What is going on in Ethopia, Police Attack on Oromo Protesters
OBBOLEEYYAN LAMAAN KAN AGARTAN KUN.
Yaa Oromoo wayyaaneen ilmaan keenya kaan ajjeeftee kaan immoo guurtee haadha irraa ajjeeftee ilmaan ishee gara dabarsaa jirti.suuraan asii gaditti argitan kun inni tokkoffaa irra jiru kun DAMEE BATTEE TUFAA jedhama Yunibarsiitii Jimmaa irraa mechanical Engineringidhaan Bara 2016 eebbufamee,inni itti aanu kun AABBUU BATTEE TUFAA jedhama abboleewwan lamaan kun hanga har’aatti waraana wayyaanetiin fuudhamanii eessa buutan isaanii dhabamee jira.wayyaaneen akka saree maraattee taate tun ilmaan oromoo lafarraa fixuu waan barbaadduuf mataa ishee keessa hattattamaan akka ishiin hin baraaramnetti tarkaanfii irratti fudhachuun dirqama oromoo hundaati.Haati Ijoollee kanaa gaafuma sambata hiriira guddichaa kanarratti wareegamte.
INJIFANNOON KAN UUMMATA OROMOOTI!!!
