Introducing Oromia to the rest of the world through building partnerships and friendships. Kudos Dr. Rundaasaa Asheetee.
#OromoProtests In West Arsi, Asaasa Town During Eid Prayer They chase away the milisha that come to protect them and they refuse to give chance for government puppet to speak during prayer!
Magaala Shaashimannee keessatti ummanni Oromoo tokkummaan salaata erga xummure dhadhaano dhaggessiftan ummanni kirsitina illee ummata Musilmaatti dabalamuun tokkummaa cimaa dha sagalee mormii dhaggessiftan…
Hawaasa Musliimaa Godina Walagaa Lixaa Aanaa Beegi Magaalaa Beegi guyyaa Hardhaa.
Ummanni magaala Jimmaa haala ho’an mormii qaban salaata booda dhaggessaniin…
#OromoProtests Harargee Lixaatti Dagaggoonni magaalota Asabootifi Bordoddee bifa kanaan wayaa aadaatin miidhaganii idaa kabajachaa diddaas itti fidan.
#OromoProtests Eid Protest in Hiddi Lola, Borana
=========
Godina Booranaa magaalaa Hiddii Lolaa keessati bifa kanaan mormiin ture.
#Oromooprotests
Harargee Bahaa Aanaa Meettaa magaalaa Calanqootti hawaasni ganama akkuma iida salaatan booda dhaadannoolee dhageessisaaa bakka takkaa masgiidatti eega galanii booda dua’aii godhatanii gadi bahanii mormii isaanii itti fufaa turan. Wayta hawaasni mallatoo diddaa agarsiisaa turan.
Godina Balee Aanaa Gooroo Magaalaa Gooroo,Aanaa Sinaanaa Magaalaa Salqaa,Aanaa Barbaree Magaalota Haroo Dibbee Fi Haroo Dumaal, Dalloo Mannaa Keessatti Mormiin FXG Qeerrodhaan Kan Itti Oole Yoo Ta’uu Godina Arsii Aanaa Shirkaa Magaalaa Shirkaa,Aanaa Roobee Magaalaa Habee,Aanaa Suudee Magaalaa Kullaa Keessattis Mormiin Bifa Adda Ta’een
Gaggeefamaa Ooluu Fi Mootummaa Wayyaanee Balaleeffannaan
Dhageessifamaa Olee Jira
Dodolaa celebrates EID without Woyyaanee
#OromoProtests Arsii Lixaa Magaalaa Dodolaatti ummanni poolisii ofirraa ari’ee bifa kanaan ofumaan wal sakatta’aa nagaya ofii eeggattee ayyanaa kabajate.
Godina Arsii bahaa magaalaa Seeruu Habee,Saddiiqa fi Arsii lixaa magaalaa Kofalee keessatti ummanni haala qindaayeen FXG gaggeessaa jira.
#OromoProtests- These police officers from global community who show solidarity with Oromo peaceful protesters.
Thank you New Zealand police!
Salaata Iidaa booda guutummaa Harargee keessatti mormiin cimaan dhoohee jira.
Qeerroon Harargee alaabaa ABO ifatti alaabaa qilleensarra balaliisaa jirti.
#OromoProtests A 9 years old boy named Anas Seyfudin Abdela was shot and wounded in Dadar, East Hararge when soldiers fired on youth marching through the town.
=======
Harargee Bahaa Magaalaa Dadar keessatti mucaan xiqqaan waggaa 9 kan Anas Seyfuddin Abdallaa jedhamu rasaasa loltoot Wayyaaneetin dhayamee madaayee hospitaala akka seene beekamee jira.
#Oromoprotests mormii yeroo ammaa Eid booda harargee baha magaala Awwaaday keessaatti deema jirtu. Alaaba ABO qabatani
ABOn teenyaa
Finfinneen teenyaa jechaa mormii itti fufa jiran. Viva Awwaaday!
Godina Balee Aanaa Gooroo Magaalaa Gooroo,Aanaa Sinaanaa Magaalaa Salqaa,Aanaa Barbaree Magaalota Haroo Dibbee Fi Haroo Dumaal, Dalloo Mannaa Keessatti Mormiin FXG Qeerrodhaan Kan Itti Oole Yoo Ta’uu Godina Arsii Aanaa Shirkaa Magaalaa Shirkaa,Aanaa Roobee Magaalaa Habee,Aanaa Suudee Magaalaa Kullaa Keessattis Mormiin Bifa Adda Ta’een
Gaggeefamaa Ooluu Fi Mootummaa Wayyaanee Balaleeffannaan
Dhageessifamaa Olee Jira
#OromoProtests Eid Rally in Shirka, Arsi
Salaata Iidaa booda mormii Godina Arsii aanaa Shirkaa
#OromoProtests Magaalaa Dirree Dhawaatti Qeerroon teenya dirree iidaa gubbatti alaabaa Oromoo fannifatan
Kana malees hawaasni Magaalattii Yeroo bulchinsi Magaalaa haasawa taasisuuf yaalii godhutti takbiirtaa fi sagalee mormii itti dhageessisuun haasawa dhoorkanii turan
Injifannoon ummata Oromoof !!!!!!!!
Ummata Oromoo Haramayaa salaata booda mormii qaban bifa kanan agarsiisani.
#OromoProtests After Eid Prayer Rally in Kofale denounces extrajudicial killing.
========
Ummanni Kofalee Hiriiraa salaata iidaa booda godhaniin ajjeechaan Oromoo irratti raaw’atamu haa dhaabbatu jedhan
Harargee baha Masalatti Abbaan Biyyaa ABO dha jechuun dhadhaano qaban salatan booda dhaggessan.
#OromoProtests Fandish Nasir, the young man who survived after being shot in Awaday few days ago, has succumbed to his injuries and died this morning. May he join our martyrs in heaven.
=========
Fandishee Naasir, kan dheengadda Awwadaayitti raasaan dhawamee lubbuun baraartee ture har’a lubbuun dabarteee jirti. Rabbiin wareegamtoota keenya biroo waliin jannataan haa qananiisu.