SBO Ebla 6, 2016
#OromoProtests-(06.04.2016, #DiddaaOromoo, Oromia) Araarsaa Abbaa Humnaa speaks his 23 years prison experience.
=======
Kun haasaa Araarsoo Abbaa Humnaa kan haala manneen hidhaa Mootummaa Wayyaanee waggoota 23 keessaa haga tokko.
Godiina Jimmaa Aanaa Oomon Naaddaa Gandoota Hedduu Keessatti Uummata Sodaachisuun Ergamtooti Wayyaanee Qarshii Saamaa Jiran
Ebla 5,2016
Tibba Kana mootummaan shirorkaa Waayyaanee hanqina Baajetaa mudateen gama baajeta kana deeffatu dhabee watawatuurra taree dirqiin Bakkeewwaan hedduutti saamicha gaggeessaa jiraachuu dhaga’ame.
Haaluma kanaan Godina Jimmaa Aanaa Hoomoon Naaddaa Gandoota Baadiyyaa keessatti Uummata gowwomsuuf kan dides doorsisuun deggarsa mootummaa keenyaa taasisa yaada jedhuun Uumatarraa dirqamaan qaamni OPDO funaana jiraachuu jiraattonni achii nii dubbatu.
Ta’us haalli fi saamichi Mootummaa haaraa ta’uu baatus kallattiin
ykn dirqamaan Jumula fayyadamanii Qote bulaa ganamaa galgala dafqa Xuruurfata oolu Firii Waggaatti argatus hedduu mootummichaaf kan galchu Kaan boosisanii kaan doorsisanii Saamicha kallattii gaggeessuun waan furmaata fiduuf hin fakkaatu.Jiraattonni Kunniin Yeroo Qeerroon achii haasofsiisaa turetti “kaan yeroo dhuma sana wal irraa Liqqeffatee kaffalate,kan akka keenyaa kan hin qabne dirqamaan Qarshii 500n(dhibba shan) akka nuuf fiddan nuu mallateessaa jechuun mallateessineefii jirra.Ammas yeros sodaaf jecha haa mallateessinu malee akkamiin akka of irra xumurru yaaddoo keessa nu seensise”jechuun
imimmaan haqachaa akka dubbatan gabaasi achii nu ga’e ifa taasisa. Qeerroo Oomoon Naaddaarra
ሰበር መረጃ
የትግራይ ነጻ አዉጪ ቡድን መከላከያ አባላት እየከዱ ነዉ።
በምእራብና ደቡብ ምስራቅ እዝ ዉስጥ ባልደረባ የነበረዉና በሶማሌያ እንዲሁም በሰሜኑ የሀገራችን ክፍል እየተዘዋወረ ለረጅም አመታት ያገለገለ በሐገር መከላከያ ሚኒስቴር ስልጠና ዋና መምሪያ የሜጀር ጄኔራል ኋየሎም አራአያ ወታደራዊ አካዳሚ ዉስጥ የስድስት ወር ብቻ የለብለብ የመኮንነት ስልጠና አጠናቆ የተመረቀዉ ም/መቶ አለቃ መላኩ አበበ ነጋሽ የህወሃትን ሰራዊት ተነጥሎ የሸሸ ሲሆን ብዛት ያላቸዉ የሰራዊቱ አባላት ህወሃትን የማገልገል ፍላጎት እንደሌላቸዉና አጋጣሚዎችን እየተጠባበቁ እነደሆነ ለመረዳት ችለናል።
በአንኳርነት የትግራይ ነጻ አዉጪ ቡድን አካዳሚዎች አንድ መኮንን አሰልጥኖ ለመመረቅ የሚወስዱትን እጅግ አጭር ወቅት ከመመልከት አንጻር ምን ያህል የወያኔ መኮንኖች በብቃት እንደሚያገለግሉ እና ከፍተኛ ወታደራዊ ባለስልጣናቱ በምን ያህል ግዜ የጄኔራልነት ቆቡን እንደሚጭኑት ለመገመት አመላካች መረጃ ሆኖ ከማግኘታችን በላይ የሰራዊቱን መማረርና መንቃት ለመረዳት ችለናል።
በመሆኑም በሐገር መከላከያ ሰራዊት ስም የህወሃት ጥቅም አስጠባቂ አንሆንም! ያሉ በርካታ የመከላከያ ሹሞች መብቱን በሚጠይቀዉ ጭቁኑ ህዝባችን ላይ አፈ ሙዝ አንመዝም ሲሉ በመነጠል ላይ ሲሆኑ።
በተጨማሪ የአንድ ዘር የበላይነት የነገሰበት የሐገር መከላከያ አባል መሆን አያሻንም! የወያኔ ባለስልጣናትን ኪስ ለማደለብ በሶማሌያ በከንቱ አንታረድም! ከሐገራችን ምድረ እርስት ላይ ተቆርሶ ለሱዳን መሬታችን ሲሰጥ ዝም ብለን አንመለከትም! ዝርፊያና ግፍ የነገሰበት ስርአት ጥቅም አስጠባቂ አንሆንም! በማለት ሰራዊቱ እየፈራረሰ መሆኑን እማጮች ሲሆን።
በተለይም ሌላዉን የመጨፍለቅ እራይ ያለዉን የወያኔን ወታደራዊ ስልት ከመዋጋት አንጻር ሁሉም የመከላከያ አባልት የሚቻላቸዉን እርምጃ እንዲወስዱ እያሳሰብን !!!!!!!
በስብሶ በመደርመስ ላይ ከሚገኘዉ የትግራይ ነጻ አዉጪ ቡድን የግፍ ቤት ፍርስራሽ ሌሎች አባላት እራሳቸዉን እንዲያድኑ ጥሪያችንን እናስተላልፋለን።
ድል ለኢትዮጵያ ህዝብ ! !
( ጉድሽ ወያኔ )
This is great job!
Thank you dear Melody!
God bless journalist Temesgen!
Melody Sundberg
I am speechless, so happy and honored that you like my drawing of journalist Temesgen Desalegn. Thank you for your kindness.
Jag finner inga ord, är så hedrad och glad att ni gillar min teckning av den fängslade journalisten Temesgen. Tack så jättemycket.
Arjo Didessa Sugar Factory Started Producing Refined Sugar 4 Z Second Year Congra @all ! Thanks God (April 5, 2016)
Harommaayaa Yuuniversitin bifa kanaan gubachaa jira. Maaltuu maal ta’een amma dura waan adda bahee hin jiru jedhu namootni naannoo Yuuniversitichaa jiraatan.
Bitootessa 5,2016.
Kabaaja jaalaala oromummaa
Kan idoo fi jijjiraama hin qabnee
Sin jaalanaa artistoo keenyaa
Waaqni oromoo nagaan
Sin haa galchuu karaa gaarii
Nuu marartuu …
Don’t forget … never …..
#OromoProtests this was Getu Bekele Tolasa who died as a result of month long torture at Ambo prison. He was accused of orchestrating the prison break that took place in January. They then isolated him from the rest of the prison population and subjected him to daily beating. He finally passed away last night. Getu was a commited activist who was priviously jailed in 2006. His funeral ceremony will be tomorrow in his hometown of Gudar. May he join our martyrs in heaven.
=============
Kan agartan kun Geetuu Baqqalaa Tolasaa kan halkan kaleessaa mana hidhaa Amboo keessatti reebichaan wareegameedha. Geetun tarkaanfii mana hidhaa gubuufi cabsuu tibba darbe godhame qindeessite jedhamee yakkamee hidhamtoota kaawwan irraa adda baafamee reebichi hamaan j’aa ol irratti geggeefame. Miidhaa irra gaheenis halkan edaa lubbuun dabarte. Geetuun qabsaa’aa cimaa bara 2006 keessas hidhamee tureedha. Sirni awwaalchaa isaa iddoo dhaloota isaa magaalaa Gudar keessatti guyyaa boruu ( roobii) raaw’atama. Ummanni keenya naannawa saniitis goota haftee hinnqabne kana kabajaa isaan maluun akka geggeessani waamichi dhihaatee jira. Waaqni wareegamtoota keenya biroo waliin jannataan haa qananiisu. Maatifi ummata isaatis rabbi haa jajjabeessu.
#OromoProtests In Barak District In The Place Called Sokoru The Truck With Full Of Agazi Soldiers Over turn and 15 soldiers died by the accident and many more feared wounded April 2, 2016
#OromoProtests
Aanna baarak iddo dirree sokoruu jedhamuuti orraliin garagaluun rayya ittisa naama 15 lubbun darbitee,guyya sanbata darbe.
#OromoProtests
Ebla 05,2016
Barattootni mana barumsaa Baddeellee daandii cufuudhaan yeroodhaa yerootti yeroo dinni karaa banuuf dhufu lola dhagaatiin uummata waliin saroota wayyaanee irratti banuun jabina isaanii mirkaneessaa jiru.
Ebla 5,2016 Godina Arsii Bahaa magaala Asellaatti barattotni koollejjii barsiisotaa Ebla gaafa 2 Barumsa hin barannu barataan keenya uummanni keenya osoo dhiigni isaa lola’uu mirgi jiraachuu osoo nurraa molqamaa jiruu jechuun waraqaalee hedduu naannichatti bittimsuudhaan FXG itti fufsiisanii kan jiran Qeerroon kan gabaase yoommuu tahu Qeerroon koollejjichaa namni 17 ol maqaa qindeessitoota FXG jedhamuun waraana gaaziitiin ukkaamfamanii bakka buuteen isaani dhabamee akka jiru har’a Qeerroon gabaasee jira.
Wal harkaa fuudhiinsaan yeroo ammaa kana waraqaan oromiyaa magaalota fi godinaalee keesa faffaca’ee jiru keessattuu wallaggaa godinaalee 4nuu, bishooftuu, adaamaa, amboo fi kkf yoommu tahu godina wallagga bahaa aanaa saasiggaatti guyyoota lamaan darban kana FXG itti fufuu qaba bittimfamee uummataaf waamicha dhiyeessee jira. Akkasuma Ebla gaafa 1, 2016 alaabaan ABO godina shawaa lixaa aanaa Gindabarat keessatti fannifamee akka jiru Qeerroon gabaasee jira. FXG godinaalee garagaraattis tarkaanfiidhaan kan wal deggereen jabeeffameetu jira
#OromoProtests-(05.04.2016, #ፍትህለተክለቶማ, Oromia) ይህ ወጣት ተክለ ቶማ ይባላል። የአምቦ ዩኒቨርሲቲ የሶሽኦሎጅ ድፓርትመት 2ኛ ኣመት ተማሪ ነበር ። የወጣቱ ትውልድ ቦታ ዳውሮ ሎማ ወረዳ ደቡባዊ የኢትዮጵያ ክ/ሃገር ነው። ህዳር ወር መጨረሻ አካባቢ በኣምቦ ዩኒቨርሲቲ በተነሳው የተማሪዎች ተቃውሞ ተያይዞ ምንም ባላጠፋበት ኣፍነው ከያዙ በኋላ የአጋዚ ወታደሮች ተራ በተራ እየተፈራረቁ ከፍተኛ ድብደባ አድርሰውበት ላለፉት 4 ወራት የኣልጋ ቁረኛ ሆኖ ከቆየ በኋላ መጋቢት 24 ህይወቱ ማለፍ ችሏል ።ሰብአዊ ፍጡር ሁሉ ይህንን አረመኔያዊ ድርጊት በጋራ ማውገዝ አለበት ። የልጁ ቤተሰቦች ምንም አይነት መረጃ እንዳይሰጡ ከሞትና ከህይወት አንድ አንድመርጡ የሚል ማስጠንቀቂያ ስለተሰጣችሁ ዝም ብለዋል ። ገዳዩች ለፍርድ እንዲቀርቡ ። ምስኪን ቤተሰቦቹ ተገቢ ካሳ እንዲከፈላቸው በጋር እንጩህ።
ፍትህ ለወጣት ተክለ ቶማ ቤተሰቦች ።
#OromoProtests Shirri Wayyaaneen humna waraanaa of harkaa qabdutti fayyadamuun Dirqamaan gibra kanfalchiisuuf jirtu saaxilame, ummaatnis wareegama caalu baasuuf akka jiru ejjennoo fudhate
Ebla 5/2016 Godina Lixa shaggar Amboo fi aanota Godinicha cufa Keessatti Warraaqsaa FXG gaaffii mirga abbaa biyyummaa fi Yakka duguuggaa sanyii Mootummaan wayyaanee fudhateen wal qabatee uummatni eejjennoo Isaa jabeessuun kanfaltii gibraa fi buusiiwwan adda adda dhorkatee waan jiruuf mootummaan Wayyaanee Waraanaa fi poolisoota ergamtuu isheetti dhimmaa Bahuun waraanaan dirqamsiiftee Gibra kanfalchiisuuf kan jirtu ta’uun Saaxilame jira. Uummaatni Oromoo goota dhugaadha, yoo wayyaaneen humna waraanaa fayyadamtee dirqamaan gibraas ta’ee buusii kamuu kan nu kanfalchiiftu ta’ee waan qabnuun dura dhaabbannee dumnee mirga keenyaaf falmanna malee abbaan irree dirqamaan nu hin bittu, jechuun uummatni ejjennoo isaa ibsate jira. Yeroo ammaa Kanaa Aanota Godina Lixa Shaggar Amboo: Aanaa Amboo, Jalduu, Midaa Qanyii, Giincii, Calliyaa Geedoo, Iluu Galaan, Daannoo, Baakkoo Tibbee, Xuqur Incinnii, tokkee Kuttaayee, Gudar, Dandii, Adaa’aa Bargaa, Mugar, Meettaa Roobii, Gindaabarat Kaachisii fi Abuunaa fi Magaalota Godinichaa cufa dabalatee uummatni Waraanaa guddaan eegamaa jira, Bulchitootni Gandoota Baddiyyaa haala wal fakkaatuun uummata sodaannee waan jirruuf kanfaltii gibiraa fi buusii kamuu hin gaafatnu ni sodannee jechuun yaada isaanii ibsatani jiru Mootummaan wayyaanee kanuma irra rifatuu Caaluu keessa galuun waraanatti fayyadamee kanfaltii gibra dirqamaan kanfalchiisuuf yaalii gochaa jira!!
injifannoon uummata Oromoof!!
Oduu Gola ADWUI Keessaa Baate==========================(Ebla 4, 2016)
Yeroo ammaa namoota bakka addaddaatii ukkamfmanii bakka buuteen isaanii dhabame keessaa namootni 2800 ol ta’an mooraa waraanaa Xollay keessatti hidhamanii akka jiran madda oduu mootummaa ADWUI keessaa jiru irraa dhagahameera. Hidhamtoota sana keessatti haati ijoollee 7 Harargeedhaa qabamete keessatti argamti.Ukkamfamanii hidhamuu ummataa kana kan qindeessee hojiirra oolchaa jiru Bulchiinsa Oromiyaa Biiroo Nageenyaa jalatti qaama Bazzuu Waqbeekaatiin durfamu yeroo ta’u, mooraa mana hidhaa Xolay an bulchaa jiran:
1- Qana’aa Yaadataa
2- Tashoomaa Dhugaasaa
3- Tsahaay Nagaash (komiishinara adabaa)
4- Qondaalota ol’aanoo komishinii polisii fi komishinii adabaa Oromiyaa keessaa qaamichatti ramadaman ta’uun barameera.
Biirooleen fayyaa fi siivil sarvicii Oromiyaa qaama kana keessaa gayee akka qaban maddi oduu kun ibseera. Hidhamtooni dararamaa jiran beela, dheebuu fi dhukubaan gidirfamaa akka jiranis maddi oduu kun dabalee himeera. Manni hidhaa sun ona waan tureef kan bineensotini dagalaa keessatti boqotaa turan ta’uurra darbee hidhamtootaaf nyaani fi bishaan gahaan kennamaa hin jiru. Hidhamtooti harki guddaan Oromoota ha ta’aniyyuu malee kanneen Gambeela, naannoolee Kibbaa fi Benishangul keessaa ukkamfamanis akka argaman maddi oduu kn ibseera.Maddi oduu akka ibsetti dhalatootni Tigray fagoo dhaabbatanii towataa akka jiraniif qaama ol’aanaatti gabaasa dabarsaa akka jiran odichi itti dabalee mirkaneesseera.Mooraa mana hidhaa sana tiiksaa kan jiran keessaa gariin”maaliif gochaa suukaneessaa kana dhala namaarraan geenya” jedhanii gaafachuu kan jalqaban yeroo ta’u, gaaffiinkun cimee yoo ittifufe walitti bu’iinsi dhalachuun akka hin oolle maddi oduu kun tilmaamera. Beelaa, dheebuu fi dhukkubaan yeroo gabaabaa keessatti namootni hedduun du’uu danda’u sodaan jedhus akka jiru maddi oduu gabaaseera.
#OromoProtests-(05.04.2016, #AffaarRooba, Oromia) Naannoo Affaaritti roobni cabbii fi qilleensa makatee roobe lubbuu namootaa fi qabeenyaa balleesse.
Roobni kun naannicha Aanaalee Magaallee fi Daalolitti roobni cabbii fi qilleensa makate roobeera.
Sababa kanaanis hanga yoonaa Magaalleetti daa’imman sadii, Daalolitti ammoo namoonni lama lubbuun darbee jira.
Dabalataanis mannneen 270 fi re’oonni 2016 lolaan fudhatameera
Bulchiinsi Wayyaanee Guutummaa Magaalaa Naqamtee Irraa Bishaan Dhaabee Ummanni Rakkachaa Jira.
Ebla 5,216 Magaalaa Naqamtee keessatti mootummaan faashistii Wayyanee uummata karaa nagaan mirga isaa gaafate isin ABO waan deggertaniif jechuun guutummaa magaalaa Naqamtee keessaas bishaan dhugaatii balleessuun uummata magaalatii dheebuudhaan fixaa jira.Uummanni magaalattiis heeduminaan rakkoo bishaan dhugaatiin rakkachaa jira.
Kanumarraa ka,uun uummanni magaalaa kanaa mootummaa wayyaanee irratti fincila kaasaa jiraachuun dhaga,amee jira.Bishaanni kun edda badees torban tokko ta’ee jira.
#OromoProtests-(05.04.2016, #WBO, Oromia) Godina Wallaggaa Bahaa Ona Giddaa Ayyaanaatti basaasotni Wayyaanee lama Humna Addaa WBOn Ajjeefaman.
Basaasotni diinaa lamaan tarkaanfiin irratti fudhatame Mulaatuu Abaatee fi Tazarraa Asfaawu yeroo addaddaatti ilmaan Oromoo basaasuun Agaaziin akka qabamanii fi dararaman kanneen godhaa turan akka taé Ajaji WBO Godinichaa beeksiseera.
Tarkaanfiin kun kan fudhatame Bitootessa 30,2016 Godina Baha Wallaggaa Ona Giddaa Ayyaanaa bakka bishaan Mokonnon (Abbaa Muusaa) jedhamutti taúun beekameera.
#OromoProtests-(05.04.2016, #Jijjigaa, Oromia) Ollaan Oromiyaa bahaa, naanoo Ogaadeen, Jijjigaa keessatti rooba yandootiin miidhaman; bokkaa yandoo dheengadda galgala halkan keessaa sa’aatii shanitti roobeen namooti 13 lubbuun darbe; 100 immoo miidhaman. Qabeenyis hedduu miidhameera.
#OromoProtests-(05.04.2016, #BilisummaaOromoo, Oromia) Artisti DABALAA DAMEE wallisaa Oromoo kaassetttota lama kan quuqqaa lammii isaa ibsu gumaachee jiru. Sirboota isaa keessaa, Finfinnee ilaalchisee sirbi inni gaafas sirbe ammallee mata duree ta’ee itti fufee jira.
Artist Dabalaa Damee, Baandii Gadaa keessatti Waldaa Maccaa fi Tuulamaa waliin ummata Oromoo dammaqsuu keessatti gaheen inni taphachaa ture ol’aanaadha.
Haa tahuutii, artistii keenay kun yeroo ammaa rakkina gudda akeessa jira; sababa dhukkubaan waltajjii irraa waan fagaatee jiruuf ummanni bal’aan yeroo ammaa kana isa quba hin qabu. Haalli inni keessa dabres haala ulfaataadha. Artistoota Oromoorratti irkatee bakka jireenyaa fi waan ittiin jiraatu osoo hin qabaatin waggoota dheeraa lubbuun jiraatee har’a gahee jira.
Amma garuu rakkoo jireenyaa irratti dhukkubni dabalamee haala ulfaataa keessa jira. Kanaafuu, ilmaan Oromoo artistoota keessan miidhaa akkanaarraa jiraniif akka birmattan isiniif dhaamna.
Lakk. bilbila isaa +251 920123767 Ulfaadhaa!