Quantcast
Channel: Oromia
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

Baasi OPDO – Bajata Meeshaalee adda addaatiif barbaachis

$
0
0

(SBO/VOL – Ebla 06,2016) Barattootaa fi dargaggoota Oromoo gaaffii mirgaa karaa nagaa gaafatan waraana itti bobbaasee jumlaan ajjeesaa, qaamaa hir’isaa, guuree hidhaa keessatti itti taphachaa fi biyya irraa baqachiisaa kan jiru mootummaan shororkeessaa wayyaanee, karaa ergamtuu isaa OPDOn dargaggoota naannoo Oromiyaa keessaa kan jedhaniin namoota 68 filanii ambaasaaddaroota nageenyaa jechuun badhaasa kennuufiif akka qopha’aa jiran.

Dargaggoota jedhaman kana kan badhaasu ergamticha wayyaanee Muktaar Kadir kan waraana Agaazii ummata Oromoo dhibbootaan ajjeese galateeffate ta’uunis barameera. Badhaasi jedhame kun kan kennamu walgahii dargaggoota Oromiyaa jedhamu kan gidduu kana Adaamaatti eegaluuf jiru irratti ta’uu maddeen gabaasaniiru. Walii galatti dargaggootni 238 ol ta’an dhimma adda addaa irratti badhaafamu jechuun maddeen dabaluun eeraniiru. Baasii OPDOn konfirensii kanaaf qopheessites kan armaan gadii kana dha.

Bajata Meeshaalee adda addaatiif barbaachisu
lakk. Gosa Meeshaa safartuu   Baay’ina gatii tokkoo(Qr) Gatii
Waliigalaa
1 Bunaa fi shaayii nama 2,200 50 110000
2 tishartii lakk 2,200 80 176000
3 koofiyyaa huccuu lakk 2,200 60 132000
4 Baanarii Dijitaala lakk 6 500 3000
5 Matseetii lakk 2200 40 88000
6 Hawwisoo 17150
Affeerraa laaqanaa keessummootaaf lakk 70 200 14000
7 kiraa konkolaataa fe’umsa meeshaalee maxxansaa lakk 1 2000
8 kiraa galmaa qar 10000
9 Waraqaa Kompiitara dasxaa 10 130 1300
10 medaliyaa 136 70 9520 qotee bulaa
11 mobayil 68 1000 68000 anbasadaroota nageenyaa
nama walttajjii beksisu 1 10,000 10000
12 waancaa 32 700 22400 kalaqa
  Ida’ama         663370
-Bajata Waliigalaan konfaransichaaf barbaachisu
-Durgoo fi geejjibaaf ————————2860586.4
-Bittaa meeshaalee adda addaaf———–553450
ida’ama waliigalaa————————-4,904,454.4
4244686.4
Ida’ama = 4,908,056.40

 


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918