ከተማ እየተደረገ ያለው የባጃጅ ኣድማ 4ተኛ ቀኑ ይዘዋል። Bajaj Protests
መንግስት “ከ300 በላይ ባጃጆች ላጠፉት ጥፋት 500 ብር እየተቀጡ የይቅርታ ደብዳቤ ኣስተስገብተው ታፔላ እየወሰዱ ነው” በኤፍ ኤም ራዲዮዎች ቢናገም በተግባር ግን ኣድማው ተጠናክሮ እየቀጠለ ነው። ከ20 የማይበልጡ ባጃጆች ታፔላ ኣድርገው እየተንቀሳቀሱ ያሉ ሲሆን እንቅስቃሴው ኣገልግሎት ለመስጠት ሳይሆን በውስጣቸው ታጣቂ ፖሊስና ድህንነቶች በማሳፈር ተቃውሞ የሚገልፅ ወጣት ኣሳድደው እያሰሩ ይገኛሉ። እስካሁን ድረስ በባጃጅ የትራንስፖርት ኣገልግሎት ያገኘ ህዝብ የለም። በየክፍለ ከተማው ፖሊስ ጣብያዎች ከ50 በላይ ኣሽከርካሪዎችና በርካታ ኣድማው የደገፉ የመቐለ ከተማ ወጣቶች እየታሰሩ ነው።

በማቆምያ ቦታ የሚገኙ ባጃጆችም እንዳይንቀሳቀሱ በታጣቂዎች ታግተው ይገኛሉ። ከየቤቱ እየታሰሱ ወደ ፖሊስ ጣብያ እየተወሰዱ ነው። መንግስት መፍትሄ ከመፈለግ ይልቅ ዓፈናና እስር በመምረጡ ህዝብ ተቃውሞው እየጨመረ ነው። ይሄ በስራ ኣጥነት፣ በፍትህ እጦት፣ በድህነት፣ በድርቅ የተነሳ ችጋር፣ በሙስና ችግር የተጎሳቆለ ማህበረሰብ ንቀት፣ እብሪትና ጡጫ ለባሰ ችግርና ህዝባዊ ንቅናቄ የሚያነሳሳ መሆኑ ማወቅ ኣለበት።

*ኣትኪ ዘሎ ቖልዓ ኣይተብኪ በሉ ኣቦ ይርጋ።
በምስሉ የሚታዮ ባጃጆች በዓዲ ሹምድሑን ፖሊስ ጣብያ የታሰሩት ናቸው።

ነፃነታችን በእጃችን ነው።
12376838_1011651932259796_4516624619779370169_n



Saamicha Warqee Albuudi Oromomiyaa Bakka Irraa Saamamu Wallagga Naannoo Warra Jirruu Jedhamu Keessatti Uummanni Oromoo Gamtaan Ka’uun Saamtota Irratti Tarkaanfii Fudhate.
Bitootessa 26/ 2016 Saamicha Albuudaa Wayyaanee Uummata Keenya Naannoo godina Wallaggaa Lixaa Aanaa Najjoo Bulchiinsa Magaalaa Warra Jirruu Irratti Taasisaa Jirtu namoonni qomoon isaanii Tigiree ta,an yeroo ammaa kana albuuda warqee lafa keessaa saamuutti argamu.
Haaluma kanaan guyyaa gaafa Wiixataa irraa kaasuunis naannoo albuudaan ba,aa jiru kanatti walitti bu,iinsi uummataaf namoota albuudaa kana baasaa jiran gidduutti uumamuun dhaga’amee jira.
Sababa kanaan, mootummaan gabroonfataan gita bittaa TPLFn durfamu kun uummata nagaa naannoo sanaa irraatti dhukaasa banuun uummata goolaa jiraachuu fi hidhaa jiraachuun beekamee jira.Walitti bu’iinsa kana irratti tarkaanfii ummanni naannoo sanaa fudhateenis konkolaattonni heedduun maashiniin isaan ittiin warqee baasaa jiranis guutummaatti caccabanii hojiin ala ta’aniirum.
Fincila kanaan walqabatees, Barsiisonni fi Barattoonni akkasumas uummani naannoo sanaa heeduun isaanii gara mana adabaatti kanneen guuraman hedduu yeroo ta’an isaan keessaa muraasi maqaan nuqaqqabe:
1.Firaa’ol Nabiyyuu Barataa
2.Ifaa Takilee Barataa
3.Marsimoy Nabiyyuu Barataa
4.Takilee Caalii Qotisaan bulaa
5.Daagim Dasaaleny Barataa
6.Bengeree Adisuu Qotisaan bulaa
7.Imaanaa Asfaw Ogeessa maashina suphaa kanneen maqaan isaanii tarreeffame kun kanneen mana adabaa Najjoo keessatti dararaan humnaa olii irra ga,aa jiruudha. kanneen yeroo ammaa kana iddoo isaan itti hidhamanii hin beekamne immoo:
1.Sanbataa Tamasgeen Luba Waldaa MakaanaYesuus
2.Waannaa Tarreessaa B/saa
3.Eebbisaa Kooluu B/saa
4.Daanyee Asfaw Barataa .
5.Baacaa Dafaa Qotisaan bulaa dha namoonni kun humna tikaan ukkkaamfamanii achi buuteen isaanii dhabamuu odeessi WarraJirruu irraa nuqaqqabe beeksiseeraa


Guyyaa kaaleessa 25/03/2016 anaa Gindabaratti magaala kaachisiitti wayyaneni walga’ii dhimmaa nageenyaa anaa keenya irratti marii qaban jechudhaa ummataa keessa deemtee sagaalee guddistudhaa waamaa turtee.
kan boodee namnii tokko osoo gadi hin baa’iin hafaan, waaraanni magaala kan qubatte jiru osoo hin haafin,dabbaleen waayanee tokkotti manatti osoo hin haafin magaala Kachisii keessa deemani ummata walga’ii deemaa jechudhaa ummani kun nama yoo sarreetu nuun jedhaa jedhe oso hin duubatti manaa isatti deebi’ee ta’ee jira.
Waaraanni magaala keessa boba’ee sun tokkolee osoo namaa tokko garaa walga’iitti osoo hin dhiyyeesin xumuramee jira.walga’ii isaani kan qamani kam kan itti hin hirmaanee yoo ta’u,Qeerroo magaala Kachisii gammachuu hangaan hin jedhamnee goonfee jira


(SBO Bitootessa 25 Bara 2016) Korri Kutaa ABO Kanadaa Bitootessa 25 Bara 2016 Magaalaa Edmontonitti sirnaa ho’aan eegalame.sirna baniisa kora kanaa irratti Jaala Morkataa Sabaa Dura taa’aa konyaaa ABO Edmonton akkasumas Jaal Rooraas Abbaa Goobaa miseensi Gumii Sabaa ABO wal duraa duubaan haasaa baga nagaan dhuftanii erga taasisanii booda korri ABO Kutaa Kanadaa Bara 2016 kun sirnaan banamuu labsaniiru.kori kun oolmaa isaa guyyaa har’atiin sagantaa hirbaata WBO qopheessuun galii isaa deggerssa WBO tiif oolchanii jiru.akkaataa sagantaa baheetti wal gahiin bara kanaa guyyaa har’aa eegalame hanga Bitootessa 27 Bara 2016 tti kan itti fufu ta’uun beekameera.
12439098_10206516490734425_2800763447634762181_n


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918