በኢትዮጵያ በፕሬስ ነጻነትና በተቃዋሚዎች ላይ የሚደርገው ጫና እንደሚያሳስባት ዩናይትድ ስቴትስ አስታወቀች
“የንግግር ነጻነትን በማረጋግጥና ዲሞክራሲያዊ እርምጃዎችን በማጎልበት የኢትዮጵያ መንግስት ቀደም ሲል የወሰዳቸውን አዎንታዊ እርምጃዎች እንዲያጠናክ እያሳሰብን፤ በነጻ ድምጾች ላይ የሚፈጸመው አፈና ይህን መሰሉን አዎንታዊ እርምጃ ማደናቀፍ ብቻ ሳይሆን፤ የልማትና የምጣኔ ሃብት እድገትንም የሚገታ መሆኑን መጠቆም እንፈልጋለን።” የዩናይትድ ስቴትስ የውጭ ጉዳይ ሚንስቴር።
ዋሽንግተን ዲሲ —
በኢትዮጵያ በፕሬስ ነጻነት ላይ የሚደረገው ገደብና የጸረ ሽብር ሕጉን በመጠቀም መንግስት በጋዜጠኞች፥በመብት ተሟጋቾችና በተቃዋሚዎች ላይ የሚያደርገው ጫና የሚያሳስባት መሆኑን ዩናይትድ ስቴትስ አስታወቀች።
በእስር ላይ የሚገኙት የቀድሞው የጋምቤላ አስተዳዳሪ እንዲለቀቁና በኢትዮጵያ የዜጎች መሠረታዊ መብቶችእንዲከበሩ በመጠየቅ አምስት የዩናይትድ ስቴትስ ምክር ቤት አባላት ከትላንት በስቲያ ለፕሬዝዳንት ባራክ ኦባማየጻፉትን ደብዳቤ ተንተርሶ ለቀረቡ ጥያቄዎች በሰጠው ምላሽ ነው፤ የዩናይትድ ስቴትስ የውጭ ጉዳይ ሚንስቴር ይህንያለው።
በሌላ ተያያዥ ዜና፤ የኢትዮጵያ መንግስት በኦሮምያ ክልል በሰላማዊ ሰልፈኞች ላይ የወሰደው የኃይል ዕርምጃአሳስቦናል፤ ሲሉ አንዲት የመካከለኛው ምዕራብ ዩናይትድ ስቴትሷ የሜነሶታ ክፍለ ግዛት የምክር ቤት አባል ለግዛቲቱሸንጎ ባቀረቡት ረቂቅ አመልክተዋል።
#OromoProtests
=================================
Breaking News
Dhamsaa kanaa Hatatamaan wallin gahaa dirqamaa Oromummaa dha!
Godinaa Harargee bahee Aanaa Grawaattii Wayyaneen Darggagootta Oromoo 500 caalan manaa hidhaa fi sharaa CARE Ethiopia keessattii hidhee dararaare garaa Hursootii dabrsuu dhaaf halaa duree mejefatee konkolaata 8 qopheffatanii halkaan walkaa keessaa Dargaaggoo keenyaa achii gesuu dhaaf qophii akkaa xumuurrataan ittii dhaqabbaamerra.
Kanaaf ummanii keenyaa kan nannawaa Saan jirtaan ilmaan keessaniis Dargaggoo oromoo dafaa dhaqabbaa dirmadhaa malo isiin jedhaa arifadhaa ergaa koo kanaa wallin gahaa adraa.
Qabsoon keenyaa ittii fufaa.

Let the world know!
Woyyane Genocide people! “Share” this picture and save for history save for generations!
#OromoProtests FXG Wallaggaa Yuunibarsiitiitti Ka’e Daran Daran Jabaatee Aanga’oota Wayyaanee Dhiphisaa Jira.
Bitootessa 12,2016
Sochii Qeerroon afaan qawwee dura jabaatee dhaabbatee godhaa jiru akkasuma kallattii arfaniin bulguu nama nyaataa gidduu dhaabbatee gochaa jiru murna bichuu warra Kaabaa TPLFn irriba dhowwaa jiraachuun hundaaf ifaadha.Keessattu Bulguu nama nyaataaf osoo hin jilbeenfanne harka qullaa qalamaaf barruulee qabatee gaaffii Mirga abbaa biyyummaasaa jabatee falmuurraa osoo duuba hin jenne akkasuma addatti sodaaf naasuu malee ofiin of bulchuu kan lallabataa jiru akkasuma kan beelaaf dheebuu damdamatee qorra aduu osoo hin jenne mirga uummatichaa falmuuf gammojjii baddaan bahaa jiru ABO nu haa bulchu jechuun warraqsi Qeerroon eegale gama Uummataanis daran finiinfamaa jiraachuu,Sochii kanas qabbaneessuu akka hin dandeenye hubachuun Aanga’onni biyyattii gama sossobbiin adeemaa jiraachuu oduuf ibsa gidduu kana ba’aa jirurraa nii hubatama.
Haaluma kanaan Qeerroon Yuunibarsiitii Wallaggaa falmasaa jabeessuun barnootallee dhaabee jiraachuu Uummati Magaalattiis obsa foxachuu keessa tare Qeerroowwansaa cina dhaabbachaa jiraachuu tajaajila geejibaas dhaabee falmatti deebi’uun kan Rifaasise yoo ta’u.Injifannolee hedduun keessatti galmaa’anii kan darban akkasuma galmaa’aa jiraachuu ifa godha oduun galgala kana nu dhaqqabde Injifannoolee moorichaa keessatti galmaa’aa jiran keessaa Basaastota gufuu ta’uun danqaa jiran hanga polisa moorichaatti tarkaanfii barsiisoo kennaa jiraachuu,jaallatanis jibbanis beeksisa har’a baasan kan akka barnootatti deebinuuf barreeffamte yoo ilaallu Afaan keenya Afaan Oromootiin akkasumas Afaan English qofaan beeksisa dhoobaa turan.Haa ta’uu malee ammas murannoof kutannoo barataan moorichaa qabu “guutummaan guututti hanga mirga abbaa biyyummaa keenya Mirkaneeffannutti Afaan keenyaanis kan hormaatiinis baaftan murannoo keenya dubaa deebisuu hin danda’u” akka jechaa jiran oduun nu dhaqabee ifa godha
FXG Itti fufa
Injifannoon dhiigaan nii dhufa