Quantcast
Channel: Oromia
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

#OromoProtests Daily, April 11, 2016

$
0
0

#‎Obboo_Sanyii‬ (Zarihuun) Bakkalchaa Goota Oromoo umrii isaa dheeraa Waggaa 18 ol mana hidhaa wayyaanee Wayyaanee maa’ikalawwii fi Qaallitti keessatti oromummaa isaan Yakkamee murtii Kijibaan Waggaa 18 ol hidhaa keessatti dararamaa Kan ture Ebla 5/2016 mana hidhaa Qaallitti Irraa Gadhiifamuun gabaafame!!
Obboo Sanyii (Zarihuun) Bakkalchaa Toleeraa goota ilma Oromoo Oromummaa isaaf Wareegama kamuu baasuudha. Mucaan obboo Sanyii Bakkalchaa kan ta’ee dargaggoon Oromoo ‪#‎Fayisaa_Sanyii‬ Bakkalchaa Illee abbaa isaa waliin hidhamuun dararamaa jiraachuun ifaadha. Gootni Oromoo obboo Sanyii Bakkalchaa Oromummaa isaa fi dhugaa Oromoon qabu waan dubbateef gidiraan guddaan mana hidhaa wayyaanee keessatti irratti rawwatamaa ture kan nama gaddisiisuu yoo ta’eeyyuu,Obboo Sanyii Bakkalchaa Toleeraa gootummaa fi onnee Oromummaan isaa kan nu boonsuu ta’uun ifaadha. Goota keenya kanaan Waaqayyoo aduu bilisummaa ijaan isin haa argisiisuu. Baga waaqni boollaa mana hidhaa wayyaanee fi gidiraa fi dararaa diinaa keessa isiin baasee jechuun Qeerroon bilisummaa Oromoo dhaamsa keenya dabarsinaaf!!
Injifannoon uummata Oromoof!!

12936687_660325137439052_108050734616627306_n


Fincilli Xumura Garbummaa daran jabaachuun magaalaa Naqamtee fi naannoo ishee keessatti itti fufee jira.
Eebla 10/04/2016 jechuun guyyaa kaleessaa fincilli daran jabaachuun naannoo staadiyeemii magaalaa Naqamtee keessatti taphni kaanamaa Naqamtee fi poolisii abuubi/Kibbaa/ gidduutti taphatamuuf ture qoophiin xumuramee edda dirree seenanii booda guutummaan tapha sanaa qeerroo magaalaa Naqamteen gara fincilaatti jijjiiramuun gara dhaadannoo fi wallee waraaqsaatti geedarameera.
Haaluma kanaan dhaadannoon Humni waraanaa hatatamaan Oromiyaa keessaa ba’uu qaba,Namoonni hidhamanii jiran akka gadi dhiifaman,Humni dhiigaa uummata keenyaa dhangalaase itti gaafatamuu qaba kan jedhuufii walleen waraaqsaa oo yaa baala tuufoo ABO nuuf wayya nuufoo, oo baala badeessaa wayyaanee baasaa nu keessaa,oo tulluu gamaa ABO bushuu qabaa kan jedhuun guutummaan taphichaa goolamuudhaan addaan cituun hafeera.
Haaluma kanaan dhalataa magaalaa Naqamtee kan ta’e Gammee Oofkalaa namni jedhamu mana hidhamee jiraachuu Qeerroon gabaasee jira.
#‎oromoProtests‬ To all our Oromo people around Finfinne area make sure don’t ever accept money from Tigre Government. Money is nothing to our Oromo people. We need to protect our identity our culture including our unique language. The Tigray government never cancelled Finfinne master plan first place even before they are lying, the new master plan agenda just arrived from Tigray Mafia to sale Oromo land just like before and now they are plying with fire trust me, so all our Oromo farmers sarund Finfinne area say no to TPLF offer , they are lying because they are not act ligament Ethiopian government , they are still Rebels from Tigray and we must fight at the end to stay on our land. If you accept TPLF you will be face consequences and you are the one who responssible for betraying our nations and Our must QEERROO pass it on this important message before too late, it’ could be blood shade even than before. We must end TPLF regimes this time by any means if they are trying to evict our farmers by force and those OPDO must stay away from this Tigres mess if your are Oromo stand up for your right before your family got destroyed”
Oromo must struggle continues !!
via Biqilaa Biyyaa
12961723_10206670247538249_287185465902583500_n
መቱ ከተማ በመብራት እጦት እየተሰቃየች ነው። ውሃም ከጠፋ ቆይተዋል። ሰዎች ለምግብነት የምጠቀሙትን እህል እንኳ ወፍጮ ቤት እንዳይወስዱ መብራት የለም።
ፌደራል ፖሊስ እና አጋዚ ጨለማን ተገን በማድረግ ህዝቡን ማሸበር ብቻ ሳይሆን መንገድ ላይ ያገኟትን ሴት አስገድዶ እየደፈሩ ነው። ህዝቡ ሰሚ አጥተናል ላልሰሙት አሰሙልን ባገራችን በበታችን ተዋርደናል እያሉ ነው። ሼር አድርጉት።

Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918