Quantcast
Channel: Oromia
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

#OromoProtests Daily, April 6, 2016 (updated)

$
0
0

Oromo Voice Radio, April 6, 2016


Godina Wallaggaa Magaalaa Najjoo fi Naannoo Isheetti FXG Itti Fufee Oole.
Ebla 6,2016 Godina Wallaggaa Magaalaa Najjoo fi naannoo keessatti barattoota Sadarkaa 2ffaa Aggaar Alaltuutiin daran jabaatee itti fufee jiraachuu Qeerroon gabaase.

Fincilli kunis kan jalqabe baratootuma mooraa sanaan Sa’a 4;00 Irratti Fincila Diddaa Garbummaa Qabsiisaniin humni kora bittinneessaa fi Federaalli Mooraatti weeraruun barattoota hedduu reebanii miidhaa guddaa irraan ga’aniiru! sa’a afur irraa eegalani reebichaa fi dararaa guddaa baratoota kana irratti raawwataniiru.

Maatiin Barattootaa Ilmaan Isaani Hoggaa barbaaduuf deemanitti humni federaalaas Uummata ijoolleessaaf dirmachuuf ba,e kana reebuun manatti deebisaniru.Uummannis diddaa isaa jabeessuun naannooma mana barnootaa sana turaniiru. Humni federaalaas yemuu barattoota kana hidhaatti dabarsuuf yammuu yaalanitti Uummannis degersa baratoota kanaaf godhaniin oso mana adabaa hin geeffamin hafaniru! reebicha irra ga’eenis baratoonni heedduun miidhamuu Qeerroon gabaase.


‪#‎OromoProtests‬ Guyyaa Ebla 6,2016 Har’aa Manni Barumsaa Qophaa’inaa Asalla Hiriira Mormii sirna mootummaa Wayyaanee gaggeessaniin dhaadatnoolee warraaqsaa hedduu dhageessisun mootummaa fi waraana mootummaa Wayyaanee balaaleffachaa oolanii jiru, alaabaa gabrummaa ( Ithioophiyaa) mooricha keessatti fannifames gadi buusanii ciruun,barnooti bilisummaa booda waan ta’eef uummata keenya keessa bobbaanee nagaa fi bilisummaa barbaacha qabsoo fincila xumura gabrummaa itti fufna jechuun mana barnootaa cufanii maatiiti galuu Qeerroon gabaase.
Ebla 6/2016
Barruun warraaqsaa dhaabbilee barnootaa fi magaalota Oromiyaa hedduu keessatti Qeerroon bittimsuu yeroodhaa yerootti gabaasuun keenya ni yaadatama. Ittma fufee FXG yeroo ammaas marsaa 5ffaa Oromiyaa keessatti jabaatee jiru yuuniversitiilee keessatti tarkaanfii
garagaraa waliin barataan barumsa dhaabee kan itti fufee jiruudha.
Odeessa Qeerroo kan Yuuniversitii Haromayyaa irraa Ebla 6/2016
addeessuun mooraa guddicha Yuuniversitii Haromayyaatti FXG
adeemsifamaa jiruu keessatti loltootaa fi ergamtoota mootummaa Wayyaaneen ta’e jedhamee doormiin barattootaa 4 ol kan gubate
yoommuu tahu haalli ta’en kun raawwate kan hin beekamne qoranno naamusa FXG keessatti hammatameen yoommu qoratamus diinni maqaa FXG kana balleessuu barattoota Oromoo ittiin yakkuudhaaf kan raawwachuun kan bira gahamee tahu Qeerroon kan gabaaseedha. Waraqaalee hedduun afaanaa Amaaraa fi afaan Oromon barreeffamen kan bittimfame waliin
Qeerroon gabaasa.
Barruuuwwan warraaaqsaa maxxanfamanii jiran ergaa
– Barataan kamuu barumsa akka hin baranne dhaamsa dabarsu
– Gaaffii abbaa biyyumma akkaa mirkanaa’u qabu
– Gaaffiin barataa darban deebiin itti kennamuu qabu
– Uummanni keenya yakka malee hidhaman akka hiikamanii fi
– Kan ajjeefamanii fi qabeenyaan manca’e gaafatama kan fudhatu mootummaa tahuu akka qabu Kanumaan diinni FXG Haromayyaatti eegalee jiru tasgabbeessuu kan hin dandeenye humni waraana Wayyaanee meeqa itti of jijjiiree kan dadhabe
barattootni osoo qo’annoof gara mana kitaabaa seenanii ergamtootni Wayyaanee gara barattootaatti dhuka’aa darbachuudhaan miidhaan barataa tokko qofa irra kan gahe kunis balaa salphaa tahuu Qeerroon gabaasee jira.
‪#‎OromoProtest‬ Ebla 6/2016. Magaala jimmatti konkolata Oraalii 3 poolisii federal kan qabu amma seentee nama shororkessaa jiran of eegannoo barbaachisu akka gootan
#‎OromoProtests‬
‪#‎Breaking‬ News Yeroo Amma Kanatti Magaalan Sulultaa Didaa Cimaa Kessaa Jirti Ilmaan Oromoo Magaala Sulultaa Waraana Federaala Wajjiin Morma Walqabanii Dhukaasa Hamatuu Dhagahamaati Jira April 6, 2016
Dabalataan Qerroon Magaala Sulultaa Ummataa Nannoo Sulultaa Oromoota Hundaan Karaa Hundaan Nuuf Birmadhaa Jedhaati Jiru ‪#‎QabsoonIttiFufa‬!

‪#‎OromoProtests‬-(06.04.2016, ‪#‎OromoFreedom‬, Oromia) Mooraa Yunivarsitii Haaramaayaa keessatti ibiddi qabate, qabeenya hedduu mancaase. Balaa Ebla 5 bara 2016 galagala keessa sa’aatii saddeet irra eegalee qabateen dormiiwwan baratootaa hedduun daaraa taániiru. Balaan ibiddaa kun saatii saddeetii haga kudha tokkootti ture. Balaa kanaa miidhaan gahe hagam akka taé waanti beekame hin jiru. Sababni balaa kanaas hin beekamne. Tikooti Wayyaanee garuu abrattoota Oromoo irratti xiyyeeffatanii jiru.
12931278_10208085965778638_457387305281507279_n
12923295_10208085965978643_5478837658202511008_n
12928263_10208085966058645_2047640973744983273_n


በኦሮሚያ ክልል የተበተኑት ጆሮ ጠቢዎች ከነአለቆቻቸው ለግምገማ ተጠሩ::
‪#‎Ethiopia‬ ‪#‎Oromoprotests‬ ‪#‎TPLFSecurityForces‬ ‪#‎Change‬ ‪#‎Miniliksalsawi‬
Minilik Salsawi (ምንሊክ ሳልሳዊ) በኦሮሚያ ክልል በወያኔ የደህንነት ተቋም ለስለላ የተበተኑ የወያኔ አሽከሮች ስራቸውን በአግባቡ አልተወጡም በሚል ለግምገማ መጠራታቸውን የመረጃ ምንጮች ጠቁመዋል::በኦሮሚያ ክልል ለሁለት አመታት ያህል የኦሕዴድ አባላት ከሕዝቡ ጋር በመቀናጀት በጸረ ሰላም ሃይሎች እየታገዙ በመንግስት ላይ ከፍተኛ የማይፈታ ደንቃራ ሲፈጥሩ አባሎቻችን ስራቸውን በአግባቡ ሳይሰሩ በመቅረታቸው ከፍተኛ የመረጃ ክፍተት በመፈጠሩ የሕዝብ ተቃውሞ መነሳቱ ስለሚታወቅ በዚህ ዙሪያ ለመነጋገር እና ለግምገማ በቅርብ አለቆች አማካኝነት በሚደረገው ስብሰባ ላይ እንድትገኙ ሲል የወያኔ የደህንነት ተቋም በስልክ ቀጭን ጥሪውን አስተላልፎላቸዋል::
በኦሮሚያ ክልል ያለው ጉዳይ እስካሁን በቁጥጥር ስር ማዋል ያቃተው ወያኔ ያሰለጠናቸውን ኬንያዊ ኦሮሚኛ ተናጋሪዎችን ጨምሮ የተለያዩ የደህንነት አባላትን ደጋግሞ ቢያሰማራ በፍጹም ሊሳካለት እንዳልቻለ እና የኦሕዴድ አባላት ራሳቸው ለተግባራዊ ስራ ታማኝነት ሊያሳዩ ባለመቻላቸው በተለያየ መልኩ የታቀዱ ግቦች ሁሉ እንዲጠመዘዙ በመደረጉ አጣብቂኙ እየጨመረ እንደሄደ የውስጥ ምንጮች ለምንሊክ ሳልሳዊ ገልጸዋል::በትግሪኛ ተናጋሪ የሕወሓት ሰዎች ሰንሰለትነት የተያዘው የደህንነት ተቋሙ ታማኝ ይሆኑኛል ያላቸውን በርካታ የድህነት አባላት እያጣ ሲሆን በዙሪያው የተኮለኮሉ ሆዳም አባላትም በጥርጣሬ ቀለበት ውስጥ መግባታቸውን ምንጮቹ አጠንክረው ይናገራሉ::
ክዚህ ቀደም ወደ ተለያዩ ክፍለጦሮች የተላኩ እና ከሲቭል ወደ ወታደራዊ ደህንነት የተዛወሩ አባላትን መልሶ አምጥቶ አዳዲስ ወታደራዊ የደህንነት ምልምሎችን በየክፍለጦሩ የመመደብ እቅድ መኖሩንም ለተቋሙ ሹሞች ቅርበት ያላቸው ምንጮች ሲናገሩ በኢሚግሬሽን አከባቢ ያሉ የብኣዴን አባላትን አጣርቶ ለማባረር እንደታሰበም ተናግረዋል::እንዲሁም በባህርዳር ጎንደር ደሴ ደብረብርሃን የሚገኙ የደህንነትን አባላት ላይ ተጨማሪ ሃይል ለማድረግ መታቀዱ በአማራ ክልል ይነሳል ተብሎ የተሰጋውን የሕዝብ ተቃውሞ ለመቆጣጠር ከወዲሁ መታለሙን ምንጮቹ ገልጸዋል::‪#‎ምንሊክሳልሳዊ‬


#‎OromoProtests‬-(06.04.2016, ‪#‎DiddaaOromoo‬,Oromia) በኦሮሚያ እስራት ተባብሶ መቀጠሉና ጦላይ ወታደራዊ ካምፕ ከ7000 በላይ እስረኞች እየተንገላቱ ነው። ቁጥራቸው በውል ያልታወቁ ዜጎች ከየሥራ ቦታቸውና ከመኖሪያ ቤታቸው በገፍ ታፍሰው አብዛኛዎቹም ቤተሰቦቻቸውና ዘመዶቻቸው በማያውቋቸው አካባቢዎች ተወስደው ታስረዋል።
ይህንን የህዝብ አፈናውን በበላይነት የሚቆጣጠሩ፣ ሪፖርት የሚቀበሉና የሚያስተላልፉት የትግራይ ተወላጆች ናቸው። የህዝብ አፈናውን የሚያስፈፅሙት የኦሮሚያ አስተዳደርና ፀጥታ ቢሮ ኃላፊ አቶ በዙ ዋቅቤካ ሲሆን የካምፑ ስራ አስተባባሪዎች አቶ ቀነዓ ያደታ፣ ተሾመ ዱጋሳና ፀሀይ ነጋሽ የኦሮሚያ ማረሚያ ኮምሽነር ናቸው። የኦሮሚያ ፖሊስ ኮምሽንና የኦሮሚያ ማረሚያ ኮምሽን ከፍተኛና የመስመር መኮንኖችም በአስተባባሪነትና በፈፃምነት በከፍተኛ ደረጃ ተሳትፈዋል።
የኦሮሚያ ጤና ቢሮ እና ስቭል ሰርቪስም በተሰጣቸው ድርሻ እየተሳተፉ ነው። ታፍሶ የተሰበሰበው ህዝብ በከፍተኛ የምግብ፤ የመጠጥ፤ የጤና እና የማረፊያ ችግር ውስጥ መሆኑንም ስያብራራ ቤቶቹ የአራዊት ማረፍያ ሆኖ የቆየ፤ ምግቡ ደግሞ ረሀብን ለማስታገስ የማይችል ነው።
ታሳሪዎቹ ከኦሮሚያ በተጨማሪ ከጋምቤላ፣ ከደቡብ ክልል እና ከበንሻንጉልም የመጡ ናቸው።
12963744_10208085478806464_7338114778167711413_n


‪#‎OromoProtests‬-(06.04.2016, ‪#‎DiddaaOromoo‬,Oromia) Godina Harargee Bahaa aanaa Kurfaa Calleetti lolaan balaa qaqqabsiise.
Aanichatti ganda qonnaan bulaa Urdaa qe’ee Samaatiitti bokkaa cimaa kaleessa halkan sa’aa 2:00 irratti roobeen lubbuun daa’imman 2 darbeera.
Sa’aa 9:00 – 4:00 rooba cimaa walitti ansuun roobeen lolaan uumamee karaa cabsuun gara mana jireenyaatti seenee haadha isaanii faana ijoollee rafanii turan 4 keessaa lubbuun daa’imman lamaanii darbuu danda’eera.
Haadha fi ijoolleen 2 balaa uumame jalaa lubbuu isaanii baraarun danda’meera.
Yeroo ammaas rakkoon wal fakkaataa uumamuu waan danda’uuf ummanni ofeeggannoo akka taasisan ogeessoti qorannoo haala qilleensaa dhaamaniiru.
12718198_10208085797094421_1966233797763327439_n


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918