Quantcast
Channel: Oromia
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918

Kana Beektu Laata: Oromo tribes in Tana River (in Kenya)

$
0
0


They are referred as Orma, Munyo Yaya, Wardey & Wata or Waboni. Basically their tribal route is from Oromo. They live in Tana River County in KENYA across the coast of Indian Ocean. The full documentarty would be released soon……

Maqaadhaan Ormaa, Muunyoo Yaayyaa, Wardeeyi fi Waataa ykn Waabooni jedhamuun beekamu. Isaanis qomoo saba Oromoo yoo ta’ani, kutaa bulchiinsa (County) Tana River jedhamu kan Keeniyaa keessatti argamu keessa hedduuminaan qubatu. Qabiyyeen lafa isaaniis hanga garba hindiitti yoo ta’u, guutummaa guuutuuttis sabni Kun Afaan Oromoo dubbatu. Guutummaan docuumentary kanaa yeroo dhiyootti isiniif dhiheessinaa abdiihaan nu eegaa.


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1918